SBO Ebla 07,2017. Oduu, Hidhaa deemaa jiru irratti gabaasa qindaa’ee fi Gaaffii fi deebii Qeerroo dargaggoota Oromoo Fayyisaa Asaffaa fi Anuwaar Sa’id waliin godhame kutaa 3ffaa fi isa xumuraa

Aside

ONN : Qophi Kayyoo”Marii dirmmannaa qabsoo Bilisummaa Oromoo “

Aside

DUBBII HAALAAN KAN HIN BEEKNEE, ITTI HIMANUU HIN GALUUF !!!!

Aside

SEENAA Y.G(2005)    kutaa 1ffaa

Eeyyama Tigrootaa malee, Lammaa Magarsaa waa jedha jettanni warri yaaddan dogoggora gudaa gotan. Lamma Magarsa cannot say a word against TPLF without a permission from them

Waggoota 150 oliif Gabrummaa jala jirra. Bilisummaan jiraachuu irra, Gabrummaa jalatti waa hedduu baratan. Warri Gabrummaa jala turanii fi jiran, hadhaa gabrummaa tokkummaan hadheeffatanii, mi’aa Bilisummaa waliin dhandhamaa jiran. Nuuti garuu hadhaa Gabrummaa kana wal qixa hadheeffachaa hin jirru. Kanaaf bakka sagal dhaabbannee ija walitti baafna. Waan nu ilaallatuu fi nu hin ilaallannee wallaallee, wal qoccolla. Akka nama tokkotti Kan of hin bilisomsinee , Bilisummaa sabaaf hin falmuu. Warri Bilisummaa ofii hin mirkaneessinee, , Waa gaafa ho’iitu, Bilisummaan boruu taati jedhanii  fiiganii itti seenan. imalli bilisummaa yeroo dheerattu ammoo keessaa ba’anii, ykn ganee, ykn moggaa dhaabbatee qeeqaa fi xiinxala eegala. Namni Bilisummaa barbaaduu , jalqaba ofii isaa qaamaa qalbii bilisoomu isa barbaachisa. Raajiin Oromoota keenya keessatti argaa jirru garuu , kanarra taree OF-nama jibbisiisa. inni Gabrummaa jibbee, qabsaa’een Ummata kiyya bilisoomsaa jedhee of kenna. Inni kaan ammoo , qabeenyaa saammachuu fi nagaan ba’ee galuu ilaalee bilisummaa qabnaa jedha. Inni kaan ammoo, biyya alaa ba’uu isaa fi wayyaanee jalatti gabroomuu jalaa akka baraarameetti of ilaalee, amala habashootaan lammaaffaa gabroomee, obboleessa isaa waliin dhaabbachuu dadhabee kachachala. Continue reading

New- Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo Ebla 6,2016

Aside

DIINA UUMMATAA WALIIN TA’ANII OLAANTUMMAA UUMMATAA MIRKANEESSUUN HIN DANDA’AMU!

Aside

Abdii Bilisummaa Irraa

Kaleessa uummanni Oromoo jaarraa tokkoon dura abbaa biyyasaafi abbaa waansaa maraa ture. Biyyasaarratti abbaa biyyummaasaa kabajatee, aadaa, duudhaa, amantiifi eenyummaasaa qabatee wal waamee waliif awwaatee, dubbatee wal dhaga’ee waldhageessisee, rakkoorratti waliif birmatee, gadda irratti waliin hirmaatee, gammachuu waliin qooddatee  garraamummaadhaan wal shakkii tokko malee  ilma abaluu, warra gamaa warra gamanaa utuu waliin hin jedhiin baroota dheeraadhaaf waliin jiraachaa turuunsaa akka seenaatti yaadatama. Maaddii tokkoo waliin nyaatee, qodaa tokko keessaa unatee waliin dhugee akka seera mataasaatti  safuufi aadaa mataasaatiin wal geggeessaa,wal bulchaa tureera. Continue reading

SBO Ebla 05,2017. Oduu, Gabaasa Ibsa Gaazzexaa KHR-TUBD kennan irratti qindaa’e, Gaaffii fi deebii Qeerroo dar gaggoota Fayyisaa Asaffaa fi Anuwaar Sa’id waliin godhame kutaa lammaffaa fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

Aside

Ethiopia: Would Extending the State of Emergency Solve the Grievances of Citizens?

Aside

HRLHA Urgent Action

April 2, 2017 The Ethiopian government has reaffirmed to the world community once again its strong commitment to killing and kidnapping citizens by extending the state of emergency- declared on October 8, 2016- by four more months. The Ethiopian leaders have been very busy in the past months of the state of emergency in eliminating youths, men and women, those the government calls “Tsere Limat Hyiloch”, literally antidevelopment forces. The government is accusing of terrorists Oromos and Amharas, the two major nations and other nationalities, who have simply staged peaceful protests against the land grab which left millions of citizens without their livelihoods. Through its government controlled mass media, the Ethiopian government produces confusing news every day regarding the restoration of peace in the country. It says that security in the country has been improved and that things are returning to normal.Ethiopia- State Emergency (1)

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Ebla 4, 2017

Aside

Godina Lixa Shaggar Aanaa Calliyaatti Barsiisaa Tasfayee Cimdeessaa Waraana Koomandii Poostii Wayyaaneen reebichaan ulfaataan irra gahe.

Aside

Ebla 3/2017 Godina Lixa Shaggar Aanaa Calliyaatti Barsiisaa Tasfayee Cimdeessaa Waraana Koomandii Poostii Wayyaaneen reebichaan ulfaataan irra gahee du’aaf jireenya gidduu jiraachuu Maddeen Qeerroo Lixa gabaasan.
Waraanni Koomandii Poostii Wayyaanee Ilmaan Oromoo mooraa mana hidhaa Waraana Wayyaanee Xoollaayi keessatti hidhamanii hiraarfamaa erga turanii boodaa mootummaan wayyaanee maqaa leenjii haaromsaa jedhuun olola kijibaa hidhamtoota hiraarsaa jiruu irratti ofuun waanan jedhee dirqamaan fudhadhu jechechuun eenyuummaa namummaa isaanii kan gaaffiikeessa galchisiisaa ture dhummarratti hidhamtoota keessa muraasa gadi lakkisuun ni yaadatama. Yeroo amma kanattis hidhamtoota hiraarfamaa turanii hiikjaman hordofee yakka ajjeechaa, hidhaa fi reebichaa suukkaneessaa irratti raawwacha jira. Continue reading

Aside

Image may contain: 7 people, people smiling, text