Hagayya 24,2018
Finfinnee Oromiyaa
Qabiyyee Agartuu Qeerroo
– Qamunyee qabsoo
– Hullufa siyyaasaa
– Goddannisa Siyyaasaa
– Madaa Siyyaasaa
(…Maraatuu cancala hinqabne Baabura seensisuun maraatuu sanas uummata baabura keessaa sanas, Baabura gatii jabeessaa sanas of dhowwachuudha. Akkasuma maraatuu qabsoo Baabura qabsaa’otaa seensisuun qabsaa’ota, isuma mataasaa, fi Baabura qabsoo keenya balleessuudha… ) Continue reading
