ONN-TV Oduu Amajjii 3,2018

Aside

“Tokkoyyuu Hintolle Budaan Lakkuu Deessi!”

Aside

Qalbeessaa Dhangi’aati
Habashummaarra abshaalummaa qabaatanii yoo qabsaa’an Bilisummaa saba ofii mirkaneessu. Qaamonni Habashummaa qaama isaanii taasifatanii halagaa waliin dibbee reebaniif halagaan nu ajjeesaa jiru waliif Huuruu Harreeti. Inni nu ajjeesuus caasaa nu ajjeesuf inni golgaa ta’us tokkuma. Har’a uummanni Oromoo uummata biraa irraa jibbee akka hinqabne namuu cimsee beeka. Qabsaa’onni Oromoos saba ollaa biyya abbaasaanii Oromiyaaf jibba humaatuu akka hinqabne beekamaadha. Gaaffiin keenya garuu; gaaffii abbaa biyyuummaa ta’ee utuu jiruu,
namoonni gogaa Oromoo keessi habashaa gara gaaffii dimokiraasiitti dabsaa yoo jiran ilaalaa turre. Continue reading

SBO Amajjii 03,2018. Oduu, qophii haala yeroo irratti hundaa’ee fi gaaffii fi deebii Arti.miseensota WBO waliin taasisame kutaa lammataa

Aside

Godina Horroo Guduruu Keessaa Namoota Hidhuu fi Hiraarsuun Itti fufe: Jiraattota

Aside

https://www.voaafaanoromoo.com/a/4189371.html

Amajjii 1 Waggaa Haaraa fi Guyyaa WBO Ilaalchisee Wallee Qeerroo Bilisummaa Oromoo.

Aside

Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Amajjii 2, 2018

Aside

Continue reading

“Amma Garuu Hin Dandeenye”! Abbaashumbee fi Lij Yaareed ** NEW 2018 Oromo Music

Aside

Continue reading

Amajjii 1,2018 Dhaamsa Bara Haaraa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Aside

Obsoof Cichooma Qabsoo Abboota Keenya Qabsaa’ota Haqaarraa Dhaaluu Qabna!

Qabsaa’ota haqaaf gameeyyii ABO irraa maal dhaallee? Maal dhaaluu qabna? 

Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Finfinnee Oromiyaa
Moxobii irratti Jaallan qabso haqaa faana hanga har’acichitanii jirtan keessattuu Waraannii Bilisummaa Oromoo irreef gaachana keenya taatanii hanga har’aa diina daangaarraa waqaraa jirtan, akkasuma kabajamaa uummatako uummata Oromoof deggartoonnisaa marti  baga bara haaraa Kanaan isin gahe! Jaallan isin biraa baroota darbe wareegaman Waaqni Uumaan Jannataan haa qananiisu!

Continue reading

Gidduugaleessa Oromiyaa Magaalaa Burraayyuutti FXG Itti Fufe.

Aside

Image may contain: one or more people, people standing and outdoorAmajjii 2/01/2018 Gidduugaleessa Oromiyaa Magaalaa Burraayyuutti Sochiin Warraaqsa Warraaqsa FXG gootota Qeerroo barattoota Oromoo M/B Sadarkaa 2ffa Buraayyuu hanga gaaffiin keenyaa gaafanne nuf deebi’utti jechuun gaaffi armaan gadii irra deebi’anii dhiyeeffachuun ejjannoo isaanii jabeessuun sochii itti fufan. Gaaffiin isaan irraa deebi’uun dhiyeeffatan
1. Barattootni hiriyoonni keenyaafi barsiisotni Keenyaa hidhaman gaaffii tokko malee haa hiikkaman .
2. Hidhamtootni siyaasaa ilmaan Oromoo hundi haa hiikkaman.
3. Gaaffii mirga Abbaa Biyyummaa gaafachaa jirruuf deebiin nuuf kennamuu qaba.
4. Waraanni maqaa liyuu hayilii somaaleefi agaaziin uummata keenyarratti gaggeeffamaa jiruu hatattamaan nurraa dhaabbachuu qaba,
Continue reading

Summary of half a century movement to reconstruct political landscape of modern Ethiopia

Aside

Malkamuu Jaatee, January 2018

Modern Ethiopia was established by shifting its capital from Gonder to Finfinnee (Addis Ababa) during the era of European colonial powers scramble for the African continent (1881 – 1914). The recent political movement across Oromia, Amahara, and other regions are the continuous out comes of half a century national struggle of peoples of Ethiopia to achieve freedom and democratic rights. The vision to reconstruct the political landscape of modern Ethiopia came into existence out of peasant uprisings in Wello, Tigray, Hararge, Gojjam, and Bale plus the 1960s movements of Afran Qalloo, Mecha and Tulama civic organization, and student protests. Continue reading