SQ: Sagalee Qeerroo Bilisumma Oromoo, Fulbaana 29, 2017 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Sababaa Liyyuu Poolisiniin Lammiileen Oromoo Qabeenya Isaanii Saamaman Maal Keessa Jiruu?? Aside Maqaa saboota ollaa keessattuu maqaa olloota daangaa Oromiyaan dahatee sirni gita bittuu Wayyaanee uummata Oromoo irratti loltoota bifa addaan biyyoota awuroophaa faana waliin ta’uun leenjifate itti bobbaaseen Oromoon kumoota hedduun lakkaahaman ardaa isaanirraa buqqaa’anii jiru. Ilmaan Oromoo garraamiin kun badii tokko malee rakkoo daangaa irraan xuxxuuqqaa jirus utuu quba hinqabaatin Sumaalee bakkoota Jijjigaaf, Wucaalee keessa dararaa hamaan irra dhaqqabeera. Dararaa gara jabeenyaa hamaa kanaan uummatni keenya kumootaan qabeenyaa isaanii mara dhabanii kan deemaan cinatti miidhaa suukaneessaan irra dhaqqabee jiraachuu dubbatu. Lammiilee Oromoo manaaf qabeenya isaanii dhabanii Oromiyaatti baqatan keessaa , gurmuu gara Oromiyaa Lixaatti qubsiifamanii jiran akka arginee haasofsiifnetti. Ilmaan Oromoo waan tokko wal dhabdee takka utuu gurraan hindhaga’in dararaa hamaan irra dhaqqabee jira jedhu. Daraaraawwan suukanneessoo kanneen keessaa keessattuu Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Booreen bahuun booreen galuuf Aside Gaafa na fannisanii Hidhatti na reebani Hidhaatti na rukutaa Ibsaa na qabsiisani Obsaan guyyaa eeggadheen Barii lafaa hawwa taa’ee Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Humni Waraanaa Wayyaanee Sodaa Hokkora Irreecha Irratti Kaafamuu Mala Jedhuun Gara Bushoiftuutti Guuramaa Jira. Aside Fulbaana 29,2017/ Aadaaf duudhaa Oromoo keessaa Irreechi isa guddaaf olaanaadha. Ayyaanni Irreechaa sirna galata galfannoo Waaqaa kan lammiin marti itti wal gahu ta’uun hubatamaadha. Irreechi Bushooftuu bakka nagaa, bakka jaalalaa, bakka kadhaa amantaa Oromooti. Bu’aa ba’ii hedduu mudataa turanis jabaatee asiin gahatee ayyaana kana kabajachuuf jalabultiirratti argama. Ayyaanni kun akka miidiiyaan biyyaa keessaaf alaa wal harkaa fuudhanii dubbataa turanitti humbi waraanaa kamuu akka achitti argamuu hindandeenye jedha. Murtiin abbootii gadaas, kan Qaamni hidhannoo hidhatu kamuu akka achitti hinargamne, bakka sana alaba Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Qeerroon Gindhiir Guyyaa Har’aa Akkasitti Jiru. Video Reply Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Qophii GAADDISA DHUGAA: Gaaffif Deebii Itti Aanaa Haayyu Duree ADDA BILISUMMAA OROMOO Waliin Fulbaana 2017 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...