Diina Hin Sodaatiina!! Gara Feetetti Haabaatu!! ( Goticha Qabsaawa Zerihun Wadaajoo) Video 2 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Uummattootni Kibbaa Tokkummaan Hiriira Bahuun hidhamtoota 20 gad Lakkisiisan Aside Waxabajjii 26,2012 Hawaasaa Uummatni Naannoo Uummattoota Kibbaa Wal tahuun namni 5000 ol ta’an naannoo Tulluu jedhamutti hiriira nagaa bahuun ummata seeraan ala loltoota Wayyaaneen qabamanii hidhaman 20 lakkisiisan ykn gadhiisiisan.Mootummaan Wayyaanee diddaa uummataa jalqabe diddaan kun hammaataa waan deemuuf wal wal irratti akka ka’aniif Caasaaleen Bulchinsaa Magaala Hawaasaa keessaa Sidaamaan qofaa buluu hin qabu,Walaayittaan,Hadiyaan aangoo Magaala Hawaasaa keessatti diriirfame hirachuu qabna jechuun dabballootaan Waraqaa Magaala keessa facaasuun uummatni akka tokko hin taane kalaqus uummatni naannoo Kibbaa shira mootummaa Wayyaanee hubachuun tokkummaan diddaatti seenanii jiran.Mootummaan Wayyaanee waraqaa tokkummaa uummataa diigu,Magaala Cukkoo jedhamu keessatti haalaan bittinsuun lubnbuun namoota shanii akka dhabamu taasisuun daran jibbummaa kalaqatee jira.Magaala Hawaasaa fi naannoo isheettis kalaqa lolaa kanaan suuqiiwan hedduun bittinnaa’anii jiru. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...