TV GDhu:-Gaafiif Deebii Hoggana Qeerroo Bilisummaa Oromoo Waliin Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
“Yaa Dhaloota Qubee Sirraatiin Abdii Qaba” Artist Sabbonticha Oromoo Eliyaas Kifluu/Wallee Warraaqsaa Haaraa. Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Shawwisi Eeboo Ofirratti Ciniinaa Du’a. Aside Utubaa Leeqaan Haalota biyya keenya Oromiyaa keessatti ta’aa jirru kanneen ijaan argaa jirru hanga nama maraachuutti iddoottis gammaachuun hanga humnaan ol ta’utti hariiroof tarsiimoo hawwasii keenya wal utubee hawwii waggaa dheeraa kan gama garaagaraatiin Tokkummaa jechaa waliif dhaamaa ture,kan utuu “Tokkummaan humna”jedhee utuu dheebuusaa lalabatuu dheebuun darbe,beela bilisummaa akka qabu utuu iyyee lallabuu kan dachee kanarraa godaanee,kan hawwiin kun hin dhugoomu uummanikoo Tokkoomuu dadhabe garbummaatti hafuusaati jechuun abdii of kutee qullaa buusee maraatee karaarraa “Bilisummaa,Walabummaa ,Birmaddummaa” jechaa waggoota dheeraaf karaarraa oolee bulee xinnaaf guddaan rakkoosaa utuu hin hubatin turee ittiin gubata kana dhamdhamaa jiru hedduutu jira. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Waldaa Warra Wangeelaa Makanaa Yesuus Betel Kan Magaalaa Jimmaa Dungoo Yaadannoo Qabsoosuun Gootota Bushooftuurratti Wareegamaniif Guyyaa Kaleessaa Yaadatan. Aside Onko,10,2016 WWWMY Beetel kan magaalaa Jimmaa dungoo yaadannoo uummata lubbuun darbee taasisee akkasuma kadhannaa kan nu miidhu nurraa kaasi jedhuun sagantaa akkaan barbaachisaa taate guyyaa kaleessaa taasisee jira.Daraaraa uumnatarraa gahaa jiru kun hanga uummata keenyarraa kaafamutti soomaan kadhannaa akka yeroo yerootti itti fufu,dabalatee utuu lammiin oggaayyuu gadda taa’uu farfannaa galataaf dhiichisaa qabuun sagantaan akka hin gaggeefamne walii dabarsanii jiran.Sagantaan akkanaa akka bakka hundatti itti fufu,Walgeelli garbuummaatti jiraachuu utuu hin taane Bilisummaa keenyaaf nuu laatame jechuun dhaamsa waldoota biraaf dabarsanii jiran. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Mooraa Yuunibarsiitii Jimmaa Keessatti Humni Agaazii Halkan Edaa Mooraa Cabsee Seenuun Dararaa Hamaa Irraan Gahe Aside Onkoloolessa,10,2016 Sababa FXG mooraa yuunibarsiitii keessaa qabsiifamee wayyaaneef ergamtootashee roqomsiisaa jiruun wal qabatee,eda galgala humni hidhannoo guutuu socho’u mooraa cabsee seenuu dhukaasaa jajjabaa barattootarratti dhukaasaa bulee jira.Dararaa jajjabaa barattoota moorarraan gaheen hanga ammaa barataan caccabee ciisaa jiru hanga kana jechuun nii ulfaata. Akkasuma mana hiraarsaattillee barattoora danuu qabuun keessatti kunaanaa jiran.Haa ta’u malee kutannoof murannoon Qeerroo moorichaa akka reebicha sodaaf hidhaa sodaaf kaayyoo isaa duuba hin deebine gadi jabeessee diinasaa itti dhukaasu dura dhaabbachuun himeefii jira. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Dargaggoon Taarikuu Jedhamu Waardiyyaa Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Kan Ta’e Bulchiinsa Irratti Tarkaanfii Haleellaa Fudhatte Sababaa Jedhamuun Ajjeefame. Aside Onko,10,2016 Dargaggoon Oromoo Taarikuu jedhamu bulchiinsa magaalaa Naqamtee eegaa kan ture yeroo darbe dhuka’aan waajjira bulchiinsaa rukutamuu irraan kan ka’e guyyaa har’aa loltoota Wayyaaneen shakkamee situ dhukaase sababaa jedhuun rasaasa waraana Agaaziin wareegamee akka jiru gabaafme. