Fulbaana 30,2016 ,Dargaggoota kana hidhaaf kan dabarsee kennee fi waraana Agaazii TPLFn akka qabaman kan taasise kaabinoota OPDO
1 ,Addisuu Saaqqataa kantibaa
2,Waggarii Dhabaa Durata aa gandaa
3,Badhasaa jalduu dhimmanagenyaa kanneen olii sadan kunneen lukkeewwaan Wayyaanee ta’uun dargaggootaaf maatii dargaggootaa hiraarsaa jiru
Poliisota Ijoollee kana qaban
1,Ogganaa pholisii anaa Guutoo Giddaa komander Daammanee
2,Fiqaaduu Toleraa
3,Maabiraatuu Alamaayyoo
4,Galataa Gammachuu jarreen kunneen meeshaan doorsisanii barattoota funaansisaa jiru
Dagaggoonni Oromoo Sabboontoti qabaman
1,Dassaaleny Garbabaa
2,Gammachuu Fiixee
3,Dassaleny Fayisaa
4,Barihuun Asaffaa
5,Maannaa Ejjetaa
6,Caalaa
7,Addaamuu Ejjetaa
8,Dassaleny Gabbisaa yoo ta’aan mana hidhaa JAATOO Naqamtee keessatti dararaa
suukaneessaan irratti raawwatamaa jira.
Gama biraan Magaalaa Naqamtee m Naqamtee ganda 06 kessaa
1,Alamaayyo Bantii durata a gandaa
2,Abdii Girmaa itti anaa dura ta aa fi
3,Tasfaa ee kanneen jedhaman amma ammaatti sabbontota 22 basasanii
hidhatti naqsisanii jiru yakka hammeenyaaf yakka garjabummaasaanii
kanarraa akka deebi’aniif Qeerroon gorsee kan hin deebine ta’uu waan
didaniif Uummati Tarkaanfii barsiisoo irratti fudhachuu qaba.
Ashaam ,Dhamsaa OPDO fii wayyaneef .Sabnii oromoo amman booddaa biitaa siirinaa abashaa jallatii hin buluuu ykn hin debi’uu…wayyanee fii goobaanan abbagarraa ykn opdon akkaa sar’ree marrateetii olifii gaddii fiddii malee qabsoo ABO ykn qeerroot gufuu ta’uuf yaduus hin milkooftuu , jarraa kanirra egalee ummanii oromoo ofiin off bulchaa , siirnaa gadaatiin bulaa.injiifaanoon taan ummataa oromotii , Qeerroo , ABO , WBO nuuf jiradhaa …..warreegam qaallii baastaan jirtaan, ammalee warreegam qallii basaa jirtaan.Gallaanii kessaan bilisummaa dhaa. Gadaan gadaa bilisummatii..
2016-09-30 16:29 GMT+03:00 QEERROO :
> Qeerroo posted: “Fulbaana 30,2016 ,Dargaggoota kana hidhaaf kan dabarsee > kennee fi waraana Agaazii TPLFn akka qabaman kan taasise kaabinoota OPDO 1 > ,Addisuu Saaqqataa kantibaa 2,Waggarii Dhabaa Durata aa gandaa 3,Badhasaa > jalduu dhimmanagenyaa kanneen olii sadan kunn” >