The human rights and political rights of the Oromo people are under attack in Ethiopia. There are disturbing reports of violence against Oromo protesters that has left 1000 civilians dead and the imprisonment of tens of thousands of people for exercising their right to political protest. I call on the Australian government to stand up for human rights for the Oromo people.
Blog Archives
RSWO-Kaayyoo Qabsoo Qeerroo Oromoo fi Dhimma Filamuu Dr. Abiyyi
Aside
Dr Kedida show Marii hawaasaa fi Tumsa Qabsoo Oromoo ilaalchisee hawaasa Oromoo Kaaba Karoolaayinaa godhame. Kutaa 3ffaa
Aside
Godina Jimmaa Aanota Adda Addaa Keessatti Dargaggootii fi Ummanni Oromoo Jimulaan Hidhamaa Jiru.
Aside
[SQ, Bitootessa 29,2018] Godina Jimmaa Aanaalee garagaraa keessatti Namoota Komaand poostiin hidhamanii jiran jiran keessaa kanneen maqaa isaanii akka armaa gadiitti jirtu dha.
Aanaa Gommaa Aggaarootti
1.Injinar Baahir Zeenuu Geembee irraa
2.Miftaahii Abdussalaam Aggaaroo irraa
3.Fu’aad Alii Geembee irraa
4.Naamus Abbaanagaa(Abbaaf Obboleessa woliin komaand poostiin dura sobaan hidhame!) Geembee irraa
5.Fayyisaa Hirphaa Aggaaroo irraa Continue reading
Oromoota Goojjam Matakkal irraa Labsii Yeroo Muddamsaa Wayyaanee asitti hidhamanii hidhaa jiran kan Qeerroon gabaase.
Aside
Galeessaa irraa
1 Abarra Shoonee
2 Faqqadee Olaani
3 Abuyye Gannatii
Gelgel beles irraa
1.Fiqadu Abera Continue reading
“Hiryooshee Bitamuun Hanga Yoomii”?? Hanshaa Solomoon
Aside
Dr. Abyii fi Lammaa Magarsaa Daddaffiin Waan gochu qaban!
Aside
TPLF Gaafi Oromoo ni deebisa yaadi jeedhu yoom ilee samuu ummataa keessa hin jiru garuu gareen Lama magarasa fi Dr. Abyi Ahemd fedhinnaa fi golgaa fedhii TPLF keessaa bahuu fi aanummaa sabaa qabaachuu isaanii kan ittiin muldhisan keessaa Gaafi ummata Oromoo kana gadii kana irratti daddaffiin furmaata gochuu deemsa siyaasaa tokko jedhanii jalqabuun barbaachisaa dha.
Kanaaf ammatti waanneen gochuu qaban keessaa:-
- State Emergency waan hunda dura dhaabbu fi badii isaan geesisan sirreesu.
- Oromoon Millyoni 1 ol ta’e qe’ee irraa buqa’ee lafa galu dhabee magaalota keessaa karaa irra bulaa jira kaan ammo mooraatti galee lafti isaa Liyuu Poliisin qabame jira, Abdi Ilyee fi Waraanaa wayyane Achii basu qaba,
- Oromoo siyaasaan mana hiidha jiru hunda gadi dhisisu,
- EPRDF jijjirama bu’uura feesisa waan hundan TPLF seeran ala Angoo, Daldala fi bu’ura misomma hunda dhunfate jiru harka fudhu fi EFERTn qabeenya ummata gochu, Ango isaan waga 27 qabatan fakeenyaf Military security, finance, telecom, airlines, military industry, constriction industry kkf hunda qabachun isaan siiri miti, kun jiriramu qaba. Continue reading
ONN- Qophii Kaayyoo,Oduu fi Sagantaalee Biroo
Aside
Qabsoon Abbaa Biyyummaa Ququnxuraa Siyyaasaan Hinargamu
Aside
Qeerroo Bilisummaa
Oromoo Finfinnee Oromiyaa
Qabsoon uummanni Oromoo waggoottan 28 darban Wayyaanee waliin taasisaa tureef jiru qabsoo sirnicha dhabama gochuun abbaa biyyummaa Oromoo mirkaneessuuti. Qabsoon abbaa biyyummaa ammoo ququnxuraa siyyaasaan akkasumas kennee aangoo siyaasaa gabroomfataa irraa kennamuun kan argamu miti.
Qabsoon ummata Oromoo sirna gabroomfataa dhabama gochuun cunqursaa jarraa nutti lakkoofsise konkolaachisuu, mirga namoomaaf mirga lubbuun jiraachuu mirkaneeffachuuti. Continue reading