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Poolisii Fedaraalaa Kan Ta’e Tolaa Tarrafaa Kan Jedhamu Waraana Agaazii Irratti Dhukasa Baneen Wareegame. Aside Onk 10,2016 Poolisiin federaalaa kan torbee lama dura hidhata ABO qabda; ummata mormiif baherratti tasumaayyu hin dhukaastu jedhamee shakkiidhaan torbee lamaaf hidhamee bahe kan maqaansaa Tolaa Tarrafaa jedhamu mana hidhaatii erga baheen booda torbee darbe keessa gaafa kibxataa naannoo Maqiitti otuu ummatarra harkasaa qabatuu gartuu leellistoota Wayyaanee kan ta’an Agaazotaan ajjeefameera. Poolisiin kun kan ajjeefame kibxata naannoo saatii Shanii booda yoo tahu innis erga agaazotarratti dhukaasaa jiraachuunsaa irratti baramee booda dha. Poolisii Tolaan kaleessa naannoo bakka dhalootasaa Wallagga Bahaa Giddaa Ayyaanaatti, magaalaa Ayyaanaa ganda 01 waldaa Masarata Kiristoositti awwaalameera. Sirna awwaalcha Tolaarrattis ummati alaabaa Oromoon bahee dhadannoon ta’eera polisoonni akka seera keenyatti owwaallanna jennaan uummanni dide owwaallatee galeera haala jabaata keessa cimani dhabbatani dargaggooni keenya dhadannoo gaggeessaniru. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Manni Hidhaa Zuwaay Yeroo ammaa Kanatti Gubataa Jira, Oromiyaa Shaggarii fi Arsii,Gujii fi Wallagga Lixaa Magaalotiin Gariin Agaazii Harkaa Bahee Bulchiinsa Ummataa Jala Jira. Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
DHUMAATII GAAFA IRREECHAA Aside Taammanaa Bitimaa irraa Seenaa saba Oromoo fi Oromiyaa keessatti waggalee 140-n dabran kanneen keessa, ajeechaan suukaneessaa fi dhumaatiin bineessummaa irratti hundaawe hedduun adeemsifamee jira. Ammoo, dhumaatiin gaafa 02. 10. 16 Ayyaana Irreechaa irratti, magaalaa Bishoofuutti adeemsifame kun dhumaatii addaati. Eeyyee, gitoonni bittee Habashaa kanneen dhufaa dabran, dhumaatii jibbisiisaa kana caaalu uummata Oromoo fi uummatoota Kibbaa irratti oofanii jiru. Garuu, isaan sun mannneen dukkanaa keessa taa’anii, bara dukkanaa san dukkana uufatanii kanneen adeemsisani. Inni barana faashistoonni Wayyaanee jedhaman Bishooftuutti adeemsisan kun bara ifaa kana keessa, otoo ijjeen uummatoota addunyaa fagomuldhiftuun (tiibiin) isaan daawwachaa jiraniiti. Erga Olompiyaa Riiyoo irratti Fayyisaa Leellisaa Oromiyaa teenya ramaanii (kaartaa) addunyaa irra kaayee asii, ijji addunyaa gara keenyas ilaalatuma jira. Yeroo fi haala akkanaa keessatti, dhumaatii akkanaa Wayyaanonni adeemsisuu isaanitu adda isa taasise. Amma Oromoo fi uummatoota Toophiyaa mara qofaa miti kana Wayyaaneen: “muu badi! Akkuma ati dhiiga ilmoo namaa dhangalaafte kana, mee Waaqni dhiiga kee haa dhangalaasu!”, jechuun isa abaaraa jira. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Dhumaatii Arsedee Booda Gaaffii Gubaa Aside Damee Booruun Mootummaan Sanyii balfattuu TPLF uummata Oromoo daa’ima amatee habaaboo fi marga qabatee nagaa Waaqa isaa galata galchuuf qopha’ee irratti qileensa keessaa fi lafa irraan waraana bantee Haroo Arsedee irratt gaafa Onkololessa 2, 2016 lubbuun Oromoo hedduu akka tasa badu gootee jirti. Mootumman kun hammeenya hiriyyaa hin qabne daddabaltee ilmaan Oromoo irratti akka raawwachaa jirtu raga barbaacha hin deemnu. Dhuumaatiin Arsedee warra kaan irraa kan adda godhu itti yaadamee plaanan hojii irraa ooluu isaa ti. Guyyaa kana akka Uummatni Oromoo milliyoonan lakkawamu ayyaanefachuuf bahu mootumaan kun bareechitee beekti. Bakki kun bakka hojiin mootummaa fi qabeenyi mootummaa jiru miti. Namni mootummaaf hojjetu illee waan achi dhaquuf hin jiru. Kanfaauu, mootummaan kun uummata Oromoo irratti waraana geggeessuuf qophii utuu hin qabu tahe waraanni qileensaa fi waraanni lafa bakka kanatti waan argamaniif sababni tokko illee hin jiru. Mootummaan TPLF karaa ifa taheen saynii Oromoo akka lafa irraa duguggaa jiru dabale daddablee addeesse. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...