Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 19, 2017 Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2017/05/sq-caamsaa-19-eebbisaa.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
ABO Balaaleffadha Jechuun Wayyaanoti Conference Dubartootaa Sababa Jedhuun Walgahii Irratti Ololan. Aside Caamsaa 18,2017/Godina Arsii Aanaa Jajuu Magaalaa Arbooyyee keessatti Dubartoota maqaa koonfirasii Dubartootaa jedhuun wal gahii teessisaa jiru. Magaalaa Arbooyyee keessatti koonfiransii Dubartootaa jechuun itti gaafatamaan waajjira eegumsa fayyaa aanaa Jajuu Geetaahun Nugusaalam kaabinoota aanotarraa dhufan wajjiin ta’uun olola siyaasaa isaanii babal’ifachuuf dubartoota gandoota hundarraa walitti qabee wal gahii teessisuun. Manneen keessan keessatti Abbootii manaa keessanii fi ujoolleen teessan humnoota badii jala deemudhaan kaayyoo Adda Bilisummaa Oromoo ABO galmaan gahuuf akka hin sochoone isin debartoonni gaheen guddaan maatii hoogganuu isin harka waan jiruuf akka maatii keessan gocha badiitirraa dhoorgitan yoo humna keessanii ol ta’anis mootummaa quba qabaachisuun akka karaa mootummaatin gorfaman godhuu qabdu ta’uu baannan maatiin keessan akkuma waggootan lamaan darbe argitan akkuma baheen isin jalaa hafuu danda’u hojiin isaanii Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Caamsaa 18,2017 Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2017/05/sq-caamsaa-18.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
ONN : BANIINSSA ONN DR MOSISSA ATALANTA Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Gabaasa Addaa Qeerroo Aside Murni shiftaa fi saamichaa fi aangoo qawween biyya Oromiyaa saamuun duroomte wayyaaneen torban kana keessa maqaa walga’ii kiraa sassaabdummaa jedhuun uummata Oromoo gidirsuuf karoora jabaa baafattee hojiirra oolchuuf qoophiishee xumurtee jiraachuun saaxilame. Akka maddi oduu Qeerroo goleewwan Oromiyaa irraa nu qaqqabaa jiran addeessanitti sirni aangoo qawweetiin uummata Oromoo saamaa fi saamsisuun beekamtu murni hattuun Tplf maqaa walga’ii kiraasassaabdummaa jedhamu daa’effachuun torban tokkoof uummata Oromoo gidirsuuf qoophiishee xumurtee uummata oromoo godinaalee Oromiyaa mara keessa jiranis maqaa wal ga’ii kanaatiin afanffajjeessuuf ijaabaachaa jiraachuu qeerroon gabaase. Mootummaan sirna nama nyaattuu fi saamtuun abbaa irree Wayyaanee kan ilmaan Oromoof daqiiqaa tokkoof gara laafina hin qabne tuffii fi inaaffaan kan keessa ishee nagaa dhorke dur irraa kaastee hanga hanga har’aatti karaa ittiin ilmaan oromoo irratti bara bittaa ishee dheereffattu qopheeffachuun hojiishee idileedha.Waraanni nama nyaatuu sirna afaan qawween biyya oromiyaa saamuun kan duraayyuu caalaattii fardeeffamuun ilmaan oromoo nagaan ba’anii galuun hammaatee jira. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SBO Caamsaa 19,2017. Oduu fi Gaaffii fi deebii Hogganaa Gamtaa Barattoota Oromoo waliin taasisame Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2017/05/19052017sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Qondaallonni Wayyaanee OPDO Ummata Oromoo Guyyuu Walgahii Jechuun Hojii Hiiksisee Rakkisaa Jiru. Aside Caamsaa 17/2017 Godina Arsii Aanaa Siree keessatti Rokkoolee bulchiinsa gaarii kan ummanni irraa komii kaasaa jiran ganda hundarraa qorannee adda baasuu qabna jechuun OPDOn ummata iddoo hundatti wal gahii jettee roobafii aduun qaqaa jiraachuun dhagayame.Rakkoo bulchiinsa gaarii qofa osoo hin taane ummanni tokko Shaniin deebi’ee akka ijaaramuu qabus akeekkachiifni bulchitoota gandaatiif kennamee jiraachuu maddeen oduu keenyaa gabaasanii jiru. Kana malee Godina Addaa Oromiyaa naannawa finfinnee kutaa magaalaa Aqaaqiitti koonfiiransiin dargaggootaa gaggeeffamaa jira. Dargaggoonni magaalattii hundi akka wal gahii kanarraa hin hafne galgalaan sagalee guddiftuun iyyaa turuun isaaniis dhagayameera Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SBO: Caamsaa 17 bara 2017. Oduu, Gabaasa Oduu fi Gaaffii fi Deebii Dargaggoo Gooressaa waliin taasifame -Kutaa 3ffaa Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa. Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2017/05/17052017sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Caamsaa 16,2017 Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2017/05/sq-caamsaa-16-caalaa.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Oduu Godinaalee Oromiyaa Aside Caamsaa 15,2017/ Daandii Aspaaltii kan Adaamarraa Asallaa deemu kan Godina Arsii Aanaa Doddotaatti addaan citeen wal qabatee Ummanni rakkoo saaxilamuun dhagayamee jira. Akka gabaasni achii nu gahe himutti Ummanni gatii duraan kaaffalu dachaadhaan akka kaffalu taasisamaa jiraachuu fi Tiraafiikonni Wayyaaneen daandii kanarratti bobbaaftes konkolaachiftootarraa qarshii waan argataniif Konkolaachiftoota adabaa akka hin jirree fi yeroo konkolaattonni dhufan karaarraa akka maqaa jiran gabaafamee jira Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...