SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Onkoloolessa 31, 2017

Aside

ONN: Oduu Olmaa Oromiyaa Onk 31/2017

Aside

SBO: Sadaasa 1 bara 2017. Oduu, Ibsa ABO fi Yaadannoo Waggaa 12ffaa Guyyaa Fincila Diddaa Gabrummaa ilaalchisee Marii Dargaggoo Lammii Beenyaa waliin taasifame -Kutaa Jalqabaa Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa

Aside

Continue reading

Wayyaanee nurraa balleessaa jedhu Goototi Qeerroo Naqamtee.

Aside

Continue reading

KIYYOO DIINARRAA OF EEGUUN, HUNDEE INJIFANNOOTI !

Aside

SEENAA  Y.G (2005)

Ayyaana Irreechaa 2017 asitti , shiroota diinaa hedduu taajjabneerra. Fakkeessitootaa fi hayyaallaalattota hedduu argineerra. Loote seentootaa fi ergamtoota haaraa argaas jirra. Ayyaana Irreechaa Bishooftuutti kabajamee ilaalchisee ibsoota ayyaana duraa fi duubaa hedduu dhageenyes, arginees. Ibsoonni ayyaana duraa, qaamoota adda addaan ba’aa turan, figichaa hanna siyaasaan kan haguugaman turan. Maqaa Ayyaana kanaan siyaasi dantaa qaama gargaraaf qophaa’ee tureera. Kanneen keessaa kanan raajefadhe tokko qofa kaa

Continue reading

“ABOn Naqamteen Galee” Jedhu Qeerroon guyyaa har’aa Irreecha Wallagga Naqamteetti ta’e irratti.

Aside

Continue reading

SBO: Onkoloolessa 29 bara 2017. Oduu, Ibsa ABO, Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi Gaaffii fi Deebii Jaal Tasfaa Kumalaa waliin taasifame –Kutaa 2ffaa.

Aside

Siyyaasni OPDO Ammaa, Summii Dammaan Makaa

Aside

Qalbeessaa Dhangi’aan-Onko.28,2017
Oromiyaa keessatti qabsoon Oromoo akka qabsaa’onni akeekaniin olitti adeemaa jiraachuun isaa karaa qabsaa’oota falma mirgaa gammachuun dhuunfateera. Qabsoon Oromoo isa dhumaaf fonqolcha garbummaarra jira. Murna Wayyaanee irrattis qabsoon adeemaa jiru dhabama isaanii akka ta’u argamaa jira. Har’a qabsoon Oromoo garboonfattoota dhaanquu ta’anii uummata keenya garbummaa jalatti ittisaa turan, dhodhoosee gidduu seeneera. Haabadan dhaanquu dhoote deebitee Hordaa hintaatu. Dhaanquu dhoote nii bobeeffatu. Yoo xiqoo kan fooyyee qabdu taate, naqaa Dallas taatee dabaree ishee ittifamtee jiraachuuf dirqamti. Har’a Wayyaanee akkasuma Garbummaan dhaanquu dhoote taate. Uummanni garbummaan ittifamaa ture garbummaa dhodhosee gidduu seeneera. Ishee dhumaaf haxaa’uu qofaatu hafa. Yaa ta’u gama diinaan waan jiru maalfakkaataa? Kan jedhuuf diinni qabsoon haalaan ta’uu baatu sochii itti jirutu jira. Sochiin qaama Bilisummaa Oromoo jibbuun godhamaa jiru hedduu gadi fagoof uummata keenya kan garbummaa jalatti deebisee gaadi’udha. Continue reading

” Ittuma Hiiqii” Artist Berisa Debere – Wallee Haaraa 2017

Aside

Continue reading