Alaabaan ABO Magaalota Oromiyaa Keessa Balali’e Video Posted on February 28, 2012 by Qeerroo Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgkGofundmeTwitterFacebookqeerroo youtubeQeerroo Videosbo/aboWhatsAppEmailGadaawww.Ayyaantuu.orgOromiapressLike this:Like Loading... Related
dhuguma dha injifannoon bilisummaa ormoo kan hin oolle dha kunis qeerroon qabsa’ota oromoo umurii isaanii qabsa’uun kanaan geessisani fi warra lubbuu isaanii mi’ooftuu wareegaman harkaa fuudhun waan gochaa jiran kan nama boonsisu dha kunis alaabaan oromoo fannifame kun adunyaa irratti karaa adda addaa ilaalamaa jira kuni nam boonsisa kufatii wayanees argisiisa nutis qeerroo cina dhaabachuun jabaachuu qabna kunis warra oromoo kargar diiguu barbaadan dura dhaabachuun qabsoo bilisummaa oromoo itti finiinsuu qabna jgalatooma qeerroo! nagaatti goolee Reply ↓
dhuguma dha injifannoon bilisummaa ormoo kan hin oolle dha kunis qeerroon qabsa’ota oromoo umurii isaanii qabsa’uun kanaan geessisani fi warra lubbuu isaanii mi’ooftuu wareegaman harkaa fuudhun waan gochaa jiran kan nama boonsisu dha kunis alaabaan oromoo fannifame kun adunyaa irratti karaa adda addaa ilaalamaa jira kuni nam boonsisa kufatii wayanees argisiisa nutis qeerroo cina dhaabachuun jabaachuu qabna kunis warra oromoo kargar diiguu barbaadan dura dhaabachuun qabsoo bilisummaa oromoo itti finiinsuu qabna
jgalatooma qeerroo!
nagaatti
goolee
halaan bareddudha hamilleen imaan oromodhaa