Gaaffii fi deebii Jaal Marroo Dirribaa TV OBS waliin taasise

Aside

Galata: Waraabbii kana kutaa odeeffannoo WBO Zoonii Lixaa irraa nuuf ergame; hedduu galateeffanna!!

የኢትዮጵያ መንግስት በኦሮምያ እያካሄደ ያለዉ የጦር ወንጀል (War Crime) በሁሉም የዓለም ማህበረ-ሰብ ልወገዝ ይገባል!

Aside

ከኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ከፍተኛ ወታደራዊ አመራር የተሰጠ መግለጫ

(ኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ከፍተኛ ወታደራዊ አመራር,ግንቦት 24 , 2011 ዓም) ካለፈዉ ጥር 2011 ዓም አጋማሽ ጀምሮ ለስሙ “የሀገር መከላከያ ሠራዊት” በሚል ስያሜ የሚታወቀዉ የኢሕአዴግ ጦር በኦሮሞ ሕዝብና በኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ላይ የሚያካሄደዉን ጦርነት ወደ አየር ድብደባ ማሳደጉ የሚታወስ ነው። በዚህም መሠረት ጥር 4 እና 5 2011 ዓም በምዕራብ ኦሮምያ በቄለም ወለጋ ዞን በጊዳሚ ወረዳ ዉስጥ ጃል መሮ (ኩምሣ ዲሪባ)ን ለመግደል ታቅዶ የተሰነዘረዉን የአየር ድብደባ በማካሄድ በሰላማዊ (ትጥቅ-ኣልባ) ዜጎች ህይወትና ንብረት ላይ ከፍተኛ ጉዳት ማድረሱ በወቅቱ ተዘግቦ ነበር። በዚያ ጥቃት ዒላማዉን እንደሳተ ስረዳዉ ግን “የአየር ድብደባዉን ኣላካሄድኩም” ስል ኣይኑን በጨዉ ኣጥቦ ለመካድ ሞከረ።

ካለፉት ሁለት ወራት ወዲህ ደግሞ እጅግ ዘግናኝና ኣሳዛኝ በሆነ መልኩ ከፍተኛ የጦር ወንጀሎችን በኦሮሞ ሕዝብ ላይ እያካሄደ ይገኛል። ይህንንም እያደረገ ያለዉ የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ይግኝባቸዋል ተብሎ በሚታሰቡና ሰላማዊ ሕዝብም በሚኖርባቸዉ የምዕራብ ኦሮምያ ደኖች ላይ የጦር ሄሊኮፕቴሮችን ተጠቅሞ በዓለም-ኣቀፍ ህግ የተከለከለዉን መርዛማ ጋዝ በመርጨት ጭምር ነው። በነዚህ ዘግናኝና ኣሳፋሪ ጥቃቶች እስካሁን የበርካታ የዱርና የቤት እንስሳት ህይወት የጠፋ ስሆን በኣንዳንድ ቦታዎች ደግሞ የተወሰኑ ሰዎች ላይ ያልተለመዱ ዓይነት የጤና እክሎች ታይቷል። Continue reading

Labs Ajaja Ol-aanaa Waraana -ABO 

Aside

Nuti Miseensonni ABO qaama Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) kan taanee falmaa qabsoo hidhatnoof jecha kaayyoo ummata Oromoof qabannee jirru, Hooganoota ABO Finfinnee jiran wajjin shira diinni xaxeen qunnamtiin keenya cituu irraa kan ka’e hojii guyya guyyaa irratti wal taliguu fi waliif taligamuun waan hanqateef of dandeenyee sochohuuf akka tahutti qaama hoogganaa “AJAJA OL’AANAA WARAANAA ABO” utubannee sanaan geggeeffamuu jalqabuu keenya ibsinee turuun ni yaadatama. Haatahu malee, nuti qabsoo karaa nagaa hin laganne. Hooggana keenyas hin waakkanne. Karaa fi sirni milkeessaan haa hordofamu jechuun qabsoo haqaatti fi yaada Injifataa qabannee jirra.
Miseensotni hoogganaa walakkaan Finfinneetti argaman kanneen nuti hin haalinii fi daandii nageenyaa hordofuu isaanii osoo hin balaaleffatin har’a akkuma barametti dirqamuun ykn fedhiin jireenya WARAANA BILISUMMAA OROMOO haaluu midiyaa irraa dhageenye. Kuniis, sababaa gara garaan tahuu akka danda’u nuuf gala. Qaamni hidhaa jiraatu waanuma fedhe jechisiifamuu danda’a.Ergaan ibsichaa (kan dhimmichi ilaaluu fi hin ilaalle illee nu irratti jedhame) kan bakka walii hin buune tahuu eeruu yoo tahe malee jireenya WBO fi hoogganoota waliin dhaabbatanii hawwumaan haquu kan Continue reading

Daddaaqaama siyaasaa yeroof nu muudateen aarsaa yeroo dheeraaf kaffaallee gatii hin dhabsiisnu. 

