Seife Nebelbal Radio Programs Interviews with Artist Aliye and Prof. Merera Gudina Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Hojjettootni hidha Abbayyaa 250 tahan rakkoo fayyaan rakkatan.Kaan hojii dhaabanii galuu irratti argamu Aside Adoolessa 19,2013 Finfinnee Impaayera Itoophiyaa keessatti garboomfataa fi abbaa irreen Wayyaanee uummata humnaan bulchuu irra darbee hojiiwwan misoomaa fakkeessuun galii funaanuun dhimma siyaasaatti fayyadamaa turuun isaa beekamaa dha.Hojii projektii jabaa jedhee eegalee fi dirqamaan uummata irraa maallaqa funaanaa ture keessaa inni hangafti hidha laga abbayyaati.Hidha laga Abbayyaas akka dhimma siyaasaa jabaatti kan fayyadamaa ture yoommuu tahu yeroo ammaa kaan rakkoo fayyaa hojjettoota hidha kanaa mudate dhoksuun mootummaan wayyaanee miidiyaan misooma jettuun ololuu irratti argama.Dhukkuba busaa fi dhabina qulqullina bishaanii naannoo hidha abbayyaa kanatti mudachaa dhufeen mootummaan wayyaanee furmaata kamuu kan kennaa hin jirre yoommuu tahu guyyaadhaa guyyaatti hojjettootni hidha kanaa 70 ol tahan dhukkuba busaa fi garaa kaasaan dhibamaa jiraachuun isaa beekamee jira.Kilinika naaannoo kanatti dhaabbate keessas qorannoon fayyaa fi qorichaa gahaan kan hin jirre yoommuu tahu yeroo ammaa kana hojjettoota hidha Abbayyaa keessaa waraana bakka sanatti ramadame dabalatee 250 ol dhukkuba busaan qabamuun beekamee jira.Hojjettootni naannoo kanaas hojii dhaabuun gara mana isaaniitti deebiaa akka jiran beekamee jira. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...