Welcome to Qeerroo Bilisummaa webiste! We are here to serve Qeerroo generation who are seeking freedom in their new emerging life.We are Hope for Oromians and lead by example. We have a saying, Follow the Kuusaa and do what the Yuubaa says.
http://qeerroo.com
Mohaammad Saayid kanneen Jedhaman weellistoonni sababa itti dhukkaamfamaanif yeroof hin beekamne,baandii opdo keessaa hojjechaa kan turan lafa jireenyaa fi miindaas kan qabani,yeroo adda addaattis waltajjii kan afeeramani ,isaanis gola Kenya qulquulleessina waan jedhan fakkaatu.
Ammaaf weellistoonni kun wajjira poolisii suluultaa jiraachuun beekameera.Kanas tadhe sana Orommuummaan yakka tadheera Sirna nama nyaataa kana biratti.