Category Archives: Oduu/News
Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Fulbaana 30, 2016
Aside
**GABBISAYYOO** Gaarumma Hundee New Oromoo Music #Irreecha2016
Aside
Godina Baha Wallaggaa HORROO ALALTUUTTII dargaggoon 8 qabamanii hidhaan akka dararamaniif Darbarfamanii Kennaman.
Aside
Fulbaana 30,2016 ,Dargaggoota kana hidhaaf kan dabarsee kennee fi waraana Agaazii TPLFn akka qabaman kan taasise kaabinoota OPDO
1 ,Addisuu Saaqqataa kantibaa
2,Waggarii Dhabaa Durata aa gandaa
3,Badhasaa jalduu dhimmanagenyaa kanneen olii sadan kunneen lukkeewwaan Wayyaanee ta’uun dargaggootaaf maatii dargaggootaa hiraarsaa jiru
Poliisota Ijoollee kana qaban Continue reading
Qeerroon Baadiyaa Wallaggaa Keessa Jiran Diddaa Sirna TPLF Itti Fufan!
Aside
MATAKKAL WAMBARAATTI FINCILLI ITTI FUFEE JIRA!
Aside
Fulbaana 30,2016, Odeessi Qeerroo Gaalessaa akka addeessetti ilmaan Oromoo Godina Matakkal Wambaraa gaaffii eenyummaa isaanii dhiyeessaa akka jiran hubachiisuun,Ayyaana Masqalaa irrattis Qeerroon Aanaa Gaalessaa Walleelee Aadaa fi Warraaksaa weellisuun gaaffii eenyummaa isaanii dhiyeessan!
Ergamtootni murna Xinnoo kanaa, Marsariitii Waajjira Komunikeekeeshinii Aanaa Gaalessaa irrattis, Uummati_Shinaashaa_Afaan_Oromootiin sirbuun ayyana masqalaa kabajan jechuun gaaffii eenummaa uummata Matakkal
Gaalessaa haauuf yaalanii jiru. Continue reading
Hiriira Hagayya jahaa irratti kan qabaman ilmaan Oromoo 17 mana murtii Qirqoos/Golbootti dhiyaatan
Aside
Fulbaana 30,2016,Wanbadeen Murna TPLF guyyaa har’aa hidhamtoota 45 keessaa 17 mana murtii magaalaa Finfinnee Cirqoostti(Golbootti) dhiyeessuun, Onkoloolessa 09,2016tti beellamee jira.Himatamtoonni kun badii tokko mlee,hanga har’aa kan hiraarsamaa jiran yeroo ta’u Hiriira guddicha Oromiyaa Hagayya jahaa irratti qabamuun isaanii ni yaadatama! Continue reading
