Yuunivarsiitii Arbaminc Mooraa Abbayyaa Keessatti Waraqaalee Dhaadannoo Baldhinaan Maxxanfaman. Wayyaaneenis Tohannaaf Jecha Waraana Bobbaafte

Aside

Gurraandala 20,2013 Arbaminc

OromiaALutaContinua2011FDGQeerroon Yuunivarsiitii Arbaminc walgahii kubbaa miilaa Yuunivarsiitiilee gaggeeffamu irratti waraqaalee dhaadannoo mooraa Abbayyaa keessatti hedduumminaan maxxansan.Qeerrooon Yuunivarsiitii Arbaminc mootummaan wayyaanee wayita ofitti amanamummaa dhabee fi yeroon tokkummaan kaan amma jechuun ilmaan Oromoo mooraa sanaa walitti qabachuun waraqaalee dhaadannoo hedduumminaan Istaadiyoomii,Galmaa fi gamoowwan akkasumas bakkeewwan beeksisni maxxanfamanitti hedduumminaan maxxansuun mootummaan wayyaanee sodaan akka liqimfamu taasisanii jiran.Waraqaaleen dhaadannoo 1. Qeerroonni Oromoo Qabsoo Bilisummaa Oromoo itti fufna! 2. Sabawwan cunqurfamoon marti mirga keessaniif kaaa 3. Wayyaaneen garboomfataa dha 4. ABO Oromoo bilisa baasa 5. Kai Qeerroo 6. Kubbaa ilaaluu ilaaluun dura qeerroo of haa ilaallu! 7. Oromiyaan dhiiga ilmaan isheen bilisoomti 8. Hidhi Abbayyaa gaaffii mirgaa hin dhaabu 9. Hidhamtootni siyaasaa haa hiikaman Kanneen jedhan hedduumminaan diimaa,magariisa diimaan barreeffamuun kan maxxanfaman yoommuu tahu,mootummaan wayyaanee hedduu kan rifatee fi waraana konkolaataa 2 dabalee gara Yuunivarsiitii kanaatti geessaa jira.Waardiyootnii fi poolisootni federaalaa yuunivarsiitii kanaa basaasa mootummaa wayyaanee dabalachuun ilmaan oromoo lama sadii tahanii dhaabbatan hin dhaabbatiinaa deemaa asii jechuun doorsisaa jira.Qeerroon Yuunivarsiitii Arbaminc mootumamaan wayyaanee garboomfataa tahuu isaa dabballoota isaaf mirkansina jechuun diddaa itti fufanii jiran.

Dabballootni Wayyaanee aanaa Ejeree Uummata Qabachuun Wal -gahii Qondaalota Wayyaaman Yaamte Diigan.

Aside

Gabaasa Qeerroo Lixa Shawaa Gurrandhala 20,2013

Gurraandala 19,2013 Godina Shawaa lixaa aanaa Ejeree keessatti ololli mootummaa Wayyaanee uummataa fi dabballoota isaa yeroo dheeraa biratti fudhatama dhabuun uummatni wal gahii diiguun diddaa agarsiise.Amanamtootni mootummaa Wayyaanee yeroo dheeraa shira mootummaa wayyaaneen wal gahii irratti kaasu dura dhaabbachuun amanamtoota Wayyaanee qaanessanii jiran.Yeroodhaa gara yerootti misooma,misooma jechuun maallqni guuramu eessa gahe? Nuyi oromoo sababa taaneef duwwaa maaliif yoo gaafatne hojii irraa ariiamna? Jechuun dabballootni mootummaa wayyaanee yeroo dheeraa uummatatti ifaan mootummaan Wayyaanee saamuu malee guddina Oromoo fi Oromiyaaf waan hojjetuu fi hojjechaa jirus hin qabu jechuun uummata qabatanii wal gahii lakkisanii jiran.

Mootummaan Wayyaanees diddaa kana kan qindeessu ABO dha jechuun magaala Hoolotaa galumsaa fi bahumsaan waraanaan tiksuu irratti argamti.Waraanaa fi ukkaamsaan gaaffii mirgaa ilmaan oromoo dura dhaabbachuuf garboomfaa fi abbaa irreen xaarus hanga bilisummaa jabaatee akka itti fufu diinaa fi firaaf qeerroon dhaamee jira.

SBO Gurraandhala 20 Bara 2013

Aside

Prof. Asafa Jalata Discusses about the Gadaa System with Radio Afuuraa Biyyaa

Aside

“MATAA NU MARAA JIRUU !!!!!!!!!! Kutaa 3ffaa

Aside

Barruu QeerrooGuraandhala 18, 2013

Y.G(2005)

HIWAATOONNI HAMMEENYA ANGOO OF HARKA TURSUUF HOJJATAN BARAARUUF SHIROOTA QOPHEEFFATAN, kanneen tarrifaman keessaa torbee 1-6 ilaalu yaallee jirra. Har’a isa hafe xumurree waan fala nuuf ta’an waliif dhaamna.

