Mudde 10,2015 Gootonni Barattooti Oromoo Machaaraa Godina Harargee “Oromiyaa Ka’i Ni Kaana,Qabsoo Malee Hin Argamtu Bilisummaan” Jedhu.

Aside

Tokkee Kuttaayee,Lixa Shaggar Keessatti Alaabaa ABO(Oromoo) Finnisuun Mormii Sirna Wayyaanee Gaggeessan.Mudde 10,2015

Aside

Tokkee Kuttaayee

Wallagga Magaalaa Muggii Keessatti Diddaan Uummataa Itti Fufe. Mudde 10,2015

Aside

Arsii Nagallee Gootota Barattoota Oromoo FDG Guyyaa Har’aa Kana Itti Jiran,Mudde 10,2015

Aside

Har’a Godina Shaggar Lixaa Magaalaa Baabbichaa Keessatti Gootonni Barattoota Oromoo fi Uummanni “Oromiyaa Bilisoomsuu Qabna” Jedhu

Aside

Wallagga Dambi Doolloo Keessatti Diddaan Itti Fufee Bulchitooti Wal Reebaa Jiru. Itti Gaafatamaan Civil Service Godinaa Kan Ta’e Yaadataa Ababaa FDG Walii Jirta Jechuun Reebamee Hosptala Gale.

Aside

Mudde 10,2015 Dambi Doolloo

Wallagga Dambi Doolloo Keessatti Diddaan Itti Fufee Bulchitooti Wal Reebaa Jiru. Itti Gaafatamaan Sivil Service Godinaa Kan Ta’e Yaadataa Ababaa FDG Walii Jirta Jechuun Reebamee Hosptala Gale.

Haala Kanaan manneen barnootaa Dambi Doolloo keessaa fi baadiyyaa jiran cufamuu Qeerroon gabaase. Ummannis ergamtoota Wayyaanee warra odeessa kennanii barattoota funaanisuuf socho’an barbaadee qabuuf adamsaa jira. Basaasonni kunis:-  Qamadii ykn Ibraahim Horaa nama jedhamu kan Garaamuu qabsiisee fi  Masaratii akkasumas Shuumaa Yosuuf jedhamu.

Lixa Shaggar Daandiin Gudarii Gara Geedootti Geessuu Bakkoota Hedduutti Cufamee Ummanni Wayyaanota of Keessaa Arihaa Jiraachun Beekame.

Aside

Har’a Mudde10,2015 Godina Lixa Shaggar Aanaa Calliyaa Magaalaa Geedoo fi Baabbichaatti Warraaqsii Biyyoolessaa Oromiyaa FDG jabaatee itti fufuun, Daandiin Gudarii Gara Geedootti Geessuu Bakkoota hedduutti Cufamee jira.bifa adda ta’een immoo Magaalaa Baabbichaa irratti
Uummatni Fi Dargaggootni Goomaa konkolaataa Daandii Konkolaataa Magaalaa Maabbichaa Keessa darbuun Geedootti Geessuu irratti Guuruun
Ibiddaan itti qabsiisuun daandiin konkolaataa Citee jira, Magaalaa Geedootti uummaatni fi Qeerroon dargaggootni barattootni Oromoo
hiriiraa Mormii guddaa gaggeessuuf akkuma bahanitti Waraanni irratti bobbafamee Yeroo Ammaa dhukaasni Guddaan uummatarratti baname
jira…… Gabaasaan Itti fufa

FDG Itti Fufee Magaalaan Baakkoo Akkasitti Jirti. Muddee 10,2015

Aside

Baakkooo baakkooo1 bakkko bako mudd10Baakkoo mudde 9 Bakkoo

Shaggar Dhihaa Uummanni Baabbichii Loltoota Wayyaanee If Irraa Arihuun Karaa Cufee FDG Itti Fufee Jira.

Aside

BaabichiiBaaabichii Baabichii  muddee 9Babbichii Babichi

Wallagga Ayiraa Gullisoo, Arsii Adaabbaa Keessatti Mudde 10,2015 Diddaan Siran Mootummaa Itiyoophiyaa Itti Fufee Jira

Aside