Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast, July 14, 2014

Aside

“Jaallan Koo Jaallan Qabsoo” Saabboontuu Artist Yaadanii Lammii

Aside

Guyyaa Finfinnee, Adoolessa 12

Aside

Finfinne day, celebrated on July 12, is to commemorate Oromos who were martyred defending Oromo interests over Finfinne and to honor Oromo … all » students, and leaders of Macha & Tulema Association who are languishing in Woyane prisons.

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast, July 12, 2014

Aside

  Diddaan Ummataa Kan Tufan Nama Arraabsisa!

Aside

Diddaa Uummataa

 Jiituu Lammii, Adoolessa 13, 2014

barruuWaaqaa gaditti kan sodatamuu fi kan bara baraan jiraatu ummata. Ummanni kan jibbe ni buqqisa; kan jaalatemmoo jabeessee dhaaba. Kunuunsee magarfata. Kana hunda gochuuf  humnaa fi ga’umsa of harkaa qaba. Ummanni humnoota jallinaa seenaa dhala namaa keessatti  dhufanii darban hunda dabareen ofirraa godaanisisaa ofii bara baraan jiraata. Henry VIII ( England 1509 – 1547), Adolf Hitler (Germany 1933 -1945), Augusto Pinochet ( Chile  1973 -1990), Benito Mussolini (Italy 1922 – 1943 ), Joseph Stalin (USSR 1922 – 1953), Jean Bokassa (Central African Republic 1966 –1976), Idi Amin Dada (Uganda 1971 – 1979.) Emperor Menilik,  Mengistu Haile Mariam fi Meles Zenawi (Ethiopian Impair), hunduu bara isaanii keessatti hirree jabeeffatanii ummatarratti fokkuu dalaganiiru. Ajjeesaniiru. Ajjeesisaniirus. Isaaniin olitti Waaqayyollee jiraachuu dagataniiru.  Haa ta’u malee  Isaanis ta’e, akeekni isaanii bakkatti hafuu hin dandeenye. Ummanni garuu yaadannoo xuraawaa isaan dhiisanii darban faana   isaaniirraa seenaa keessatti ilaalee yaadachaa bara baraan jiraata.Diddaan Ummataa Kan Tufan Nama Arraabsisa!

SBO Adoolessa 13 Bara 2014 Oduu – Gaaffii fi deebii Miseensa GS-ABO Jaal.Odaa Xasee fi Qophiilee haala yeroo irratti hundaa’an ka biroos of jalatti hammatee jira.

Aside

Pre 2015 election and the fate of the oposition

Aside

Firehiywot GulummaaBy Firehiwot Guluma Tezera

10 July 2014

Pre 2015 election and the fate of the oposition

When we talk about election in Ethiopia, the 2005 national election has becomes foremost as previous elections under both Derg and EPRDF were fake. The national election of 2005 has shown a hint of democracy until election date in Addis Ababa but in regions it was until one month before the voting date. The ruling party has been harassing the opposition and has killed strong opposition candidates. In Addis Ababa the hint of democracy disappeared after the ruling party diverted the election results.

Having no other option than forcefully suppressing the anger of the people caused by its altering of election results, the ruling party intensified the harassment and killing. So the outcome for the opposition was either to go to prison or follow the path given by EPRDF.  Election 2005 ended in this manner.

The plan of the ruling party to give a quarter of the 540 parliamentary seats to the opposition and to minimize outside pressure and to restart the flow of foreign aid was unsuccessful. The election has made the party to assess itself. Even though it was widely accepted that EPRDF had altered the outcome of the 2005 election and had not anticipated the outcome, many have expected that the party will correct its mistakes. But the party says it has learnt from its mistakes but it made the following strategies:

Measures taken post 2005 election

  1. To harass print medias and to formulate and implement harassing press legislatures
  2. The government is the main American ally in east Africa in the anti-terrorist campaign. Through this it gets significant military and financial aid. Using this as a pretext the government formulated and implemented anti-terror laws and used it to harass and imprison parties that struggle peacefully. And through this to weaken peacefull struggle.
  3. Labeling jobless youth as dangerous and discriminating against the educated was identified as mistake during the election. To correct it they tried to share benefits by replacement and to appoint to political positions and making them members
  4. Letting jobless youth to organize and allowing them to get loans but making party membership a precondition and to stop youth joining the opposition by means of benefit
  5. To organize the rest of the people in groups of five and to disperse security personnel among the people and make difficult for the opposition to work with the people
  6. To change the roads built by aid organizations by cobble stone by employing unemployed youth. Employing the youth was good but they request exaggerated amount from the people. By doing this they are hitting two birds with one stone, to make its members beneficiaries and increase their numbers.

EPRDF used the above strategies for the preparation of 2010 elections. By implementing the strategies it has succeeded in increasing its members but they were not genuine supporters but they supported for benefits. When such kind of members increase it becomes difficult to fulfill their benefits and at the end they become corruptionists. And they will become the ultimate enemies of the party.

The strategies mentioned above have enabled the party to claim to be winning 99% of the votes. The next day the then prime minister said” the people have given us 5 years contract believing that we have learnt from our past mistakes. This is a big warning for us. If we don’t live to their expectation they will take away their votes.” This was his scorning speech. But both the people and they know how they won and the 2010 election was declared error free.

Simbirtuu: Gaaffii fi Deebii HD ABO Ob. Dawud Ibsaa Waliin Kutaa Xumuraa

Aside

Seife Nebelbal Radio Program, July 11, 2014

Aside

Dargaggoonni Oromoo 31 Umuriin Isaanii Kan Waggaa 16 Gadii Mana Hidhaa Amboo Keessatti Dararamaa Akka Jiran Qeerroon Gabaase.

Aside

Gabaasa Adoolessa 10,2014

BilisummaaDararamni Oromoo mana hidhaa Wayyaanee keessaa umurii hin filatu

Dargaggoonni maqaan isaanii armaa gadi xuqame guyyaa 23/08/2006 (A.L.E) irraa eegalee sababa tokko malee jumulaan walitti qabamanii shakkiidhaan hidhamuu irraan kan ka’e ma/mu/ol/Go/ Sh/Lixaatti akka dhihaatanii fi  himannaan dhiyaate waan hin jirreef jedhee ajajaan akka gadi lakkisaman murteesse. Haa ta’u malee  ajajni mana murtii kun hojii irra ooluu irra umurii daa’imummaan mana hidhaa keessatti dararamaa jirra jechuun ma/mu/waliigalaa Oromiyaatti ol iyyatanii hanga yoonaatti deebii hin arganne. Isaanis;

  1. Shibirree Mokonnon G/Yesus      Umuriin waggaa 15
  2. Misgaanaa Oolgaa Dawoo            umuriin waggaa 16
  3. Alamituu Fayyeraa Baayisaa        umuriin waggaa 16

Haaluma wal fakkaataan namoonni armaa gadii ammoo qabamanii mana qajeelcha poolisaa godinaa irraa gara mana sirreessaa Go/Sh/Lixaatti darbuun himannaa fi murtii tokko malee dararamaa jirani. Sababa kana irraa ka’uun dhimma isaanii hordofachuu akka hin dandeenye ibsachuun nama dhimma isaanii hordofuuf bakka buufachuun ma/mu/walii gala Oromiyaatti iyyatanii hanga yoonaatti deebii sirnaa akka hin arganne maddeen mirkaneessu. Isaan kunis;

  1. Qana’aa Chuuchee Baalchaa
  2. Dhibbaa Tuuttashaa
  3. Caalumaa Simee Qumbii
  4. Abdataa Baatirii Barsiisaa
  5. Qananiisaa Raggaasaa Wayyeessaa
  6. Raffisaa Waaqshumee Dheeressaa
  7. Badhaasaa Sobbooqaa Miidheksaa
  8. Rabbirraa Aroomsaa Gitaa
  9. Guutamaa Disaasaa Fayyee
  10. Gazzaahany Iddoosaa Nugusee
  11. Mazgabuu Takilee Zawudee
  12. Caalaa Maandhessaa Nadhaa
  13. Gaashaaw Qana’aa Damee
  14. Mitikkuu Gammadaa Haroo
  15. Ayyaantuu Margaa Yaalii
  16. Abdii Baddeessaa Dhaabaa
  17. Baruudiin Shariif Ahmad
  18. Kadir Qamar Rashid
  19. Misgaanaa Tarreessaa Tasgaraa
  20. Alamuu Magarsaa Tolasaa
  21. Shunaa Dhugaa Dirribaa
  22. Wabii Xilahun Tafarraa
  23. Lataa Bayyanaa Maammoo
  24. Daani’eel Olaanaa Abdiisaa
  25. Daammanaa Girmaa Bayyanaa
  26. Raajii Baqsuu Yaadatee
  27. Waaqumaa Dhaabaa Dammaa
  28. Dajanee dhugumaa