Bakka Bu’oota Uumataa Immoo Kan Mootummaa?

Aside

Damee Boruutin, Bitootessa 6, 2018

Protests

Warra seeruma biyyittiin qabduun uummataan filatamaanii bakka bu’oota uummataa tahanii kakuu biyyaa fi uummata isaan ergatee gananii Mootummaa faashitii wajjin adda tokko tahee  uummata irratti murtii du’aa dabarse bakka bu’oota uummataa jennee waamuun hin ulfaata. TPLF uummata keenya dugugdee lafa irraa fixuuf akeeka qabdi.  Akeeka kana bakkaan gafuu tooftaa Labsii Yaroo Muddaa qopheefatee akka fudhatamaa argatuu gara mana maree paralaamaa geessitemale isheen duraan dursitee itti jirti. Murtii maqaaf gara mana maree paralaamaa dhiyaate fedhii  isaaniin sobaan Labsii Yaroo Muddaa ragaasisuudhaan  qooda fudhachuun cubbuu fi yakka guddaa uummata isaan filate irratti hojjechuu dha. Continue reading

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 7 March 2018

Aside

Memorandum of Understanding (MoU) of Political Organizations participated on All-Inclusive Conference Initiated by Peoples Alliance for Freedom and Democracy (PAFD) conducted in London between February 24 and 25, 2018

Aside

March 7, 2018

PAFDThis Memorandum of Understanding (MoU) sets for the terms and understanding between political forces in Ethiopia who took part and in principle agreed to work together during all-inclusive International Conference conducted in London between February 24 and 25, 2018. Continue reading

SBO Bitootessa 7, 2018. Oduu, Haala Yeroo Irratti Ibsa ABO irraa laatame, Sochii FXG guutummaa Oromiyaa keessatti Gootota Ilmaan Oromoon finiinaa jiru ilaalchisun Yaada sabboontota Oromoo Godinaalee Oromiyaa adda addaa irraa nuuf laatan.

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Bitootessa 6,2018

Aside

Oduu fi Qophiilee ONN biroos… Continue reading

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 5 March 2018

Aside

Continue reading

ONN:QOPHII HUBANNAA : Bitootessa 05 2018 :-Haalowwan Oromiyaa keessatti mumul’achaa jiranu irratti, hayyuu siyaasaa Obbo Kumsaa Buraayyuu wajjin maree.

Aside

ONN- Qophiilee Adda Addaa  Continue reading

SEENAA SOCHII QEERROO FI QABSOO OROMOO.

Aside

SEENAA Y.G  (2005)

Seenaa qabsoo Oromoo keessatti yakki inni guddaan, diina bira goranii lammii ofii miidhuudha. Salphinni hunda caaluus kanuma jechaa jiraanne. Har’arra dhaabbannee salphina lammaffaa galmaa’aa jiru argaa fi dhaga’aa jirra. Warra beekumsi hammayyaa isaan maraachaa jiruun seenaa xuraa’aa argaa fi dhaga’aa jirruudha. Beekumsi hammayyaa barcuma ho’iitu irra taa’anii baratan yoo baayyatee, arraba qofaa jabeessiti. Onnee kan jabeessitu muraasa. Warri seenaa Ummata isaanii fi dhugaa ummata isaanii keessa jiru dubbisuu fi dhugeeffachuu hin barbaannee, seenaa warra adii fi dimokiraatoota warra summiin Continue reading

Magaalaan Finfinnee Jaalattees Dirqamtees Sochii Warraaqsa Biyyoolessaa Oromiyaa FXG Irraa Qooda Fudhachuu qabdi.

Aside

Finfinneen Teessoo mootummaa abbaa irree EPRDF/TPLF kan taateefi bakka irraa qajeelfamni yakka waraanaa uummata kenyarratti rawwachuu darbaa jiru waan ta’eef Xiyyeeffannoo guddaan Magaalaa Finfinnee irratti godhamuu qaba. Finfinneen fedhiidhanis ta’ee dirqamtee Sochii Warraaqsaa FXG irraa qooda akka fudhattuufi mootummaan abbaa irree Finfinnee irra taa’ee qajeelfama dabarsuu daranuu akka muddamuufi aangoo gadi gadhiisuuf adeemsa sochii Warraaqsaa Oromiyaa keessatti finiinaa jiru duula gabaa lagannaa, uggura geejjibaa kaa’uu, daandii cufuufi hojii dhaabuun guyyoota torbaaf daran jabaatee itti fufa, Finfinneenis dirqamtee sochii irraa qooda ni fudhatti. Kanaafuu adeemsa armaan gadii kanaan Finfinneetti Warraaqsa jabeessuun dirqama uummata Oromoo hundaafi sabaaf sablammoota cunqurfamoo biyya keenyaa hundaati!! Continue reading

VOA Amharic-በኦሮሚያ ክልል ዛሬም ውጥረትና ግድያ መኖሩን ያነጋገርናቸው ነዋሪዎችን ገለፁ

Aside