IBSA GABAABAA GAMTAA BARATTOOTA OROMOO (GBO) IRRAA BARATTOOTA OROMOOFI UMMATA OROMOO HUNDAAF DABARFAME 

Aside

 Mootummaan abbaa irree Wayyaanee Sochii Warraaqsa Biyyoolessa Oromiyaa FXG fi Qabsoo bilisummaa Oromoo roga hundaan hudhee isa qabee jiruufi kufaatii kallattii hundaan isa muudate keessaa ba’uudhaaf yeroo gara yerootti bittaa umrii dheereffachuuf shira hamaa Ummata Oromoo irratti xaxaa akka tureefi itti jiru beekamaadha. Yeroo ammaa lolli maqaa Liyyuu Haayilii Sumaalee golgatee daangaa Oromiyaa Bahaan, Kibaaafi Kibba Bahaatiin waraana ifatti Uummata keenyarratti banamee gaggeeffamaa jiruun ajjeechaan jumlaa, Continue reading

Tapha Siyaasaa/Qumaara Siyaasaa Oromoo Irratti Murna Wayyaanen Taphatamaa Jiru.

Aside

Waan Oromoo irra gahaa ture dararaan uummataa hidda jabeeffachuuf munyuuqaa jiraachuun beekamaadha. Haalli Oromoon keessa jiru amma haalli qabsoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo ammaa kun kan akka amna darban faana wal kiphu miti. Sochiin diinni qiyyeeffatee Oromoo irrarti raawwataa jiru danabaalee jira. Kan uummaanni taasisus akkanuma. Taphni siyyaasaa TPLF’f garaaf bultoota ishee OPDO tapha bakka lamatti qoodamuudha.

  1. Tapha Adii yknTapha Mul’ataa
  2. Tapha Gurracha ykn Tapha Dhokataa
  3. TAPHA ADII/ MUL’ATTUU

Tapha Tigirooti gartuu arcaatuu ilmaan Oroomootti akka silmii maxxantee dhiiga xuuxaa turte OPDO faana gaggeessan keessaa kan dursa hojolmaa ykn hoojirra olmaan ariifatee socho’udha. Tapha kana ariitiin akkuma isaan uummatarratti gaggeessan ariitiin baruuf nii salphata. Iciita tapha Adii kana ariitiin hayyoonni Oromoos Oromoonis nii bara. Taphni kun yeroo hedduu waan bakkee duraa bahuuf gufuu heddata. Milkii isaarra Miilla Qeerrootu ejjetee Hiddii fardi irra ejjete godha. Tapha kana yeroo sardamsaa falaaf malli dhibu ariitiin itti seenu. Taphni kun gaafa gufuu jajjabaa godhatuuf danqaraan itto hammaatu tapha biraa jijjiiru. Continue reading

Lixa Oromiyaa Aanaa Guutoo Giddaa Saamicha Lafaa Adeemaa Jiruuf Uummatni Ganda Lookoo Bulchaa Gandaa Kan Ture Irratti Himata Banan

Aside

Fulbaana 20,2017
Saamicha lafaa yeroo yerootti adeemamuun uummata lafa isaarraa buqqaasuun namoota halagaa qubsiisaa turuun wayyaanee yaadannoo jabaadha. Adeemsi saamicha lafaa sun har’as aanjaa’ee kan itti fufe yoo ta’u, abbootii lafaa irraa lafa saamuun maallaqatti jinniirratanuu namoota biraaf qubsuma taasusuurratti investment irratti babbal’isuurratti argamu. Uummanni Oromoo lafa abbuummaa itti qabu molqamuu mormu kaawwan hidhuu kaawwan ajjeesuunillee ture. Buqqa’iinsa Oromoo kanaaf beenyaa gahaaf qabeenyi bakka bu’umsaa utuu hinkennamiin lafa saamuun gagdadoo jireenyaa keessatti ilmaan Oromoo kufaa turuun beekamaadha. Gartuun Tigirootaa ykn Wayyaanee kun saamicha taasistu ammallee daran jabeessitee kan jirtu ta’uun beekamaadha.

Continue reading

SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Fulbaana 19, 2017

Aside

Continue reading

SBO: Fulbaana 20 bara 2017. Oduu fi Gaaffii fi Deebii Itti Aanaa Hayyu-duree ABO Jaal Araarsoo Biqilaa waliin taasifame Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

ONN; Ajjechaa Sukanneysaa M/Adaree Biyyo Hammarressatti Ilmaan Oromo Irratti Raawwatamee Laalchisee Ibsa ABO

Aside

Qeerroo Bilisummaa FXG Godina Harargee

Aside

SBO: Fulbaana 17 bara 2017. Oduu, Ibsa ABO irraa kennamee fi Dhaammannoo Hirmaattota Kora Sabaa 4ffaa ABO.

Aside

SBO: Fulbaana 15 bara 2017. Oduu, Ibsa ABO fi Itti fufa Yaada Hirmaattota Kora Sabaa 4ffaa ABO.

Aside

ONN: Haala Oromiyaa Keessatti Deemaa Jiru Laalchisee Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Irraa Fulbaana 12/2017 Kenname.

Aside

Continue reading