Aside

abo

የወጣት ኒሞና(ፍሮምሳ) ጥላሁን ሞት የህዝብ ኣይን የሆኑ የኦሮሞ ምሁራንን ለመግደል ወያኔ ያወጣው እቅድ
ቀጣይ ኣካል ነው!

የኦሮሞ ነጻነት ግንባር መግለጫ

በወያኔ መንግስት የኦሮሞ ዜጎች ላይ እየተፈጸመ ያለው ጭካኔ የተመላበት የግድያ ወንጀል፡ በሃበሻ ገዢ መንግስታት የኦሮሞ  ምሁራንን ከምድረ-ገጽ ለማጥፋት ለረዥም ዓመታት ኣቅደው በመስራት ላይ ያሉት የዘር ማጥፋት ተግባር ኣካል ነው። በተለይም  የህዝቡ ዓይንና ኣለኝታ፡ የነገ ሃገሪቷ ተስፋ የሆኑ ወጣቶችን በእስር ቤት ውስጥ ለኣካላዊና ለሰነ-ልቦናዊ ሰቆቃ በመዳረግ በኣሰቃቂ ሁኔታ ህይወታቸው እንድታልፍ ማድረግ የተለመደ ሁኔታ ሆኗል። የወያኔ ኣምናገነን መንግስት የፖለቲካ ስልጣኑን በሃይል  ከተቀጣጠረ ኣንስቶ ባሉ 23 ዓመታት ውስጥ ይህን በመሰለ ዘግናኝ ሁኔታ የተገደሉ የኦሮሞ ዜጎች ቁጥር የትየለሌ ነው። የወጣት  ኒሞና ጥላሁን ሞትም በዚሁ ስልት ጠላት ካደረሳቸው ግድያዎች ውስጥ ኣንዱ ነው። ኒሞና በሩጫ ላይ ሳለ ካሰበበት ሳይደርስ  ያለኣንዳች ጥፋት የኦሮሞ ዜጋ በመሆኑ ብቻ ተወንጅሎ በወያኔ ስርዓት በኣጭሩ የተቀጨ የ28 ዓመት ወጣት ነው።  ኒሞና ከኣባቱ ኣቶ ጥላሁን ኢማናና ከእናቱ ወ/ሮ ላቀች እንዳለማ ሙልአታ በምስራቅ ወለጋ ዞን ኣርጆ ከተማ ተወለደ። የ1ኛ እና  2ኛ ደረጃ ትምህርቱንም እዚያው ኣርጆ ከተማ በማጠናቀቅ የከፍተኛ ትምህርቱን ለመቀጠል በ2004ዓም ፊንፊኔ ዩኒቨርሲቲ ገባ።  በዚሁ ዓመት የኦሮሞ ተማሪዎች ከፊንፊኔ ጉዳይ ጋር ኣያይዘው ባስነሱት ተቃውሞ የወያኔ ስርዓት ከ400 በላይ ተማሪዎች ላይ  ባሳለፈው ኢ-ፍትሃዊ ብይን ኒሞና ጥላሁንም ለኣንድ ዓመት ከትምህርት ገበታው ተባረረ። ከኣንድ ዓመት በኋላም ወደ ትምህርት  ገበታው በመመለስ በ2007 ዓም የመጀመሪያ ዲግሪውን በ’Banking and Insurance’ በማጠናቀቅ ተመረቀ። በወያኔ መንግስት  ሃይሎች ህይወቱ እስካለፈችበት ዕለት ድረስም በመምህርነት ስራ ላይ ተሰማርቶ በሸኖ ከተማ ህዝቡን ሲያገለግል ነበር። በስራ  ላይ እያለ ኦሮሞ ሆኖ በመፈጠሩና በብሄርተኝነቱ ብቻ ከወንጀለኛ ተቆጥሮ በ2008ዓም በወይኔ መንግስት የደህንነት ሃይሎች  ታፈነ። የወይኔ ስርዓት የኦሮሞ ምሁራንና የህዝብ ኣለኝታ የሆኑ የኦሮሞ ዜጎችን በኦነግ ኣባልነት ወንጅሎ የመሰወር ያረጀ-ያፈጀ  ስልት ሰለባ የሆነው ወጣት ኒሞና ጥላሁን እጅግ ዘግናኝና ኢ-ሰብዓዊ ሰቆቃ ሲፈጸምበት ነበር።

