Mudde 10,2015 Dambi Doolloo
Wallagga Dambi Doolloo Keessatti Diddaan Itti Fufee Bulchitooti Wal Reebaa Jiru. Itti Gaafatamaan Sivil Service Godinaa Kan Ta’e Yaadataa Ababaa FDG Walii Jirta Jechuun Reebamee Hosptala Gale.
Haala Kanaan manneen barnootaa Dambi Doolloo keessaa fi baadiyyaa jiran cufamuu Qeerroon gabaase. Ummannis ergamtoota Wayyaanee warra odeessa kennanii barattoota funaanisuuf socho’an barbaadee qabuuf adamsaa jira. Basaasonni kunis:- Qamadii ykn Ibraahim Horaa nama jedhamu kan Garaamuu qabsiisee fi Masaratii akkasumas Shuumaa Yosuuf jedhamu.
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist