MANNI GOGAA HARREEN IJAARAME, GAAFA WARAABEESSI YUUSU DIIGAMA !!

Aside

Y.G(2005) Kutaa 3ffaa | Waxabajii 24, 2013

barruuBara 1991 ABOn chaartara keessa wayita turetti ayyaanoota yk wal ga’iilee inni gaggeessee fi qopheesse keessaa wayyaanee akka malee kan rifaasise, Ayyaana ODAA BULTUMII FI HIRIIRA FINFINNEE ta’uu keessa beektoonni ni dubbatu. Seenaa yeroosii keessaa barruu har’af seensa kan taasifadhu haasaa Maanguddoo tokko ta’a. akkas jedhan. “Oromoon bilisoomuuf waa takka qofaatu hafaaf” jedhan. Innis, “TOKKUMMAADHAA” jedhan. Hari’inni waggaa 22 dura maanguddoo kanatti mul’ate haqa ta’uu isaa har’a irra dhaabbannee dhugaa ba’ufii dandeenya. Har’as kan nu hidhee jiru kanuma. Hojiin gama kanaan nu eeggatu salphaa hin ta’u.

Manni gogaa harree irraa ijaarame, heedduun , gaafa waraabeessi yuusu diigameera. Waggoota 40n dabaraniif kan dhageenye fi argine kanadha. Manni gogaa harree irraa hin ijaaramiin waraabeessi yuusaa oolee bulu hin diigamiin jira. Yoo waan kaleessaa irraa barachuu dadhabnee, diigamuun itti fufa . yoo waan dabre irraa barannee, manni , waan irraa ijaaramu danda’u akka gaaritti yoo hubannee , mana bara baraa ijaarrachuutti ceena jechuudha. Seenaan waan nu mirkaneessus kanuma. Ega dhala namaa taanee umama hunda irraa adda taanee ammo kana qalbifachuun dansaadha. Manni sirriitti hin ijaaramiin bakka hedduu diigamee , gama mana utubaan dhaabbatee jirutti cillaaffachaa jiraachuun haqa argaa jirrudha. Kan isaaf hin galiin ammoo , mana gogaa harreen ijaaruu qofa odoo hin taane, mana cirracha irratti ijaarrachuutti ce’aa jiraachuun nama raja. Qabsoon Oromoo kana booda waan isaaf hin taane, ifatti ummata waliin balaaleffatee kan karaa irraa dabe qajeelchutti ce’uu qaba . qabsoon gadi dhaabbatus kana irratti utubamu isa barbaachisa.

Yeroo sochiin akkasii lafa qabachaa jirutti ammoo , waan kaleessaa kaasanii akka irra hin deebi’amne, yk waan gadi dhaabamaa jiru akka deebi’ee hin jigneef, irraa wal gorfachuun hedduu barbaachisaadha. Qabsoo keenya baraarree , bakka dhaabbannu tolfannee diinatti jabiinaan fulleeffachuuf yaaduun waan jabaadha. Kana irraa garuu amma tokko duubatti deebinaan waan keessaa ba’uu hin dandeenye seenuudha. Kanaaf waan keessa dabarree keessaa , waan deebi’ee nu keessatti tasumaa mul’achuu hin qabne kaasee, hegaree keenya ijaaruu keessatti sadarkaa dhunfaa kaafnee waan raawwachuu qabnu waliif keenye barruu keenya goolabna . Qabxiilee kutaa lamaan kaasee :

=WAAN FOOYYEEFFACHUUN NU IRRAA EEGAMU:-

1. FEDHII UMMATAA GADI FAGEESSANII BEEKU :

2. ABOn, KUDHAAMA UMMATA OROMOOTI !

3.ILAALCHAAN ADDA TA’UUN, OROMUMMAAN ADDA TA’UU MITI !

4.TOKKUMMAA HOJIIN ARGISIISUU:

5 .MATA DUREE ADDUNYAAN NU UMTUUN WAL TAKAALUU DHAABUU :

Kutaa 3ffaa

Hunda dubbisuuf as tuqi

MANNI GOGAA HARREEN IJAARAME, ………..kutaa 3ffaa.docx

“Hallayyaan Hallayyuma,Maaltu Hallayyaan Hurufa Jedhee????????…..” Artisti,Hacaaluu Hundasaa

Aside

Wallee Ergaa Cimaa!!

Kabajaa Hundeeffama SBO Waggaa 25ffaa Giddu Gala Mooraa Leenjii WBOtti (Oromo, Oromia)

Aside

 

“አንድነት ፓርቲ የገዢዎች ልጆች ናቸው” Jedhu Obbo Bulchaa Dammaqsaan

Aside

ቡልቻ ደመቅሳ፡- “አንድነት ፓርቲ የገዢዎች ልጆች ናቸው”

Obbo BulchaaJune 22, 2013

ቡልቻ ደመቅሳ ለሰንደቅ ጋዚጣ ከሰጠው ቃለ ምልልስ የተወሰደ

  • ዶ/ር ነጋሶ….. “አማራም ቢሆኑ ውስጡ ገብቼ አንድነትን አጠናክራለው”  የሚል አቋም አላቸው።
  • አፄ ኃይለስላሴ ኦሮሞነት አለባቸው ይባላል። ኦሮሞነት ስላላቸው የኦሮሞን ታሪክና ባህል አላቸው ማለት ግን አይደለም።
  • ቡልቻ  “አማራ” የሚለውን ቃል ተጠቀመ ብለው [አንድነቶች] ሊከፋቸው አይገባም። ታዲያ እኔ ምን ብዬ ልግለጣቸው? እዛ ያሉትን እኔ የማውቃቸው በአማራነታቸው ነው።
  • በአንድነት ውስጥ ያሉ አማራዎች ግን የጀነራል፣ የሀገረ ገዢ፣ የአምባሳደር የአስተማሪና የሲቪል ሰርቪስ ልጆችና የልጅ ልጆች ናቸው።
  • አፄ ቴዎድሮስም ቢሆን በጀግንነቱና ወንድነቱ እኛ ኢትዮያውያን ብቻ ሳይሆን መላ አፍሪካ ሊኮራ ይችላል። ነገር ግን እንደ ኦሮሞና ደቡብ ከእሳቸው ጋር አንተዋወቅም።
  • አቢሲኒያ የሚባል ሀገር ነበር። ምናልባት ሶስት ሺው ከዚያ ጋር ተያይዞ ሊገለፅ ይችላል። የዛሬው ደቡብ፣ ምስራቅ ምዕራብ አቢሲኒያ አልነበረም።
  • [አፄ ምኒልክ ወኪሎቻቸውን በመላክ] ዛሬ የምናውቃትን ኢትዮጵያን ፈጥረዋል።…..ነገሩ ሁሉ የሆነው በጉልበት ነው። በእርግጥ ጀርመንም፣ ጣሊያንም ይሄው ልምድ በመኖሩ በዚህ ላይ እኔ ቅሬታ የለኝም

Source: http://danielberhane.com

SBO Waxabajjii 23 bara 2013

Aside

12th Day Straight Demonstration by Oromo Refugees in Egypt in front of the UNHCR Cairo.

Aside

Raadiyoo torbee Simbirtuu fi Seife Nebelbal

Aside

Guddinaa fi Jireenya Biyya Ethiopia

Aside

Guddina biyya Ethiopia

GGO 2013 Irratti “Hamma Oromiyaan Walaboomtutti Qabsoon Oromoo Itti Fufa” Jedhu Obbo Dani’el Dafaa ,

Aside

SBO Waxabajjii 19 Bara 2013

Aside