ባለፉት ስድስት ዓመታት ውስጥም በማዕከላዊ፣ በቃሊቲ፣ በቂሊንጦና በዝዋይ እስር ቤቶች ውስጥ ከዚህ ዓለም በሞት  እስከተለየበት ቀን ድረስ የድብደባና ቶርቸር ተግባር ሲፈራረቅበት ነበር። በደረሰበት ድብደባና ሰቆቃም ለከፋ የጤና መታወክ  ተዳርጎ ተገቢውን የህክምና ኣገልግሎት በመነፈግ ህይወቱ እንድታልፍ ተደርጓል። ከረዥም ግዜ ድብደባ የተነሳ ቁስሉ ኣመርቅዞ  ለከፋ የእጢ በሽታ ዳረገው። ለይስሙላ ወደ ሃኪም ቤት ተወስዶ የቀዶ ጥገና ህክምና ከተደረገለት በኋላ ቁስሉ ሳያሽር ወደ  እስርቤት እንዲመለስ በማድረግ በቁሙ እንዲሞት ፈረዱበት። OLF Press Release June 2014 Amharic

Falmadhu Mirga Kee!! Dhaamsa Shamarran Oromoo Maraaf/Walaloo Qabsoo

Aside

DIINA IRRATTI WAL-TUMSUUF,YEROOTU GA’E ! kutaa 2ffaa

Aside

DIINA IRRATTI WAL-TUMSUUF, YEROOTU GA’E !!

SEENAA Y.G (2005) kutaa 2ffaa.

Barreessaa dhugaa baasa!Diina irratti wal tumsuuf, waamicha tarrisuun furmaata hin ta’u. Dhaabbileen Siyaasaa Oromoo adeemsa kana keessa jiran dogoggoratti jiruu jedheen yaada. Muxannoon Qabsoo keessa qaxxaamurree jirru, salphaa miti. Aadaa keenyatti amanna yoo ta’es, waan jiru sirreessuuf karaa salphaa qabna Irraa barbaachuun fardiidha. Dhalli Oromoo Addunyaa kana irra jiraatu hundumtuu, keessa isaatti waan of gaafatuu fi waan ta’uu qabu ilaalchisee keessa isaatti bilcheessee mala malachaa jiraachuun ifadha. Tumsa barbaachisuuf gumaacha irraa eegamu taasisuuf qophiidha. Amma gaaffii guddaan Tumsa kana akkamiin Ummachuu dandeenya ? Tumsa akkamii nu barbaachisa ? Tumsaa fi kaayyoo akkamitti araarsina ? Daangaan isaa maalii ? Tumsi nuuti barbaannu fi kan addunyaan itti jirtu wal simaayi ? akka isaanii taana jennee aadaa keenya keessaa ceenee, waan kolfaa hojjachuu wayya ? moo, Makaanizimii Tumsaa Mataa keenyaa addunyaattu qabannee ba’uu dandeenyu uumnee, bu’ura aadaa fi Gadaa gadi dhaabnee, hegaree keenyaaf yaadutu furmaata nu ta’aa ??? jennee of gaafachuu nu barbaachisa. Sadarkaa kana irra ga’uuf wareegama qaalii kafaluu keenya dagachuu hin qabnu. Karaan nu eeggatu kana irra ulfaataa ta’uu waan maluuf, Tumsa Ummachuun amma shamiza of irraa baasanii geeddarachutti fudhachuu dhiifnee, gadi jabeessinee irratti hojjachuutu hegaree isaa mi’eessa.

DIINA IRRATTI WAL-TUMSUUF YEROOTU GA’E !!! kutaa 2ffaa.docx

GAAFFIIN FINFINNEE FI RAAYYAA, WALLOO, DIRREE DAWAA, SODDOO…..TOOKODHA !!!!.docx

Keekiyyaa Badhaadhaa, Wallee Haaraa 2014

Aside

Oromo Voice Radio broadcast on June 7, 2014

Aside

SBO Waxabajjii 08 Bara 2014 Oduu Ibsa ABO Waxabajjii 15 guyyaa hundeeffama SBO waggaa 26ffaa ilaachisee dhaamsota baga ittiin isin gahee fi qophiilee biroo of keessatti hammatee jira

Aside

Seife Nebelbal Radio Special Report June 6,2014

Aside

Barataa Nimoonaa Xilaahun Mirga Saba Oromoo Kabachiisuuf Jecha Goota FDG 2014 Irratti Wareegame

