Unknown's avatar

About Qeerroo

Welcome to Qeerroo Bilisummaa webiste! We are here to serve Qeerroo generation who are seeking freedom in their new emerging life.We are Hope for Oromians and lead by example. We have a saying, Follow the Kuusaa and do what the Yuubaa says. http://qeerroo.com

በኣዲስ መንገድ የጀመረው የኦሮሞ ህዝብ ኣመጽ ከገበያ ኣድማ ቀጣይነት ወዳለው የጭቆና ፍጻሜ ኣመጽ ይሸጋገራል!(የቄሮ ቢሊሱማ ኦሮሞ መግለጫ የካቲት 14, 2018 ዓም)

Aside

በኣዲስ መንገድ የጀመረው የኦሮሞ ህዝብ ኣመጽ ከገበያ ኣድማ ቀጣይነት ወዳለው የጭቆና ፍጻሜ ኣመጽ ይሸጋገራል!

( የቄሮ ቢሊሱማ ኦሮሞ መግለጫ የካቲት 14, 2018 ዓም)
የኣኩሪ ታሪክ ባለቤት የሆነው የኦሮሞ ህዝብ ከኣንድ ምዕተ– ዓመት በላይ የተጫነበትን የባእዳን ጫናና ባርነት ይብቃ! በሚል ተነስቷል። ቄሮ ቢሊሱማ ኦሮሞ ኣዲሱን ዓመት 2018 እና የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ቀን በዓልን ምክንያት በማድረግ ባካሄደው የኣመራር ስብሰባ ጥር 11 ቀን 2018 ዓም ለመላው የኦሮሞ ህዝብ “”ባስተላለፈው የቄሮ ቢሊሱማ ጥሪ ላይ እንዳእቅድ ከወጣቸው መካከል የኦሮሞ ህዝብ የመብት ጥያቄ ምላሽ እስከሚያገኝ ድረስ የጭቆና ፍጻሜ ኣመጹን ለመቀጠል ጥሪ ማስተላለፉ ይታወሳል።
ቄሮ ቢሊሱማ ያስተላለፈውን ጥሪም መላው የኦሮሞ ምሁራን፣ ነጋዴዎች፣ ኣርሶ ኣደሮችና ተማሪዎች በኣንድነት በመነሳት በዚህ ዓመት ውስጥ የጭቆና ስርዓት ፍጻሜን ለማሳካት በስራ ላይ የሚውልና ታሪካዊ ጥሪ ኣስተላልፈናል። በዚሁ መሰረት ከየካቲት 12 ቀን 2018 ዓም ኣንስቶ እስከ የካቲት 14 ቀን 2018 ዓም ድረስ በተለያዩ የንግድ ስራዎች ላይ ተሰማርተው የሚገኙ ሁሉም የኦሮሞ ነጋዴዎች የገበያ ኣድማ እንዲመቱ በብቃት ሲሰራበት ነበር። የገበያ ማቆም ኣድማው ዕለት ሳይደርስ የተሰራጩትን ወረቀቶችና የተላለፈውን ጥሪ በመቀበል በንግድ የሚተዳደረው የኦሮሞ ህዝብ ለ 3 ቀናት ላካሄደው የገበያ ኣድማ ቄሮ ቢሊሱማ ኦሮሞ ያለውን ታላቅ ኣክብሮትና ኣድናቆት ይገልጻል።

Continue reading

Diddaan Ummata Oromoo Bifa Haaraan Eegale Lagannaa Gabaa Irraa Gara Fincila Xumura Gabrummaa Wal Irraa Hin Cinneetti Ceha.(Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo)

Aside

Diddaan Ummata Oromoo Bifa Haaraan Eegale Lagannaa Gabaa Irraa Gara Fincila Xumura Gabrummaa Wal Irraa Hin Cinneetti Ceha

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Gurraandhala 14,2018

Ummanni Oromoo seenaa boonsaa qabu dhiibbaa alagaa fi gabrummaa jaarraa tokkoof baadhataa ture na gahe jechuun ka’ee jira.

Qeerroon Bilisummaa Oromoo bara haaraa 2018 fi guyyaa WBO ilaalchisee walgahii hogganootaa godhateen “ Labsii Qeerroo” Amajjii 11,2018 ummata Oromoof dabarsee ture irratti akka karooraatti kan fudhate keessaa  amma gaaffiin ummata Oromoo deebi’utti Fincila Xumura Gabrummaa(FXG) itti fufuuf  Labsii dabarsuun ni yaadatama,Labsiin darbes  Hayyoota Oromoo,Daldaltoota Oromoo,Qonnaan bultootaa fi Barattoota Oromoon hundi tokkummaan ka’uun bara kana keessatti xumura gabruma akka milkeessaniif labsii hojii irra ooluu fi seena qabeessa dabarsine. Continue reading

Magaalaan Burraayyuu Hayyoota Gootata Oromoo Obboo Dajanee Xaafaafi Obboo Gurmeessaa Ayyaanoo Ofitti Simachuun haala addaa keessa bulte.

Aside

https://www.facebook.com/ferhanabdulselam/videos/10213937745032042/Har’a Guran 14/2018 ganama kana guyyaa #3ffaaf manneen daldalaa hundii cufaa, sochiin geejjiba hin jiru, hojiinis akkuma dhaabbatetti jira. Qeerroon Wallee Warraaqsaa dhageesisaa jira.

Continue reading

Gootota Oromoo Maatiin Seenaa Hojjetan!

Aside

Image may contain: 1 person, standingNamootni suuraa irratti argitan sadeen kunniin ilmaan abbaafi haadha tokkooti. Sadeenuu Ada’aa Bargaa, Incinniirraa qsbamanii mana hidhaa Qilinxootti hiraarfamaa jiru.
_Nigusuu Dirribaa (Miseensa KFO)
_Katamaa Dirribaafi
_Dajanee Dirribaati.
Qabsoon Oromoo hunda hidhaadhaa baasuu qaba!

Waan Baaneef Waan Kaaneef Beekna!

Aside

Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Finfinnee Oromiyaa
Biyya Oromiyaa dhuunfachuuf halagaan erga humna adii alaa irraa gargaarsa meeshaa argachuu qabe ka’ee uummata Oromoo akka arge ajjeesee, saamee, Hidhee hidhaan sakaalaa yoona gahe. Ilmaan Oromoo martuu uummanni Miliyoonni 60 tti siqu yeroo hidhaa keessa jirrutti, kanneen mana hiraarsaa Qaallittii dabalatee kaawaan keessa jiran warra kallattiin hidhame. Akkasuma nuti kanneen maqaaf uffannee, dhiqannee yaana jennus hidhaa keessa waggoota hedduu lakkoofsiisaa jirra. Har’a mirga waan feete hojjechuu, waan keen fayyadamuu dhabdee hidhamteetta. Kana keessa waggoota dhalli namaa obsuu hindandeenye keessa obsinee tarre.

Continue reading

SQ-SAGALEE QEERROO GURAANDHALA 13 2018

Aside

Continue reading

Moyyaalee Guyyaa 2ffaa

Aside

Image may contain: sky, cloud, outdoor and natureImage may contain: sky, outdoor and nature

Gujii, Bulee Horaa Guyyaa 2ffaa

Aside

Image may contain: one or more people, people standing, sky, basketball court, crowd and outdoor Continue reading

Fincila Xumura Gabrumaa(FXG) Magaalaa Bishooftuu Guyyaa 2ffaa

Aside

Gootonni Qeerroo Magaalaa Baakkoo Lixa Shaggar Guyyaa 2ffaa Akkasitti Jiru!

Aside

Continue reading