Alaabaan ABO Magaalota Oromiyaa Keessa Balali’e Video 2 Alaabaa ABO Oromiyaa Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
“Injifannoo Irratti Injifannoo ni Mirkaneessina” Jedhu Dargaggoonni Oromoo!! Video 1 Injifannoo irraatti Injifannoo diina irratti goonfataa kan jiran Qeerroon Oromoo diddaa isaanii itti fufuuf jecha alaabaa Oromoo (ABO) magaalota Oromiyaa keessatti fannisuun itti fufee jira. Diinni gaaffii mirga ummata Oromoo dhaamsuuf jecha dargaggoota Oromoo fi ummata Oromoo hidhuu ajjeessuu fi biyyaa arihuun furmaata jedheen gochaa kanaan yoo itti fufe iyyuu haalli Wayyaaneen ummata keenya irratti raawwatu garuu daran waan nu kakaasuuf jecha caasaa mootummaa Wayyaanee akka qiinqanii keessa gallee nyaannee jigsuun keenya mirkana jedhu dargaggoonni Oromoo. Video-n armaa gadii kun Gurraandhala 27,2012 alaabaan ABO magaalaa itti balali’aa oolte yommuu tahu,suuraalee magaalota biros ni dhiheessina. Alaabaa ABO Magaalota Oromiyaa 1 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...