Qeerroon Matumaa Diinaaf Hin Sarmu!! Sarmuufis Qophii Miti !!! Video Reply Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Uummanni Oromoo Aanaa Limmuu fi Poolisoota Wayyaanee Jidduutti Walitti Bu’iinsi Dhalateen Poolisoonni 5 reebaman. Aside Caamsaa 03,2012 Gabaasa Qeerroo Ona Limmuu Mootummaan Wayyaanee Uummata Oromoo fixuuf akkuma karoorsee ka’e diddaan Uummataas dacha itti fufeetu jira. Caamsaa 2,2012 Aanaa Limmuu Galiilaa keessatti walitti bu’iinsi Uummataa fi Poolisoota Wayyaanee gidduutti akka ka’e qeerroon gabaasa,walitti bu’iinsi kunis Poolisoonni ergamanii dhufan kun mana Uummataa sakatta’uudhaan uummatni manneetii isaanii akka hin sakaattaasisneef qabeenya isaanii tikfachuuf jecha of irraa ittisuuf jecha walitti bu’iinsi ka’een dhimma nageenyaa kan ta’an Ittafaa Galataa fi Abdiisaa Gammadaa kan jedhaman reebanii caccabsuudhaan,poolisoota nama 4 immoo meeshaa qara qabuun madeessanii akka jiran gabaafamee jira. Itti fufuudhaan immoo mana barumsaa Haroo Limmuu sadarkaa 1ffaa fi sadarkaa 2ffaa,akkasumas mana barumsaa Sugee sadarkaa 1ffaatti alaabaan ABO fannifamee olee jira.Itti dabaluudhaan Aanaa Ibaantuu keessatti bakka Qeelloo fi Haqaroo jedhamutti alaabaan ABO guyyaa sa’atii 7 irraa kaasee hamma galgala keessaa sa’a 2:30tti fannifamee akka oole qeerroon naannoo sanii gabaaseee jira. Ummanni aanaa kanaa jabeetee naannoo isaa diina irraa qulqulleessuun injifannoo argamsiifataa akka jiru kanuma waliin gabaafamee jira. Qabsoon itti fufa! Gabrummaan ni kufa! Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Barattootni Oromoo Mana Barumsaa sad 1ffaa Galaasaa Qooftuu Bosona Collimoo Ciramaa Jiru Gootummaan Dhaabsisan. Aside Caamsaa 03,2012 Ambo Godina Shawaa lixaa aanaa Dadii galaasaa mana barumsaa sadarkaa 1ffaa Galaasaa Qooftuu keessatti barattootni Oromoo baratan Bosonni Cillimoo ciramuun diinaan guuramauun haa dhaabbatu jechuun diddaa qabsiisuun ciramuu bosona Cillimoo dhorkanii jiran.Barattootni Oromoo kunneen tokkummaa jabduun bosonni Oromiyaa yeroodhaa yerootti ciramuunii fi gubamuun haa dhaabbatu jechuun gaaffii dhiyeessuun yoo itti fufinsaan ciramuun kan guuramu taanaan barnoota hin barannu jechuun murteeffachuun bosona Cillimoo hanga hafe tikfachaa jiran.Namoota bosona kana ciruuf bobba’anis isin diina ilmaan Oromooti jechuun uummata keessaa baasaa deemsisaa akka jiru ifa ta’ee jira. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Wallagga Gimbii Keessatti Daldaltootii fi Hojii Dhabloonni ilmaan Oromoo ABO ta’uun Keenya nu boonsa Jedhan. Aside Caamsaa 03,2012 Gimbii Mootummaa wayyaaneetti doorsisnii fi hidhaan furmaata diddaa dhaabuu kan itti fakkaachaa turee fi har’as itti jiru Godina Wallaggaa Lixaa magaala Gimbii keessatti dargaggootni nagaan oolanii akka hin galle dhorkaa jiran.Daldaltoota bunaas ABO waliin hidhata qabdu,Meeshaa waraanaa ABOf naannessitu jechuun qorannoon rakkisaa jiran.Dargaggootni hojii dhabdummaan magaala kana keessatti rakkachaa jiran hedduu yoommuu tahan miseensota ABOti jedhamuun yeroodhaa yerootti qoratamaa jiru. Daldaltootii fi hojii dhabloonni ilmaan Oromoos waan Wayyaaneen ittiin yakka jettee isaan himattu kanaaf nuti Oromoon ABO ta’uu keenyatti hin qaanfannu,yoo ittiin boonnee malee jedhanii ifatti bulchitoota magaalaa Gibittii dubbachuu qabaasi qeerroo addeessa. Kanuma waliin Gibii fi magaalota naannoo san jiran kan akka Innaangoo,Gullisoo,Yuubdoo fi Najjootti diddaan daran jabaatee akka jabaatus Qeerroon magaala kanaa fi naannoo ishii gabaasee jira. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...