  1. Ummatoota dhaabbilee mormitootaa harkaa baasanii ofitti qabuu,
  2. Dhaabbilee siyaasaa Biyya keessaa bifa kamiinu haa ta’uu, diigu hanga dhabamsiisuu ,
  3. Humna waraanaa , tikaa fi polisaa waan hundaa dura dhaabbatu hundeessu ,(tu’annaa isaanii jalatti )
  4. Sabboonummaa sabootaa laamsheessuu (itoophiyummaa fudhachiisuu )
  5. Dhaabbilee mormitootaa Qabsoo hidhannoo gaggeessan hundumaa diiguu ykn dhabamsiisuu ykn harka kennachisuu ,kaayyoo jijjirsiisuu. Ykn qubsuma Biyya keessaas ta’ee alaa dhabsiisuu,

MATAA NU MARAA JIRUU !!!!!!!!!!!!!!!!!! (kutaa 3ffaa).docx

Odeessa Haala Rakkoo Yuuniversity Mattuu Damee Gambeela Keessatti Dhalatee

Aside

Ethiopia: Changes without Improvements

Aside

Ethiopia: Changes without Improvements

HRLHAThe Human Rights Situation in Ethiopia Deteriorated 

Rapidly After the New PM Came to Power

HRLHA Statement

Ethiopians and the friends of Ethiopia have recently witnessed two major changes taking place in the country particularly in relation to honouring and protecting human rights. One is the replacement of Mr. Meles Zenawi, whose government tightly restricted fundamental human rights and severely punished those who attempted to exercise some of their basic freedoms, by another prime minister. The other change is Ethiopias election to the United Nations Human Rights Council.

Following those changes, again Ethiopians and their friends expected some kinds of improvements in terms of human rights situations in the country. There have been reasons why improvements were expected in both cases. Firstly, the new prime minster, Mr. Hailemariam Dessalegn, was believed to be much more and well educated person than Mr. Meles Zenawi, who was just a rebel leader and a first-year university drop-out before coming to power. Besides, contrary to Mr. Meles underlying political principles of racism and regionalism, Mr. Hailemariam was expected to be far from racial partiality, discriminations and political biases. Secondly, membership to the UN Human Rights Council comes with such obligations as holding the highest standards in the promotion and protection of human rights around the globe (UN General Assembly Resolution 60/251). Unfortunately, the expected improvements havent happened. Instead, we are witnessing the worsening of the human rights situations in the country. Good most recent cases in point are the Suri massacre in the Omo Valley, south-western Ethiopia, and racially motivated brutal crackdown against the students of Addis Ababa, Arat Kilo University, almost all of whom were Oromo nationals.

HRLHA Statement (12) – Surri.pdf

Gadaa.com Launches Monthly Newsletter, FinfinneTribune, Read/Share the First Edition

Aside

February 18, 2013 

Gadaa.com, the online media outlet serving the Oromo nation as well as the Horn of African region, has launched a monthly bilingual electronic newsletter (e-newsletter, in PDF format) that covers community and civic topics that are relevant to the Oromo nation and the Horn of African region. The e-newsletter is named FinfinneTribune, and presents information in English and Afan Oromo.

Read/print/distribute/email FinfinneTribune 1st edition (Vol. 01, No. 01, Mar. 2013, Bitootessa 2013):
1) Low resolution file for email
2) high resolution file for printing

FinfinneTribune is delivered to its audience electronically through the email, or printed-on-demand by volunteers who would like to distribute the newsletter in the Diaspora or in Oromiyaa, where no single newspaper exists in the Afan Oromo language, despite the language being the third widely spoken in the entire Africa. FinfinneTribune’s distribution solely depends on volunteers to reach the wider audience, and it’s also EMAIL-on-Demand to reach the audience back home in Oromiyaa. FinfinneTribune will strive to serve the information-starved community with utmost professionalism and dedication.

Tips:
Gadaa.comFor best look, one can print FinfinneTribune on double-sided 11×17 (size) papers in color, preferably, and staple all papers together on the left top side.
Gadaa.comEmail the actual file (the PDF file) as an attachment, in addition to sending the secured link of the newsletter, to ensure end-users can access the newsletter from wherever they may be located at.

To submit materials for FinfinneTribune, please use the existing submission methods for Gadaa.com:
1) Email material to Contact@Gadaa.com (photos, videos, texts), or
2) Use the following page to send the message (text only): http://www.Gadaa.com/contact.html

In addition, the existing News Guidelines and Editorial Policy of Gadaa.com will also apply to theFinfinneTribune newsletter.

Read/share/print/distribute/email now: click here to get the first edition of FinfinneTribune (Vol. 01, No. 01, March 2013, Bitootessa 2013)

SBO Guraandhala 17 Bara 2013

Aside

“Aadaa Oromoo Qabna Koottaa Sirba Dhaabbbanna”

Aside

Taaffesech Ejersoo – Ateetiyyoo