http://PressTV.com/Default/Embed/556121
Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Click to share on X (Opens in new window) X
- Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
Qabsaawaa Alamaayyoo Dhugumaa abbaa isaanii Obbo Dhugumaa Gammadaa fi haada isaa Aaddee Yaadanii Jaaxaa irraa Godinaa Horroo Guduruu Wallagaa, aanaa Horrootti bara1958 dhalate. Akkuma umuriin isaa barnootaaf gaheen mana barumsaa Shambuu galee kuta 1ffaa amma sadetiitti barate. Barumsaaf uumaan waan kennaa guddaa qabuuf wagaa jaha keessatti kutaa 8ffaa xumuree jira. Akka kutaa 8ffaa xumureen mana barumsaa kutaa lammaffaaf magaalaa Naqamtee deemuu malee filmaata hin qabu ture. Waan baayyee ijoollee tureef isa gargaaruuf obboleettiin isaa wajjin Naqamte deemuuf dirqamte jirti. Kutaa lammaffa Magaala Naqamteetti keessatti utuu barachaa jiru warraaqsi biyyittii keessatti fininuun Mootummaa Haayile Silaasee buqqaase.