Continue reading →
Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Share on X (Opens in new window) X
- Share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress

Amajjii 19,2018 Akka maddi oduu qeerroo magaalaa Naqamtee irraa nuuf gabaasanitti hidhamtoota magaalaa Naqamtee keessaa fi goleewwan oromiyaa cufa keessaa baatiwwan darban keessa hidhamanii turan amammoo kanneen hiikamaniif simannaan haala nama si’atuun taasifameefi jira.Akka magaalaa Naqamteettis hidhamtoota hiikaman simachuuf gootowwan qeerroon magaalichaa qeerroo yuunversiitii wallaggaa waliin walitti dabalamuun simannaa hidhamtoota siyyaasaa oromoof taasisanii jiru.Bifuma wal fakkaatuun simannaan hidhamtoota siyyaasaaf taasifame kun godinaalee Wallagga bahaa jala jiran kanneen akka Nuunnuu qumbaa,Waayyuu Xuqaa 
It gives us a great pleasure to invite all stakeholders of Ethiopia and third parties, including, politicians, aca-demics, religious and community leaders as well as international and regional personalities to participate in the forthcoming conference on ‘INTERNATIONAL CONFERENCE ON A CURRENT CRISIS IN ETHIOPIA TO EXPLORE REALISTIC ALTERNATIVES’ which will take place in London, England, UK, on February 24, 2018. A draft synopsis of the conference and programs will be sent to individual participants once the confirmation of their attendances being received.