Itti Gaafataamaan Yunveresittii Rift-Valley Obbo Gololcha Baalii fi Dameen Barnootaa Abiyoot Nuguseen Ukkaanfaman. Aside Waxabajjii 10,2016 Diinii Yunveresittiichaa kan ta’e Gololcha Baalii fi itti gaafatamaan Damee Barnootaa fagoo Abyooti Nugussee humnoota tikkaa motummaa Woyyaaneetiin bakka hujii isaan irraa butaman akka fudhataman himamee jira. Itti Gaafatamtoon kuniin butamuu mallee hanga ammatti bakki geeffaman hin beekaminne .Barrissiisaa Caalchisaa Daamxxoo fi Abyyooti Nugussee kaleessa galgalaa ( wax.8 / 2016 ) Waajiraa isaniitii konkolataa gara garaatiin kan fudhataman yoo ta’u, Obboo Gololcha Baalii ganama hardhaa waxabajii ( 9/2016) akkuma Waajiraa seeneeni faana seenanii akka butani deeman himamee jira. Obboo Gololcha Baalii Preesidaanti Baratootaa Oromoo Yunveresittii Finfinnee kan turee yoo ta’u yeroo hedduu deddebise hidhamaa turuun isaa niyaadatama. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Qeerroon Bilisummaa Yuuniversiitii Jimmaa Gaggeessaa Gannaan Wal Qabatee Waadaa Qabsoo Isaa Haaromfate Aside Waxabajji,10,2016 Guyyaa kaleessaarraa qabee Qeerroon Yuunibarsitii Jimmaa Mariif yaadota furmaata waaraa biiyyattiif fidan irratti Kaleessa akkuma Du’a Dr.Daaani’el Gizaachoof yaadannoo taasiseen booda,Marii jabaan Waadaa haaromfatee jira. Mariin kun Hoggantoota mandheewwan garaagarraa dhufanin kan gaggeefame yoo ta’u, akkamiin akka walabummaa safiisiisuu dandeenyu fi Ummatichaaf karaa Daandii Walabummaa baasuuf aggammii eegalle akkamiif bifa kamiin ka jedhu mala mataasaa dhahatee waliif yaada hiraa tureera.Akkasuma eebbifantootasaan fulduratti gama kamiin wal arguuf waliin sochiin akka waliin itti fufu maloota barbaachisoo dhahatee jira Gama Qeerroo Yuunibarsitichaan Waadaan galame Jaarmiyaan keenya ABO waliin hojjechuuf yoomille karoorasaaf mul’atasaa galmaan gahuuf qophii ta’uu keenya nii beeksifna Qaamolee Gufuu warraaqsaa ta’an nii balaaleffanna. Humnoota Gufachiisoo ta’ani of keessaa dhabamsiisuuf nii hojjenna. Bakka deemnu hundatti Qeerroowwan danuu of jalatti hiriirsinee,Hamenya mootumichaa Uummataaf hawwaasa keenya nii barsiifna. Rakkoowwaniif gocha Suukanneessaa Yuunibarsiitichi barattoota Oromoo Oromummaa isaanii qofaaf irratti fudhatu nii balaaleffanna. Gochaawwan duguggaa sanyii nurratti fudhataman dura nii dhaabbanna. Uummata nubarsiiseef keessatti baranneef yoomillee nii hojjenna,Bakkeewwan deemnu hundatti Uummatichaaf nii dhaabbanna Waadaan Waadaa milkii nuuf haa ta’u,Jechuun waadaasaa haaromfatee dirqamota hojiis waliif laatee bifa miidhagaan xumurate Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Waxabajjii 10,2016 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Artist Oliyaad Baqqalaa ‘ Konnalaalladhu ‘ Wallee Aadaa Oromoo Haaraa/Waxabajjii 2016 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...