ONN Live Stream Gaaffif Deebii HD/ ABO J/ Daawud Ibsaa Waliin Kutaa 1ffaa Aside Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Warraaksi biyyaalessaa FXG bifa haaraa ta’een ganama har’aa mooraa yuunversiitii wallaggaa keessatti dhohee jira. Aside Sadaasa 20 bara 2017 Gootowwan barattoonni moorichaas ganamarraa ka’uudhaan mooraa yuunversiitii wallaggaa keessa oliif gadi naanna’anii sagalee isaanii dhageessifachaa otuu jiranii waraanni wayyaanee barattoota addaan facaasee jira. Gaaffiin barattoonni mooraa yuunversiitii wallaggaa gaafachaa jiranis gaaffii mirgaa kan kabajamuu mirga Abbaa biyyummaa oromootti aanee diddaa COCn nurraa haa dhaabbatu jedhu akka ta’es eeruun nu ga’e addeessee jira. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Dirmannaa Oromummaa Uummata Oromoo Waraanni Wayyaanee Itti Bobbaafamee Ardaaf Qe’eesaan irraa Baqqaafamaniif Ajjeffamaa Jiraniif Oromoof Saboonni Cunqurfamoo Impaayera Biyya Ethiyoopiyaa Sagaleen Addunyaatti Dhageesisuufiin Dirqama Namummaati Aside Sadaasa,19,2017 Oromiyaa Finfinnee Waggoota dheeraaf afaan qawween ofiin bulli mootummaa wayyaanee Uummata Oromoof saboota Cunqurfamoo Impaayera biyyattii bitaa tuee bitaas jira. Har’as Waggoottan imimmaan Oromoo akka galaanaa dhangalaa’aa jiran keessa seennee jirra. Qe’een Oromoo goolii saamtota kaabaa saamtota TPLF tiin boohichaaf watwaannaarra oolaa jira. Guyyaatti lubbuun nama 5 giddu galeessaan baafamaa jira. Qe’ee Oromoorraa Oromoo gadaansisuun ardaan Oromoo samamaa jira. Qabeenyi uummanni keenya umurii guutuu dafqee horataa ture saamtota Wayyaaneen maqaa Liyyuu ayiliin bobbaafteen saamamaa jira. Hanga ammaatti Oromoonni 60000 (kuma dhibba ja’aa) ol ta’aan lafasaanirraa buqqaa’aa jiru. Lafa keenyarrattis du’aa jirra. Shiftaa Wayyaaneen Uummata Oromootti bobbaafte addunyaaf ifa gochuun dirqama namoomaa yeroo hinbarbaannedha. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Sadaasa 17, 2017 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Abbootiin Irree Maaliif Salphina Eeggatu? Aside Baarentuu Gadaa Irraa Dubbiftoota! Mee abbootiin irree humnaan aangoo qabatan maaf aangoo humnaan qabatan sanarraa bu’uu didu..? maaf salphina eeggatu..? jedhamtanii odoo gaafatamatanii deebiin keessan maali? Abdiin qaba baayyeen keessan akka sababaa adda addaa tarreessitanii fi kanaa fi sana jettan. Eeyyee namuu sababa adda addaa danuu tarreessuu danada’a. Sabani kunis walfakkaachuu baachuu mala! Dhugaan lafa kanarra jiruu fi irra jiraan namaa irratti walii galu, kan seenaan abbootii irree ka’anii kufanii argisiisu garuu tokkoo fi tokko qofa!!! Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...