Ethiopia: The Charade of Democracy, Rule of Law, and Justice in the Oromo Nation In Ethiopia

Aside

Ethiopia: The Charade of Democracy, Rule of Law, and Justice in the Oromo Nation In Ethiopia

Ethiopia: War Crimes Against the Oromo Nation in EthiopiaHRLHA’s  Release

The OPDO is  primarily accountable for the human misery against the Oromo Nation

When the current Ethiopian government seized power in 1991, the suffering of nations and nationalities that had happened for over a century in Ethiopia hoped for its end, and freedom, justice, and equality under genuine democracy- as promised and put on paper by the Transitional Government of Ethiopia (TGE)- would prevail. Continue reading

Gaggeessaa Jaallan Eebbifamtoota Bara Kanaaf Qeerron Yuunibarsiitii Jimmaa Bifa Ho’aan Goolabee jira.

Aside

GDASAO JUWaxabajji 24,2017/ Falma abbaa biyyummaa irratti FDG irraa hanga FXG waliin falmaa diddaa roorroo halagaa waliin taasifamaa ture irratti waliin waan uummata Oromoof ta’a jedhamu mara irratti waliin turtii taasisaa turan. Adeemsa falmii mirga abbaa biyyuummaa ABO n durfamuu kana keessatti bu’aa bayii hedduu waliin dabarsaa kan turan, bakka rakkoon walii isaanirra gahe irraatti maallaqaniis qaamanis wal tumsaa turuun walirraa faca’iinsa Oromiyaa keessaa sababa dalagaa hojiif akkasuma xumura barnootaa kaawwaniif qophii gaggeessaa waliin taasisanii jiran. Continue reading

Godina Lixa Shaggar,Magaalaa Amboo Keessatti FXG Itti Fufuu Qeerroon Gabaase.

Aside

Itti fufaWaxabajjii 23/2017) Gidduugaleessa Oromıyaa Godina Lixa Shaggar Magaalaa Ambootti Guyyaa Har’as Itt Fufuun Goototni Qeerroon barattootni fi Dargaggoonni Oromoo Magaalaa Amboo Sochii Warraaqsaa FXG jabeessuun hidhaan, ajjeechaa fi dararaan kamuu qabsoo falmaa mirga abbaa biyyummaa keenyaaf goonu irraa hanga gaaffiin mirga abbaa biyyuummaa deebii argatuutti Sochii mormii gita bittaa abbaa irree wayyaaneef qabnu irraa hin dhaabbatnu jechuun Sagalee Mormii jabaa dhageesisuun waraana wayyaanee dura dhaabbatan. Continue reading