Oromian independence is the surest solution that can permanently disentangle Eritrea from perpetual Ethiopian threat to its sovereignty and peace: Scaling up Eritrea’s security strategy.

Aside

ErLeeloo Sabaa

While there has been an obvious  shallow understanding and analysis of the root cause for lack of :peace, security, stability and prosperity in the region of the Horn of Africa ,   ignorance of the  selfish and   unjust regional and  international system always operating to thwart the road to peace  and   direct actions or  deliberate connive to maintain the status quo that perpetuates dependency of the region and    enhance the   control over this region by the international powers and their stooges, we have observed state managed celebration,  glorification of regional leaders who bought  their scheme, bombardment by  colonial pundits  analysis and propaganda  aimed at hoodwinking the people of this region that with the demise of Ziad Barie of Somalia and  Mangistu Haile Mariam, independence of Eritrea and South Sudan, the region of the Horn of Africa would be heaven of :peace, democracy and prosperity.

However, twenty six years after the demise of Ziad Bare, 25 years after the overthrowal of Mangistu and independence of Eritrea, there has never been: peace, stability and prosperity the people of this region have been yearning for.  With the aim of weakening and finally destroying its imagined threat that can come from Somalia to its colonial domination in  Finfinne, clan politics was purposely designed, financed and exported by the current Ethiopian government into Somalia with the consequence of the birth of Al-Shabaab and deep clan division and disunity in Somalia. Al-Shabaab that claims to have been born to counter Ethiopia’s uninvited intervention and meddling in Somalian affairs, has been designated as a terrorist organization against which the World has been waging a war but used by Ethiopia as a bargaining chip in its international diplomacy and as a cash cow through which it has been amassing huge: financial, military weapon and training assistance from the USA and European countries, greater proportion of which has been deployed also to crash peaceful Oromian protesters for freedom.  The same ways Western powers argue that the presence of Assad as Syrias president is a magnet that attracts jihadist and terrorist to Syria, the presence of Ethiopia in Somalia has remained a magnet that attracts youth from East Africa toward Al-Shabaab. This strategic blunder by Ethiopia that have created breeding ground for Al-Shabaab and division within Somalia remains the major threat to: peace, security and prosperity in this ever turmoil region of the Horn of Africa.Eritrea and Oromian independence

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ)Qophii Waxabajjii 19,2016/ “Sabbboonaan Eenyu” Qophii Addaa Kutaa 1ffaa

Aside

SBO Waxabajjii 19,2016. Oduu, Ijoo Dubbii ABO, Warraaqsa FXG keessatti hirmaachuun qooda mul’ataa kan qaban barattoota Oromoo dhaabbilee barnootaa olaanoo dabalatee sadarkaa adda addaa irra turan waliin marii geggeeffame, Gabaasa HRW fi gaaffii fi deebii Ajajaa Humna Ittisa Ummataa waliin

Aside

Best Oromo Music Award

Aside

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Abbaay Coommaan Suuluula Warshaa Sukkaaraa Finca’aa fi Mana Barusuu Suuluulaa Finca’aatti Warraaqsii FXG Bifa Adda Ta’een Dhoofame Alaabaan ABO Fajjiin Qabsoo Bilisummaa Oromoos Ol Qabamee Dhaabamuun Ibsame Jira.

Aside

Waxabajjii 17-18/2016 
BarsiisotaGoototni uummatni Oromoo hojjettootni warshaa Sukkaaraa Fincaa’aa ,goototni barattootni Oromoo mana barumsaa Suluulaa Fincaa’aa sadarkaa 1ffaa  kutaa 1ffaa hanga kutaa 8ffaatti jiran warraaqsaa FXG finiinsuun alaabaa ABO mooraa mana barumsichaa keessa dhaabbachuun sa’aa 4:OO oliif fajjiin qabsoo bilisummaa Oromoo alaabaan ABO dhaabbate tureera.

