Qopheessitoota SBO kabjnii fi jaalalli an isiniif qabu guddaadha.akkasumas an Oromiyaa keessa bahee,Oromiyaan kan na keessa jirtuu fi yeroo hunda immoo isiniinan isin keessatti daawwachaan jiraadha.galanni keessan Bilisummaa saba bal’aa uummata Oromoo haa ta’u.ayyaanni kabaja waggaa 26ffaa keessanii kan bara egeree Bilisummaa saba keenyaan nu ga’u!!!!!
SBO baga kanaan isin gahe dhugaa yoo duubanne SBO akka yeroo ammaa media baayyatee
hin turretti SBO keenya qabsoo oromoo fi falmii bilisummaa keenyaaaf gochaa turee fi jiru
hanga ammaatti nama boonsisa ija hamaa irraa sinaa baraaru
keessumaattuu sagantaan hin eegaliin muuziqaa dirree qabsoo irratti sirbame kan laphee namaa
xiqudha
waan hundaaf baga waggaa 26ffaan isin gahe
IUO
G3/GALAAN GALAASA GOOLE/
Qophessitota SBO Bayyee issin jalaana
Bilisummaa Oromoof gummatnii issin godha turtaa nis ta’ee gochaa jirtaan kan namaa bonsuu
Hata’uu malee karraa dargagoon qabsoo Oromoo meshaa qabanatii makkamuu danda’uu ossoo nuf babaldhistanii issinin jennaa galatomaa
Qopheessitoota SBO kabjnii fi jaalalli an isiniif qabu guddaadha.akkasumas an Oromiyaa keessa bahee,Oromiyaan kan na keessa jirtuu fi yeroo hunda immoo isiniinan isin keessatti daawwachaan jiraadha.galanni keessan Bilisummaa saba bal’aa uummata Oromoo haa ta’u.ayyaanni kabaja waggaa 26ffaa keessanii kan bara egeree Bilisummaa saba keenyaan nu ga’u!!!!!
Pingback: Widespread brutalities of the Ethiopian Government in handling protests in different parts of the state of Oromia by peaceful demonstrators | OromianEconomist