Eebba Barattoota Dhaabbilee Barnoota O-laanoo Biyyatti Keessatti Gaggeeffameen Walqabatee Angawootni Wayyaanee Olola Afaan Faajjii Qabatani Haasaa Taasisuu Yaalan Gamtaa Barattootaan Harkatti Fashale.

Aside

Gabaasa Qeerroo Adoolessa 05,2015

diddaa9Dabballootni Wayyaanee Oromiyaa gurguraa fi ilmaan Oromoo ajjeesisaa ,hisisaa fi biyyaa arii’achaa kan turte tajajila ololaa isheef jettee eebba barattoota dhabbilee barnoota olaanoo sababeeffachuun hojii ololaaf bobbafaman saaxilame. Goototni Barattootni Oromoo dhaabbilee barnoota olaanoo wayitaa angawootni wayyaanee olaanoo waltajjii qabachuun olola Afaan faajjii waggaa 25 guutuu afuufaa turan irra deebi’uun qaanii tokkoo malee wayita dubbachuu eegalanitti goototni barattoota Oromoo itti iyyuun dubbii dhorkuun akka waltajjii gadhiisanii kayyoon olola Wayyaanee akka fashalu taasisanii jiru.

Dhaabbilee barnoota olaanoo kanneen akka:-

Yuunibarsiitii Jimmaatti goototni barattootni Oromoo hedduminaan kan eebbifamanii fi barattootni Yuunibarsiitichaa heddumina guddaa qaban mooraa Yuunibarsiitii Jimmaa Main Campus Mini stadium keessatti kangaggeeffamee yoo ta’uu, Dabballeen wayyaanee ergama diinummmaa fi olola afaan faajjii butachuun Wayyaanootaan kan bobbaafamtee Asteer Maammoo akkuma ergama diinummaa butachuun waltajjiitti baateen goototni barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa itti iyyuun hattuu fi kashalabbeen uummata bakka bu’uu hindandeessuu, jechuun akka waan tokko illee uummatni irraa hin dhaggeeffatne taasisaan; boodarraa wal tajjii gadhiisuun bakkatti deebitee kan teessee ta’uun ibsamee jira. Guyyaa eebbaa kana haallii sochii barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa daran jabaa waan tureef guyyaa eebbaa kana dabballootni Wayyaanee uummaata fulduratti ba’uun waan wayyaaneen barbaadduu fi ergamaa Wayyaanee galmaan ga’uuf ololuu irraa soda keessa galuun utuu ergama Wayyaanee hin dabarsiin turtii sa’aa tokkoo fi walakkaa hin caallee keessatti sagantaa xummuruun wal tajjii kan gadi lakkisan ta’uun ibsamee jira.

Yuunibarsiitii Ambootti ergamtootni wayyaanee olola Aafaan Faajjii uummataa fi barattoota irrattii ololuuf bobbafaman : Dabballee Wayyaanee Dhaabaa Dabalee fi Dr Mitikkuu Teessoo kanneen jedhaman olola diinummaa isaanii akkuma Wayyaanee f lallabaa jiran Uummataa garaa madaa fi gootota barattoota Oromoo afaan qawwee dura dhabbachuun falmachaa turan fulduratti ololuuf kijiba waggaa 25ni akkuma wal tajjiitti bahaanin gadi fuudhanitti goototni barattootni Oromoo irratti iyyuun hirmiin nu fuldura dhaabbachuu hin dandeessuu jechuun irrattii iyyuun dubbii kan dhorkuun tahuun gabaafame.
Walumaagalattii Mootummaan wayyaanee Eebba barattootaa dhaabbilee barnoota olaanoo yuunibarsiitii Jimmaa, Amboo,Wallaggaa, Maddaa Walaabuu, Dirree Dawaa, Harammayyaa, keessaatti gaggeessa jiruu irratti dabballootaa Olaanoo sirna abbaa irree bobbaasuun akka uummataa faan burjaajessaniif bobbaasuu illee goototni Qeerroon barattootni Oromoo gamtaan dura dhaabbachuun akkan amni dubbii dabballeen wayyaanee dhiiga ilmaa Oromoo dhangalaasaa jirtuu ololaa fi ergama diinummaa baatee adeemaa jirtuu hin dhaggeeffaannee fi uummatnii illee irraa hin dhaggeeffatiin dura dhaabbachuun dabballootaa Wayyaanee dubbii dhorkachuun kan qaanessaan ta’uun ibsamee jira.

Macha-Tulama Association Requests President Obama to Rethink Visit to Tyrannical, Undemocratic Ethiopia

Aside

macaa

Macha-Tulama Association – USA, Inc
811 Upshur ST NW
Washington, DC 20011
contact

July 2, 2015

President Barack Obama
The White House
1600 Pennsylvania Avenue
NW Washington, DC 20500

Your Excellency President Obama,

The Board of Directors of the Macha-Tulama Association (MTA), U.S.A., is writing this urgent letter regarding your plan to visit Ethiopia in July 2015. The MTA is a non-profit organization incorporated in the U.S.A. because it was banned in Ethiopia. It advocates for human rights and for social justice for the Oromo and others in the Horn of Africa and beyond. For almost a quarter of a century, Ethiopia has been ruled by the Tigre People’s Liberation Front, which calls itself the Ethiopian People’s Revolutionary Democratic Front. This minority regime has been engaging in sham elections, which are elections only in name. The regime disregards all the principles and practices of democracy in spite of its pretension to be democratic since 1991. The regime’s promise of democratization by restructuring the state, liberalizing the economy, and respecting and protecting human rights has been subverted. While claiming to be a democratic government in order to receive ‘development aid’ and to gain political legitimacy, this regime has killed, imprisoned and tortured the Oromo and other ethno-national groups who have struggled for democracy, national self-determination, human rights, and social justice. In fact, the Oromo people have been mainly targeted for elimination and repression because they are the largest national group in Ethiopia, and they have started to recover, manifest, and exercise their rights to culture, history, and language, which have been repressed by the state of Ethiopia for over a century.

Final letter to President Obama.pdf

UNREPRESENTED NATIONS, AND PEOPLES ORGANIZATION

Aside

July 4, 2015
RESOLUTIONThe Oromo Liberation Front (OLF) was established in 1973/1974 by Oromo nationalists in the heart of Oromia, Finfinne (Addis Ababa) to exercise the Oromo people’s inalienable right to national self-determination to terminate a century of oppression and exploitation, and to form independent republic of Oromia, or where possible, a political union with other peoples based on equality, respect for mutual interests and the principle of voluntary association. Today OLF has grown and expanded to all parts of Oromo land (Oromia). During the last 40 years, the organization has transformed itself to one of the leading political force in the region. It has brought about or influenced several positive changes in the Oromo society where it has the unparalleled support from all sectors of the population.

unpo_olf

The Oromo constitute more than 40% of Ethiopia’s projected 98.9 Million inhabitants. Oromos maintain distinct and homogenous culture and common language, history, descent, and separate territory from Abyssinians who created the Ethiopian empire state. During their long history, the Oromos developed their own cultural, social and political system known as the Gadaa system. The Gadaa is a democratic political and social institution that governed the life of every individual in the society for life long until it was systematically suppressed by the occupiers.UNPO GA – Oromo Resolution on human ights situtation in Oromia-Ethiopia