Sochiin warraaqsaa kun mooraa warshaa sukkaraa fincaa’aa keessattis daran jabaachuun dargaggootni jiraattootni Oromoo hojii dhabdootni naannoo warshaa Sukkaaraa fincaa’aa waliin walitti dhufuun warraaqsaa FXG  daran finiinsuun gabaafame. Sababaa guddaan Warraaqsaa FXG kanaaf adda ta’ee Mootummaan abbaa irree wayyaanee hojjettoota haaraa warshaa sukkaaraa Fincaa’aaf namootaa naannoo Oromiyaa fi Oromoo hin ta’a’iin 40 fidee warshaa Sukkaaraa Fincaa’aa keessatti qacare midaa guddaan akka tajaajilaniifi basaastummaa fi shira dalagaa jiraataan kan taasifame yoo ta’uu, Uummatni Oromoo fi dargaggootni Oromoo Warshaa Suluulaa Finca’aatti argamanii fi Uummatni jiraattootni naannoo warshaa  dargaggootni keenyaa hedduun barnoota sadarkaa digirii fi diplomaan eebbifamanii hojii dhabaa ta’anii utuu jiranii nanoota hin baratnee fi kashalabboota  naannoo biro irraa finadanii uummatarratti ramaduun hacuuccaa guddaa fi roorroo mootummaan abbaa irree nurratti raawwachaa jirudha jechuun  Furmaatni uummatni keenya qabu warraaqsaa keenyaa gama hundaan jabeessuu mirga abbaa biyyummaa keenyaa kabachiisuuf Warraaqsii FXG itti fufuu qabna jechuun warraaqsaa dhoosuun shira diinaa dura dhaabbatan. Mootummaan abbaa irrees akkuma amala isaa humna waraanaa agaazii uummatarratti bobbaasuun uummata goolaa jiraachuun ibsame jira.

Aside

Waxabajjii 16-17/2016 Godina Lixa Shagar  Ambootti  Goototni Barattootni Oromoo M/B Amboo Sadarkaa 2ffaa Fi Qophaa’inaa Qormanni Kutaa 12ffaa Utuu Nuti Hin Baratiin Nuuf Kennamuuf  Jiru Kun Kan Keenyaa Adda Ta’uun Nu Midhuuf Kan Karoorfamedha Jechuun Warraaqsaa
FXG Finiinsan.
Qormaatni Biyyoolessaa kutaa 12ffaa utuu hin baratiin nuuf kennamuuf jiru kun akka guutuu biyyattiitti j`alqaba baatii Adoolessaa kennamuuf kan jiru Kana Godina keenyaa Addatti  M/B Amboo sadarkaa 2ffaa fi Qopha’inaa fi Maneen Barnootaa tokko tokkoo keessatti guyyaa adda ta’eetti kennuuf karoorfachuun kan nu miidhuuf karoorfamee fi nu shororkeessuu malee bu’aa tokkoo iyyuu hin qabuu waan ta’eef  yoo kan qoramnu ta’ee haaluma wal fakkaatuun qoramna malee ofumaa itti fakkeessiif guyyaa adda ta’etti qabuun kun bu’aa hin qabu jechuun gaaffii mirgaa dhiyeeffachuun deebii waan dhorkatamaniif warraaqsaa keenyaa daran jabeessuun itti fufuun uummata Oromoo hundaaf furmnaata jechuun Warraaqsaa biyyoolessaa Oromiyaa FXG bifa adda ta’een Waxabajjii 16/2016 irraa eegaluun kan qabsiisaan guyyaa har’a Waxabajjii 17/2016 warraaqsaa FXG daran jabeessuun sagalee daadannoo guddaa gaaffii mirga abbaa biyyummaa fi kabajamuu mirgoota dimookiraasii fi dhala namaaf deebiin nuuf kennamuu qaba, abbaan irree qawween nu bulchaa jiruu aangoo irraa haa kaafamu jechuun mormii isaanii jabeessan.
Motummaan bakka bu’insa uummataa hin qabne abbaan irree Wayyaanee akkuma amala isaa loltoota agazii barattootatti  ol seensisuun gaazii
summaa’aa nama imimmeessuun irratti dhukaasuun barattoota hedduu akka malee reebuu fi madeessuun, kaan immoo hidhatti ukkaamsuun gabaafame jira.

Director M/B sadarkaa 2ffaa fi Qopha’inaa kan ta’ee Namni Ambassee Tulluu jedhamuu waraana agaazii barattoota qalama malee waatu of harka hin qabnetti seensisuun yakka waraanaa barattoota irratti rawwachisaa jira. Namni Ambasee Tulluu jedhamu kun asiin Fuldura bara 2013 yeroo Directora Mana Barumsaa Geedoo sadarkaa 2ffaa fi Qophaa’ina turettis barattoota Oromoo 30 Ol barnootarraa guutummaatti kan arii’achaa turee fi bara kana illee Barattoota Oromoo 8 M/B Amboio sadarkaa 2ffaa fi Qopha’inaa irraa maqaa barattootni kun shororkeesitoota jedhuun dabarsee diinatti kennuun kaan hiisisee kaan barnootarraa arii’achuun daba daangaa hin qabnee barattoota Oromoo fi barsiisota Oromoo irratti dalaguun kan beekamu waan ta’eef uummatni Oromoo sabboontootni Oromoo lukkee diinaa kana irraa of eegachuu fi bakka argameetti gumaa barattoota Oromoo bara dheeraa akka bahaattan dhaamsii Oromomummaa isiniif dabarfamee jira. Warraaqsii itti fufa, garboomsaan ni kufa!!

Lixa Shaggar Naannoolee Baadiyaaleet Keessatti Isin ABO dha Jechuun Poolisiin Wayyaanee Uummata Nagaa Hidhaatti Guuraa Jira..

Aside

Odeessa Qeerroo Waxabajii 18/2016
Itti fufaFXG Shaggar lixaa magaala Amboo fi Gindabarat keessatti har’a Qeerroodhaan itti fufee jira. guyyoota muraasa dura Wayyaanee humna Finfinnee gara Shaggar lixaa shakkii qabduun gara Gindabarat fi Gincii irra qubachiistee turte. Qeerroon godina Shaggar lixaa sodaa humna waraana wayaaneef bakka hin laannee guyyaa har’a waxabajii  FXG itti fufuudhaan tarkaanfii fi dhaadannoo dhageesisuudhaan FXG itti fufuun Qeerroon kan gabaaseedhaa.

Akka maddeen keenya Qeerroon godina Shaggar lixaa addeessutti magaala Ambotti har’a ganama irraa kaasee daandinis cufaa ture Qeerroon dhuunfatee sirbota qabsoo dhageesisuu fi asii achi socho’uudhaan dhaadannoo dhageesisaaa tureera. Gara sa’a boodatti wayyaaneen sochii Qeerroo magaala Ambootti feshelessuuf humna poolisii qabdutti dhimma baatee Qeerroo dura dhaabbachuuf yaalii taasiste tarkaanfii Qeerroon poolisoota irratti fudhateen poolisii Wayyaanee mgaala Amboo keessaa baasuudhaan sirbota qabsoo fi dhaadannoo garagaraa dhageesissaa oolaniiru.

Odeessa Qeerroo gabaafame waliin

–          OROMIYAAN KAN OROMOOTI

–          ABBAAN BIYYUMMAA OROMOODHAAN HAA MIRKANAA’U

–          ABBAAN BIYYAA ABO DHA!

