Waxabajjii 30,2013 Raadiyoo Afuura Biyyaa Aside Gaaffii fi Deebii Jaal Abbaa Caalaa Lataa Waliin Taasise. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Eebba barattoota Yuunivarsiitii Mattuu irratti diddaa Qeerroo irraa mudateen Wayyaaneen rifaatii keessa bu’e Aside Waxabajjii 30,2013 Mattuu Mootummaan Wayyaaneetti diddaan barattoota Yuunivarsiitii Mattuu bara guutuu itti jabaachaa kan ture guyyaa eebbaa irratti itti jabaachuun mootummaa Wayyaanee rifaatii guddaa keessa seensise.Yuunivarsiitii Mattuu keessatti barattootni oromoo gurmuun walitti dhufuun sirbawwan gootummaa fi xiiqii diina waliin wal qabanii jiraachuu kan weellisan yoommuu tahu uummatni eebbaaf Yuunivarsiitii Mattuu deeme gootummaa ilmaan isaaniitti hedduu boonuun barattoota waliin makamuun sirbawwan gootummaa sirbanii jiran.Mootummaan wayyaanee gocha kanaan kan baarage waraana hedduumminaan Yuunivarsiitii keessa seensisuun barattootaa fi uummata nagaa doorsisuu irratti argama.Barattootni oromoo gamtaadhaan walitti dhufuun jala bultii eebbaa irratti sirba Eebbisaa Addunyaa EENYUSHEEN DAANGAA OROMOO LIXXU IRRA EJJETTEE MORMA ISHEE HIN KUTTUU jedhu sirbuun bulchinsa Yuunivarsiitii,Waraana wayyaanee fi basaastota rifaatii guddaa keessa buusisanii jiran.Mootummaan wayyaanee dhiibbaa kamuu taasisu diddaan jabaatee akka itti fufu qeerroon Yuunivarsiitii Mattuu gabaasee jira. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...