Must Watch: Bobbaa Diinni Oromo dhabamsiisuf bane ufirraa deebisuuf dirqama lammummaa haa baanuu!

Aside

SBO Amajjii 29 Bara 2014

Aside

SBO Amajjii 26 Bara 2014

Aside

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Qophii Amajjii 19,2014

Aside

Raadiyoo Sagalee Oromoo Amajjii 22,2014 (Oromo Voice Radio, January 22, 2014)

Aside

Amajji 20, 2014 Radio Afuura biyya with Prof Mohammed Hassen Ali

Aside

SBO Amajjii 22 Bara 2014

Aside

Manneen Daldalaa fi Hoteeloti Oromiyaa Keessa Jiran Biiraa Baddallee Gurguruu Dhaabaa Jiraachuun Beekame.

Aside

OromiaALutaContinua2011FDGGabaasa Qeerroo Jimmaa, Amajjii 18,2014 Godina Jimmaa fi Iluu Abbaa Booraattii daldaltotni Saboontotni Oromoo Manneen daldalaa magaalota irra qaban biiraa baddallee daldaluu dhaabuun eenyummaa Oromummaa isanii habashaa sirna miniliik faarsaa jirtutti argisiisan. Haala walfakkatuun Hootelonni, Restooraantiinii fi manni bunaa sabboontota Oromoo magaalaa Jimmaa, Aggaaroo, Beddeellee ,fi Mattuu keessaatti argaman biiraa beddeellee namni dhugee fi daldalee dhiigaa ilmaan Oromoo dhuge jechuun sabboontotni Oromoo Warshaan biiraa beddellee Tediiy Afroof konsertii qopheessuun waggaa dhibbaaffaa Miniliik kabaajuuf kan yaadamee diddaa ilmaan Oromoo biyyaa keessa fi Alaa godhaniin kan fashalaa’e yoo ta’uu, diddaan kun amma illee biyyaa keessaatti ittuma fufaa jira.

Uggura Qeerroon Bilisummaa Oromoo Warshaa biiraa Beddeellee fi Teediiy Afroo sirna Miniliikii Oromoo irratti faarsu irra kaa’ee hordofuun sabboontootni daldaltootni Oromoo eenyuummaa, sabboonummaa fi Oromummaa isanii diinota ilmaan Oromootti argiisiisuuf qajeelfama Qeerroon bilisummaa Oromoo biyya keessaatti sochii bilisummaa Oromoof warraqsaa karaa nagaa gaggeessa jirutti amanuun ajaaja qeerroon dabarsee hojiitti hiikuun walqabatee xalaayaan jajjabinaa fi eenyumaa Oromummaa isanii fi hojii daldalaa isaanitti isan jajjabeessuu qaama Qeerroo godina dhihaa irraa barreeffameefitti akka malee kan
gammadan ta’uu qeerroon hubatee jira.

Aside

Postera Konsertii A5t

Oromo Voice Radio (OVR), January 20, 2014

Aside