–          BILISUMMAA FI WALABUMMAAN DEEBII QANSOO KEENYAATI

–          QABSOON GARA WAYYAANEE MALEE GARA ERTIRAA MITI

–          ILMAAN OROMOO WARAANA WAYYAANEE KEESSA JIRTAN HIN GOWOMINAA DU’AAFIS HIN OF HIN WAREEGINAA UUMMATA KEESSANIIF DHAABBADHAA

–          RASAASNI DUUBATTI NUN DEEBISU

–          HIDHAAN HIIKA HIN TAHU

–          WAYYAANEEN SAAMTUUDHA OFIRRA KAASNA

Jechuudhaan dhaadannoo dhageesisaa oolaniiru.

 Apartheid fi Nafxanyaa

Aside

Damee Boruutiin

Barreessaa dhugaa baasa!Yaroo tokko tokkoo diina ofii enyummaa isaa adda baasanii hubachuu fi sagalee siyaasaa sirrii taheen waamuun barbaachisaa ni taha. Impaeerri  Itopiyyaa  kan ijaaramee fi kan ittiin bulaa ture akka Mootummaa Amaharaa taheetti  fudhatamaa ture. Har’as akka Motummaa Amharaatti warri waamaa jiru akka jiran ni jirra. Garuu haalli ture utuu gadi fageessamee xinxalamee ammam dhugaa tahee mul’ata? Mootummaan Impayeera Itopiyaa kan ijaare nafxanyoota.

Akkuma Sanyiin Boor Awuropaa irraa dhufanii AFrikaa Kibbaa irra qubatan Nafxanyoonis Sanyii Amharaa irraa citanii  golga biyya Oromoo irra qubatan. Sana dura Mootonni Habashaa biyya Oromoos tahe kan naannoo Oromiyaa jiran cabsanii bituuf ayyaana hin arganne. Kanaafuu Mootummaan isaanii Mootummaa Habashaan beekamaa ture.

Mootummaan  Aparteid fi kan nafxanya haala  wal isaan fakkeessuu fi adda issan godhu mee gargar baafnee haa ilaallu:

  1. Seenaa koloneefataa keessatti yaroo tokko itti uummataa nagaan jiraatu biyya isa irratti cabsanii aangoo ijaarachuudhaan lafaa fi qabeenya biyya humnan kan dhufaa isaanii godhatan
  2. Lachuu sanyii isaanii irraa citanii uummata hin injifatan keessa qubatanii biyya qabatan kana kan dhuunfaa isaan godhachuuf seeraa fi heera baafatan.
  3. Lachuu seenaa , aadaa fi afaan biyya keessa qubatanii akka baduuu fi tufatamu gochuun hammeenya wal fakkaatu raawwatanii jiru.
  4. Afaan isaanii afaan hojii Mootummaa fi afaan ittiin baratan gochuudhaan afaan uummani bal’aan dubbatu akka hojii irra hin oollee fi hin guddanne godhaniiru.
  5. Ummatni akka of hin injaarre, akka haqa isaa karaa nagaa hin gaafanne , mirga dhalootaan qabu sarbaniiru. Apartheid fi Nafxanyaa

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Waxabajjii 17,2016

Aside

Bulmaati Oromoo Biyya Xoophiyaa Keessaa Akkamii?

Aside

Noolee Buttaatiin

Barreessaa dhugaa baasa!Biyya Xoophiyaa jedhamtu kana keessatti,jaarraa tokkoo oliif Oromoon dirqiin kan keessa jiraateefi keessaa ba’uufis falmaa hadhawaa hanga har’aa kana akka taaisiaa jiru beekamaadha! Mootonni habashaa gaafa Oromiyaa cabsanii kaasee,saamicha madaala hin qabne uummata Oromoo irratti geggeessaa turan.kaan garboomfachuun qabeenyaa dachee biyya keennaas akka fedhanitti saammachuun, maqaan isaa himamee kan hin dhumneen dadhee Oromiyaa keessa bololi’uun kan fedha isaanii guuttachaa turan.Noolee Buttaatiin