Tarsiimoo fi Tooftaa Qabsoo Haala Yaroo!

Aside

Damee Boruu Irraa

ABO haala baayyee ulfaataa fi xaxxamaa tahe keessa wagaa kudhan arfan kana itti ciccee qabsoo bilisummaa Sabaa Oromoo abbaa dhuunfaa qabsichaa kan tahe uummta Oromoon gahee jira.Kana jechuun har’a itti gaafatamni guddaan ABO irraa bu’ee jira jechuu miti. Tarsiimoo abbaa biyyummaa ABO qabatee ka’e har’a uummata Oromootu Oromiyaa duuchaa keessatti gaafii uummataa godhatee jira. Kanaafuu tarsiimoon qabsoo bilisummaa Saba Oromoo sadarkaa wal nama gaafachiisu irraa darbee ifa bahee jira. Namootni gatata tahan tokko tokko nu dogongorsuuf jecha  uummatni Oromoo maal barbaada warri jedhan hin dhabaman. Ummatni Oromoo garuu jala muree abbaa biyyummaa isaa irratti eenyu wajjin iyyuu akka jaarsummaa hin teenye murteefatee jira. Continue reading

ONN:Haala Yero irratti Marii Bal’aa Misenssa Sh-Gumii Sabaa ABO Odaa Xasee fi Misenssa Gumii Sabaa ABO Dr Barsiisaa Waliin Goone.Amajjii 6/2018

Aside

SBO Amajjii 7, 2018. Oduu, Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo, “Ejjennaa Balleessinu malee hin bannuu TPLF dhugoom e” mata duree jedhu jalatti Barruu maamila keenya Simbirtuu Dhugaa irra nudhaqqabe fi Gaaffii fi Deebii Artistoota Mis eensota Waraana Bilisummaa Oromoo Jaal Jaalataa Lammii, Margaa Wandimmuu fi Samiir Jihaad Waliin taasifne kutaa 4ffaa.

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Amajjii 5, 2018

Aside

OROMIYAA Keessatti Wayyaaneen OPDO Qabattee Maal Xaxaa Jirtii Maal Xaxaas Turtee?

Aside

Amajji 2018
Qalbeessaa Dhangi’aa
Finfinnee Oromiyaa
Boondiin OPDO alaaf keessatti maal fakkaata? Barruu kana suuta dubbisaa! Waan dhugaa dubbannuuf nu jibbu! jette urunguun ykn jajjuun
Kaleessarraa kaana.
Biyya har’a akka waan ofii qofa ijaaraniitti habaashaan ittiin dhaadatan Xoophiyaan lafee abboota keenyaan ijaaramte. Lafee nama keenyaan haa ijaaramtu malee numaaf ‘Si’ool’ lafarraa taatee nu dararaa jaarrolee lakkoofsisaa jirti. Xoophiyaa ijaaruu keessatti gootonni keenya gootummaa isaaniin lafee cabanii dhiiga dhangalaasaa turan. Ta’ullee akka nama biyyaaf of wareegee dhiisii akka nama maatiif of wareegeellee hanqisanii seenaa gootota keenyaa mara moofaa jibbaaf moofaa hacuuccaan haguugan.

Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Amajjii 4 2018 , Raadiyoo Simbirtuu fi ONN-TV

Aside

Continue reading

SBO Amajjii 05,2018. Oduu, Ibsa ABO fi Gaaffii fi deebii Art.Oromoo miseensota WBO ta’an sadan waliin goone ku taa sadaffaa

Aside

Labsa EPRDF Ilaalchisee Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Aside

“Yaa garaa laafina koo, Titiisa irraa damma eeguu koo”   Jedha Oromoon yeroo mammaku.

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Mootummaan Wayyaanee EPRDF haalli Oromiyaa fi waliigala biyya Ethiopia jedhamee waamamu keessatti rakkoo siyaasaa fi diinagdee akkasumas hawaasumaa isa qabee jiru keessaa akka bahuu hin dandeenye tolchee hubatee jira. Haala kanaan kan muddame EPRDF(TPLF) Murtii siyaasaa fudhate keessatti rakkoo biyya sana keessaa furuuf hidhamtooti siyaasaa biyyattii keessa jiran warri murtii adabbiin itti kennamee jirus ta’e kanneen murtiin itti hin kennamiin akka gadiifamanii fi manni hidhaa Ma’ikelaawii jedhamee waamamu akka cufamu labsee jira. Continue reading

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 3 January 2018

Aside

Walaloo Shamarree Oromoo

Aside

Continue reading