SBO Mudde 03 Bara 2014 Oduu – Gabaasa sirna yaadannoo GFD Konyaa Gadaa Bilisummaa Kanadaa fi Leeds UK – Gaaffii fi deebii J.Toleeraa Adabaa waliin akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

Aside

የኦሮሞ ወጣቶች (Qeerroo)የትግል ፋና!

Aside

barruuMeseret Tulluu irraa                    

ሲነድ ሲቃጠል የሚጭስ ወይም የሚስቅ እሳት።

ጀግና የጀግና ዘር ትግል የወለደው፡

ገና ሳይተኩስ ወይን(ወያኔ) ተርበርብዶ፡

ይህን ካዲ ባንዳ ጐርፉ የወለደው፡

ቄሮ የኦሮሞ ወጣት ትግሉን አነደደው።

ይህ ጠብደል  አጋዚ እውቀት የማያቀው፡

ወቦ(WOB)እያሳደደ ደግሞ እየወቃው፡

ተጀመር እንጂ መች አበቋ ትግሉ፡

አንዱ ቄሮ ሲወድቅ ወይም ሲስዎ፡ ሌሎች ሲቀጥሉ፡

ሞትን የደፈር ክቶ የማይራራ ፡

ደግሞም  እየሽለለ እንደው እያቅራሪ፡

ትውለድ የቄሮ እናት ደግሞ መንታመንታ፡

ሂድ ተዋጋ እያለች  እንዳያመነታ፡

አለህና አጋዥ የሆላ ደጀን ፡

ተላላኪ( ወይን )ሰላይን የሚያመክን፡

ታጠቅ የጀግና አባት ክቶ እንዳታቅማማ፡

ወርድ ልጀችህ ወደ ጀግኖች ማማ:

የኦሮሞ ወጣቶች (Qeerroo)የትግል ፋና!

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast, December 1, 2014

Aside

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Qophii Muddee,1 Bara 2014

Aside

Sochiin FDG Godina Baalee Aandota Adda Addaa Keessatti Bifa Adda Ta’een Itti Fufuu Qeerroon Gabaase.

Aside

Gabaasa Qeerroo Muddee 1,2014

diddaa9

Sochiin warraaqsa uumata Oromoo itti fufuun Godina Baalee aanota adda addaa akka Gasara,Goobbaa,Dalloo,Gooroo,Rayituu,Sawwenaa,Beeltuu,Agarfaa fi Barbaree) aanota kana keessatti sochiin Qeerroo jabinaan Sadaasa 20 irraa barruulee warraaqsaa uumataaf bittimsuu fi barattootaan gahuu itti fufee jira.

Sochiin Qeerroo itti fufuun  Uummanni Oromoo godina kana keessa jiran gaaffii mirgaa qabatanii mootummaa wayyaanee dura akka dhaabbatan taasifamee jira.  Akka gabaasni Qeerroo godina kana irraa nu qaqqabaa jirutti aanaa aanaa keessatti wanneen uummata daddammaqsuu fi dhaaddannoolee uummata kakaasanis uumata keesssatti waan mul’isaa turaniif sadaasa 29/2014 aanaa Ginnir gandoota 6 kan tahan (odaa Roobaa, Caancoo,Tullicha,Hora Allee,Qabbanaa,Harawa )kanneen jedhaman keessatti uummanni gaaffii waltahiinsaa akka kaasu taasifame, uummannis yaada dur of keessatti qabatee jiru, sochii Qeerroo fi barattootaan godina kana keessatti adeemsifamaaa jiruun gaaffiwwan akka kanaa gadiitti ifatti baasan,

  1. Mootummaan dhimma amantii keessa seenuudhaan uummata keenya oromiyaa keessa jiran goola, barattootas mana hidhaatti darba, mirga amantaas eegaa hin jiru, kanaaf mootummaan maaliif dhimma amantaa keessa gala?
  2. Barattootni keenya rakkina keessaa bahuudhaaf barumsa isaanii baratu, mootummaan wayyaanee barattoota maqaa shororkeessummaatiin maaliif waamee hidhaatti darbaa?
  3. Guyyaa Jum’aa torbee torbeedhaan magaalaa Finfinnee keessatti hordoftooni musiliimaa masiigatti sagaduuf yeroo wal gahu mootummaan maaliif tika ykn humna waraanaa ramadee eegsisaa? Hordoftoonni amantaa biraa akkasuma eegamaa jiruu?
  4. Yeroo ammaa miidiyaa TVO irrattis tahe raadiyoon oromiyaa kan odeessu dhimma bulchiinsa gaariiti, nuti uummanni bulchiinsa gaarii jedhamu kana arginee hin beeknu, bulchiinsa uummata keenya, ilmaan keenya hidhaatti guursisuu, duula saamichaa gaggeessuu fi bulchiinsa sobaan guutamedha kan beeknu, kanaaf mootummaan maaliif uummata sobaa? Meerre bulchiinsi gaariin?
  5. Mirgi diimokiraasii jedhamu maaliif hin kabajamuu? Mirgi uummata oromoos maaliif hin kabajamuu?

Kun kana ta’ee otuu jiruu  Mootummaan wayyaanees gaaffiwwan uummataa kun gaaffii uummataa kan hordoftoota amantaa musiliimaa hunda kaasuudhaan waan bal’ataa deemuuf tasgabbeesuuf kan yaalaa jiruudha,  caasaa qabutti dhimma bahuun gara sanatti sochii uummataa jabaatee dhufe kana laamshessuuf foolachaa jira.

Elias Kiflu , Sena Solomon and Mehamed Jalela ” Gaaffii ” new Oromo music video clip 2014

Aside

“Jaarsa Biyyaa” Tolawak Elias.

Aside

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast, November 29, 2014

Aside

SBO Sadaasa 30 Bara 2014 Oduu – Gabaasa Oduu – Filannoo Wayyaanee irratti qophii qophaa’ee fi Qophiilee biroo

Aside

Qeerroon Bilisummaa Barruulee Warraaqsaa Bakkoota Adda Addaatti Facaasuu fi Maxxansuu Itti Fufe

Aside

45353356395147