Category Archives: Oduu/News
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo,Qophii Gurraandhala 23,2018
Aside
Amboo-Qeerroo Bilisummaaf foolatu!
Aside
Diimokiraasii kijibaan lafa dannabsuun dhaloota qarame ofitti dammaksuudha.
Aside
Mootumaan Wayyaanee guyyaa mooraan qabsoo bilisummaa Oromoo hundeedhaan gad jabaatee hitituu eegalerraa eegaltee uummata Oromoo afanffajjeessuu fi waliin dhooftee bara bittaa bulchiinsa ishii daran fardeeffachuuf yaaliin isheen hin taasisne hin jiru.Uummata oromoo bukkeettis fudhatama argachuuf jechas shiraa fi goyomsaa wayyaaneen hin goones hin jiru.
Simbirtuu: Shamarree Caaltuu Taakkalaafi mana-hidhaa Itoophiyaa. Oduun oolmaa Oromiyaas jira.
Aside
“Biiftuu Bilisummaa” Wallee Warraaqsaa Qabsaawaa Fiqaaduu Shumataan 2018
Aside
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo,Gurraandhala 22,2018
Aside
SBO: Gurraandhala 23 bara 2018. Oduu, Ibsa Gabaasaa Hoggansa Qeerroo Bilisummaa Oromoorraa kennamee fi Qophii Haala Yeroo Irratti Fuuleffate.
Aside
Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Matakkal-Asoosaa Irraa Kenname
Aside
Gaafa 22/5/2010 A.L.H tti Kaabinoonni kudha shan ta’an Uummata Bulan keessa jiran walitti qabuun Uummata Oromoo Bulan keessa jiraniin “isin Oroonni as jiraattan Oromoota naannoo isaanii jiraatan wajjin hidhata godhattaniittu; hidhata kanaanis Uummata Gumuz miidhuuf jettuu fi akka mootummaa naannichaatti buluu qabdu” ittiin jechaa turan. Kaabinootiin kun dhalootaan Shinaashaa waan ta’aniif ofii Uummata Gumuziif waan quuqaman fakkeessuun Uummata Oromoo naannichaa fi Uummata Gumuz eenyu caalaa wal jaallatee fi wal kabajee jiraate walitti buusuuf munyuuqaa jirti.
Kun immoo ergama Dr Amsaaluunfaa ji’oota muraasa dura karoorfataa turan waan hojiirra oolchuuf barbaadan fakkaata. Continue reading
Qeerroo Laga Xaafoo Laga Daadhii irraa
Aside
FXG lagannaa gabaa guutummaa Oromiyaatti taasifame wajjin wal qabatee akkuma magaalotaa fi baadiyyaa Oromiyaa maratti taasifame naannawa Finfinnee kutaa bulchinsa Laga xaafoo- Laga daadhiittis taasifamee ture. Uummanni Oromoo kutaa magaalichaa, Hojjetaan Mootummaa fi Miseensonni Poolisii Oromiyaa Humnaa fi kallacha qabsoo kan ta’e Qeerroo kutaa magaalichaa deeggaruun mormii isaanii mul’isaniiru. Continue reading