Aside

Labsii Qeerroo Bilisummaa Oromoo waamicha Ajaaja olaanaa WBO Irraa dhihaate hordoofun bahee

(Qeerroo, Waxaabajjii 1/2019) Qeerroon Bilisummaa Oromoo qabsoo siyaasaa gaggeessaa turee dhaaba isaa ABO jalaatti hiriiruun hanga har’aatti qabsoo godheen jijjiiraama biyya tana keessaatti mul’aata jiruuf madda bu’uuraa tahee jira. yeroo kanaattis jijjiiraama siyaasaa idiil addunyaa, afriikaa, gaanfa afriikaa, akkasumaas impaayera Itoophiyaa fi Biyya teenya Oromiyaa keessaatti tahaa jiruu obsaan ilaalaa jirraa. akeekni Qeerroon qabsoo taasiseef sarbaama mirga namoomaa qe’ee Abbaa oromoo kabaaja fi ulfiina dhabdeetti kabaaja horee mirga abbaa biyyummaa akka sabaatti qabnu mirkaneeffannee kabaajchiifatuufi. Haa tahuutii taateewwaan irraa deeddebiin tahaa jiraan hundiyyuu kan faallaa wareegaama oromoon akka sabaatti kaffaalaa turee waan tahaaniif kana immoo callisnee ilaaluuf obsa fixaannee jirraa. waanti amma mul’aataa jiruu kun namootaaf ifa tahuu baatuus nuti Qeerroon Continue reading

SBO Caamsaa 08,2019. Oduu fi Rakkoo qubattoota Oromoo Godina Buunnoo Beddellee Ona Makkoo Araddaa Biiftuu

Aside

Virus-free. www.avg.com

SBO Caamsaa 05,2019. Oduu, Miidhaa Humni Addaa Naannoo Amaaraa Ummata Oromoo Walloo fi Karrayyuu irratti geessisaa jiran ilaalchisee marii namoota adda addaa waliin deemsisame

Aside

Virus-free. www.avg.com

“ABO ” Wallagga Magaalaa Naqamtee Kutaa 2ffaa

Aside

SBO Caamsaa 03,2019. Oduu, Dhorkamuu GGO Aanolee irratti gaaffii fi deebii taasisame akkasumas ilmaan Oromoo 36 mooraa waraanaa Xoollaayitti fo’amanii hidhaman ilaalchisee gaaffii fi deebii taasisame

Aside

Virus-free. www.avg.com

IBSA: QEERROO BILISUMMAA OROMOO

Aside

(Finfinnee, Eebla 28/2019) Qeerroon Bilisummaa oromoo haala yeroo irratti marii godhuun akka armaan gadiin ibsa baasuun xumure.