Aside

Nimoonaa XilaahunNimonaa Tilaahun Imana Godina Wallaga bahaa Magala Jimmaa arjootti dhalate. Barumsa isaa sadarkaa ol aanaa University Finfinnetti bara 1996 A.L.H seene Department Banking and Insurance utuu baratuu ,Sababa Mormii Magalaa guddoo Oromiyyaa Finfinne irraa gara adaamatti fi Diigamuu maccaaf Tuulamaan Waggaa tokko adabamee ture. Itti debi’ee Bara 1997-1999tti “BSc / Banking and Insurance “ dhaan eebbifamee, Bara 2000 A.L.H godina shawaa kaabaa aanaa Qimibitti/magalaa shanoo utuu barsiisuu hiriyoota isaa biraa konkolataan Lakk Gabatee 3F kan jedhamuun Tika wayyanee humna Federalaan qabamee, ji’a tokkoon booda Mayikalawwitti argame achitti mana hidhaa dukkanaa keessatti dararamaa ture, Isaa booda dhiibba gaafii Maatii fi namootan waan irra dedeebi’ee ka’eef Murtoo hidhaa waggaa 11 itti murteesani ture. Mana hidhaa qaalitti fi Zuwayii keessaatti garafamuu dhaan,Reebicha garmalee irra ga’een dhibee dhukkubaa gadhate. Bara 2004 A.L.H tti Hospitalaa Xiqur-ambassatti garaa baqaffatee, Madaan isaa utuu hin qoorin gara mana hidhaa Qaallititti geessan. Achitti doorsisaafi daraa guddaattu irra ga’e, dhukkubni isaa itti hamaachaa dhufee jenaan gara Hospitaala Xiqur-ambassatti fidan, utuu yaalamaa jiru Guyyaa haraa ganama keessaa s’a 12:00 irratti Lubbuun isaa dabartte. Yeroo ammaa kana Reeffi isaa Hospital Minilik jira. Maatiin , firri fi hiriyoon isaa egachaa jiru.

Xurree:- Tokkummaa Hidhamtoota Oromoo 

Raadiyoo Simbirtuu fi Seife Nebelbal Waxabajjii 05,2014

Aside

Wallagga Naannoo Beegii Keessaa Oromoonni Waraana TPLFn Qabamanii 200 Ta’an Yeroo Hidhaman 9 Ammoo Bakka Buuteen Isaanii Dhabame.

Aside

Waxabajjii 06,2014 Wallagga Beegii

Qeerroo bilisummaaSochiin FDG uumanni Oromoo guutuu Oromiyaa keessatti qabsiise itti fufee Wallagga naannoo Beegii keessatti diddaa barattootii fi qonnaan bultooti Oromoo kaasaniin wal qabatee Oromoonni 200 ol ta’an manneen hidhaa adda addaa keessatti ugguramanii kan jiran yeroo ta’u kanneen keessaa Oromoonni 9 hanga ammaa bakka buuteen isaanii hin beekamne.Maatii fi sabboontoti Oromoo manneen hidhaa naannoo san jiran keessaa barbaadanii fi barbaachisanii akka dhaban gabaasi Qeerroo naannicha irraa nu gahe addeessa. Kanneen kunis:-

1.Asfawuu Lissaanaa fi
2.Qaddamaa Beekkataa,ijoolleen kun lamaan jiraattoota magaalaa Begii ganda 01 keessa kan jiraataa turan yeroo ta’u.
1.Daawwit Bal’inaa
2.Abdii Raggaasaa
3.Malkaamuu Abarraa
Barattooti kuniin ammoo barattoota jiraattoota magaalaa Begii naannoo Gaba Dafinooti.
4.Bakkalcha Mikaa’el
5.Gammachis Mikaa’el
6.Zakkaarii Dhaabaa
7.Ramadaan Xahaa
Gama kaaniin  ammoo qote bultoota magaalaa Begii Guddaa kan jedhaman keessa jiraatan lama Waxabajjii 04,2014 qabamanii bakka buuteen hin baramne keessaa namni lama:-

1.Alii Tarfaa
2.Abbush Taakkalee

Kanneen jedhaman yeroo ta’u Mootummaan Wayyaanee hidhaa fi ajjeechaa akkasumas dararaan ilmaan Oromoo qabsoo irraa duubatti deebisu akka hin dandeenye qeerroon addeessa.