Waldaan Hawaasa Oromoo Kibba Africa Biyyi Oromootaa Oromiyaa Malee Ethiopia Akka Hin Taane Ejjennoo Isaanii Cimsuun Ibsatan

Aside

http://youtu.be/qAnuSq7jfvM

Diddaa Qotee bulaa Oromoo Daran Jabaachuu Irraan Hidhaan Wayyaanotaa Hammaate

Aside

Adoolessa 22,2013 Finfinnee

Dhiibbaan mootummaan Wayyaanee ilmaan Oromoo irratti gaggeessaa dhufe daran jabaachaa kan dhufe Godina Shawaa bahaa aanaa Adaaa Bargaa keessatti gaaffii mirgaa qotee bultoota oromoo irraa isa mudate dura dhaabbachuuf qotee bultoota Oromoo mana hidhaatti guuraa jira.Qotee bulaan Oromoo galmee Tarreessaa Daadhii jedhamu jalatti hidhaman 14 isin akeeka ABO galmaan geessisuuf hojjetu sababaa jedhuu ukkaamsanii hidhamanii jiran.Qotee bultootni Horroos hidha laga Nasheen kan wal qabate gaaffii mirgaa beenyaa gaafachaa kan turan yoommuu tahu yeroo ammaas gamtaan bulchinsa Godina Horroo Guduruu gaafachuun akka gaaffii gaafatan hatattamaan deebiuuf ggaafatanii jiran.Mootummaan Wayyaanees diddaa qotee bultoota irraa itti jabaachaa dhufe dura dhaabbachuuf yaaddoo jabaa keessa seenee jira.

Oromo and Ogaden Protest in Edmonton, Canada, Against Ethiopian Empire’s Financiers

Aside

http://youtu.be/L7kHpRwkEfY

July 21, 2013 RAB interview with Jawar Mohammed and Mohammed Ademo

Aside

Qonnaan Bultooti Oromoo Godina Qellem Aanaa Anfilloo Irraa Mana Hidhaa Wayyaanee Jiran

Aside

Gabaasa Qeerroo Ona Anfilloo Adoolessa 21,2013
BilisummaaIlmaan Oromoo Oromummaan yakkamuun ona Anfilloo irraa mana hidhaatti guuramaa akka jiran gabaasuun keenya ni yaadatama.Kunis ammallee kan itti fufee jiru yoo tahu yeroo dhiyoodhaa asitti gandoota ona Anfilloo keessaa ganda 11 kan tahan irraa qote bulaa abbaa warraa nama 30 ol hidhamani kan jiran yoo tahu dimshaashatti akka gabaasaan naannicha irraa addeessutti namootni 300 ol tahan mana hidhaa magaala Anfilloo Muggii fi ganda Ashii keessatti hidhamanii jiraachuu isaa gabaasaan yeroodhaa yerootti kan addeessaa jiruudha. Namoota kanneen ganda Dullii jedhamuu fi akkasuma namoota yaraa ganda Ashii fi Garjeeda irraa arganne fuula kana irratti attach tahee kan jiruudha. Ammallee namoota hafan hordofuun Qeerroon ona sanii gabaasaa dhiyeessa.

Godina Qellem Aanaa Anfilloo Gandaa Dullii Irraa Qote

Bultoota Hidhamanii Jiran

Lakk. Maqaa Ganda
1 Qannoo Dhaabaa A/Anfilloo Ganda Dullii
2 Daffaraa Shuumaa ,, ,, ,,
3 Masarat Xintii ,, ,, ,,
4 Dassaaleny Ittaanaa ,, ,, ,,
5 Baqqalaa Damisee ,, ,, ,,

Hidhmtoota Anfilloo.docx