Qeerroon Bilisummaa Oromoo baroota hadhooftuu irraa jalqabee hanga ammaatti qabsoo gabroomfataa of irraa fonqolchuuf godhu sochii karaa nagaa ABO dhaan hogganamnee gochaa ture itti fufuun kan yeroo kamii caalaa akka hojjetaa jiru beeksisuun yeroo ammaa kanatti taateewaan biyya keenya Oromiyaa keessatti deemamaa jiru jala bu’ee akka hordofaa jiruu fi kanas haal duree tokko malee waan Oromoo fi Oromiyaaf hin taaneef qabsoo hadhooftuu gochuun akka qabsaa’uu qabu waliif galeera.
Qabsoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi Qabsaa’onni haqaa waliin tahuun asiin gahan murni muraasni akka waan OPDO’n qabsooftee qabsoo asiin nuuf geesseetti fudhatanii qabsoon xumuramtee jirti bilisoomneerra warri jedhan akka jiran illee argaa dhagahaa jirra jedha ibsichi.
Haqni jiru garuu qabsoon ABO’n gaggeeffamaa ture ammas gaggeeffamaa jiru bitaa fi mirgaan Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi WBO ijaaruun qabsoo hadhooftuu fi wareegama guddaa erga kaffalee ifa xiqqoo argaa jirru kana akka arginuuf xurree nutti argisiisee akka jiru eenyuyyuu hin haalu.
Ammas qabsoon Adda Bilisummaa oromoon dursamu hanga galma gahutti nuyi Qeerroon Bilisummaa Oromoo kan yeroo kamuu caalaa wal utubnee qabsoo hadhooftuu gaggeessuun hidhaa fi ajjeechaa yeroo ammaa sirna kanaan nurratti gaggeeffamaa jiru dura dhaabbannee falmachuun dirqama jennee amanna. Kana gochuuf immoo olola nurratti gaggeessaa jiru dura dhaabbannee dhugaa fi jaalala jaallaniin wal qabannee yoo deemne dhagaan nuyi hin buqqisne hin jiraatu.
Kanaaf Qeerroon Bilisummaa Oromoo bakka jiruu quba wal qabaachuun qabsoo as geesse xumura itti gochuun Oromoo fi Oromiyaa walaba taate keessatti namuu akka bilisaan jiraatu arguuf haalduree tokko malee qabsoo keenya gara fuulduraatti Adda Bilisummaa Oromoo waliin akka galma geessu homaa shakkiin qabnu waan taheef qabsoo hafteef wal utubuun haa mirkaneessinu jenna. Yeroo kana jennuttis tahe qabsoo gaggeessinu keessatti olola diinni nurratti oofuun hojii manaa nutti kennu kamuu of irraa fonqolchuun akka tahe baramuu qaba.
Akka kanaan Eebla 26/2019 maxxansi obboleettii keenya Mooneet Badhaasaa irratti barreeffamee maxxane kan dhugaa irraa fagaatee fi yaada namoota dhuunfaa tahuu Qeerroo Bilisummaa Oromoo qorannoo godheen mirkaneesseera.
Maxxansi yeroo sana maxxanes namoota jibba dhuunfaa oofaniin akka tahe ilaalchi achi irratti maxxane kan Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) Zoonii Lixaa bakkan buune tahuu Qaama dhimmi ilaalu irraa mirkaneeffannee jirra.
Kanaaf namoonni olola akkasii maxxansitan WBO ykn Qeerroo Bilisunnaa Oromoo akka bakka hin buune waan taheef namuu akkasiin hubatee wal shakkii gidduu keenyatti diinni uumuuf carraaqu karaatti hanbisuun qabsoo keenya akkuma kanaan duraa elaa fi elaameen wal dhageenyee haa goolabnu jenna. Holola hadheessii facaasuun WBO fi Qeerroo gidduutti wal hubannoo maseensuuf aggaammii aggaamamaa jiru qolachuuf dirqama keenya haa bahannu!
Ololli obboleettii keenya Mooneet Badhaasaa irratti gaggeeffame akka fakkeenyaatti kaasne malee namoota biroo irratti illee wal shakkiin akka uumamuuf sobaan namootni diinota qabsoo keenya irraa dirqama fudhachuun olola diigumsaa gaggeessaa jiran waan jiraniif isaan kanas of irraa qolachaa gochaa isaanii immoo ummataaf saaxilaa deemuun dirqama jennee amanna.
Ammaf namoota olola sobaa gaggeessuun qabsoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo gaggeessaa jiru harka diinaa galchuuf wal walirratti shakkii uumuuf namoota hojjetaa jiranis Qeerroon Bilisummaa Oromoo bira gahee waan jiruuf karaa gorsamuun danda’amuun akka gorsaman godhamaa jira . Naamusa qabsichaa akka tiksaniif kabaja qabsoo keenya qabsoo Oromootiin gaafanna!
Qabsoon keenya ABO’n dursamu WBO fi Qeerroo Bilisummaa Oromoo (QBO) qabatee Oromiyaa fi Oromoo walabaan jiraatu arguudha.
Gadaan Gadaa Bilisummaa haa tahu!
Injifannoon Ummata Oromoof
Qeerroo Bilisummaa oromoo eebla 28/2019
Finfinnee, Oromiyaa

SBO Ebla 26,2019. Oduu, Sirna Kabajaa Guyyaa Gootota Oromoo Ebla 15nii Godinoota Baha Oromiyaa keessatti geggeessame ilaalchisuun gaaffii fi deebii miseensa GS ABO fi Gaafatamaa Godinoota Bahaa Jaal Billoo Garbii waliin taasisame

Aside

Virus-free. www.avg.com