Muddee 20, 2017. Oduu, Ibsa ABO irraa laatame, Haala Yeroo irrratti qophii mata dureen isaa “Waraanni Ummata O romoo irratti kan labsame har’amiti” jedhuu fi Sagalee Bolisummaa Oromoo Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

Qeerroon Bilisummaa Iluu Abbaa Booraa Mattuu Guyyaa Har’aas Hiriiratti Jiru.

Aside

Image may contain: one or more people, crowd and outdoor Continue reading

FXG Magaalaa Dambi Doolloo Muddee 20,2017

Aside

Image may contain: one or more people, people standing, crowd and outdoor Continue reading

[SQ, mudde 19,2017] Guyyaa 4ffaaf kaleessa mudde 18,2017 barattootni mana barumsaa sadarkaa lammaaffaa Naqamtee uummata Oromoo ajjeefamaa jiru yaadatan. Tooftaaf tarsiimoo haaraan carqii gurraacha qabachuun

Aside

Guyyaa kaleessaa jechuun mudde 18,2017 Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Haawwaa Galaan magaalaa Gabaa roobii keessaatti FXG deemaa ture.

Aside

Image may contain: 1 person, crowd and outdoor Continue reading

mudde 19,2017] Lixa Oromiyaa magaalaa Najjoo keessatti uummanni kitilaan lakkaa’amuu gocha jallataa mootummaa abbaa irree wayyaanee guyyaa kaleessaa balaaleffataa turan.

Aside

Image may contain: one or more people, sky, cloud, crowd, outdoor and natureImage may contain: one or more people, people standing, people walking, outdoor and nature

Haala deemaa jiru irratti hubannaa barbaachisu

Aside

Kumkummee Sirbaa Irraa

Haala siyaasaa biyya Itophiyaa jedhamtu keessatti deemaa jiru hubachuuf hayyuu siyaasaa tahuu hin barbaachisu. Namni sammuu hubatuu fi ija argu qabu, waan ija namaa duratti, lafa irratti, mul’ataa jiru haaluu hin danda’u. Haalli siyaasaa biyya Itophiyaa shakkii tokko malee jeequmsa guddaa keessa seenee jiraachuun mirkanii dha. Kun jala sararamee beekamuu qaba. Maaltu dhalateetu waan haaraan jira jetta nama jedhuuf:

  1. Sadaasa 2015 irraa jalqabee ummatni Oromoo (keeessaahuu Qeerroo fi Qarreen) waggaa tokkoof sochii wal irraa hin citne isaan agarsiisan mootummaa Wayyaanee hundeedhaan raasee bakkatti akka hin deebine taasise. Sochiin kun mootummaan Wayyaanee akka humna isaa fixate dirree baasee mul’ise. Ummatni Oromoo walii hin galu kan jedhamaa ture bitaa fi mirgaa, kaabaa fi kibbbaa, magaalaa fi baadiyyaa ka’ee dhaadannoo wal fakkaataa dhageessise. Kana malees Gartuuleen siyaasaa harki wayyabi afaan tokko dubbachuu eegalan. Kun siyaasaa biyya sanaa keessatti dhaga’amee kan hin beeknee dha. Uummatoota wayyaba Amaaraa fi Oromootu wal tumsuu eegale. Kun waan haaraa dha. mitii? Continue reading

ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa Muddee 18/2017

Aside

Guyyaa Har’aa Muddee 18/2017 Godina Wallaggaa Bahaa Magaalaa Naqemteefi Godina Qeellam Wallagga aanaa Hawwaa Magaalaa Gabaa Roobiitti FXG Gaggeefame.

Aside

Image may contain: one or more people, crowd and outdoorGuyyaa Har’aa Muddee 18/2017 Godina Wallaggaa Bahaa Magaalaa Naqemteefi Godina Qeellam Wallagga aanaa Hawwaa Magaalaa Gabaa Roobiitti Qeerroon Dargaggootni Oromoo, Barattootni Oromoofi Uummatni Oromoo Sochii warraaqsaImage may contain: 1 person, standing and outdoor FXG jabeessuun yakka duguuggaa sanyii mootummaan wayyaanee gaggeessaa jiru balaaleffachuun ilmaan Oromoo waraana agaazii wayyaaneefi waraana liyuu hayilii somaaleen wareegamaniif gaddaa guddaa itti dhagaame ibsatan. Qabsoon hanga bilisummaatti kan itti fufuu ta’uufi sodaa waraanaaf kan addaan hin citneefi daranuu kan qabsootti jabaatanii gabrummaatti xummura gochuuf onnatan ta’uu ifatti Qeerroon hubachiisera. Continue reading

Mudde 18: Qeerroon Mattuu ajjeechaa mootummaan Wayyaanee ummata keenya Baha Oromiyaarratti raawwate balaaleffayaa oolan.

Aside

Image may contain: one or more people, people standing, crowd and outdoor
Continue reading