SBO Gurraandhala 11 Bara 2015. Oduu, Torontoo Kanadaatti mormii Hawaasa Oromoon garee ergamtuu A.Duulaa Gammadaa mudate irratti gabaasa qophaa’ee fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

Aside

Godina Kibba Lixaa Shaggar Magaalota Adda Addaa Keessatti Barruuleen Warraaqsaa Qeerroon Maxxanfaman.

Aside

Gurraandala 10,2015 Waliiso

IMG_20141224_211615Magalaa Walisoo, Buusaa, Tajii, Asgorii,Tullubollo, Sabbataa fi bakkewwan adda addaa keessatti barruuleen warraaqsaa hedduun Qeerroo Bilisummaan maxxanfamuu gabaasi naannicha irraa nu gahe addeessa.

Sochii Warraaqsa Bilisummaa ta’aa jiru daran jabeessuun dhadannoolee uumata onnachiisanii fi waamicha diddaa sirna Wayyaanee kan qabu barruuleen kun bakkoota mootummaan Wayyaanee beeksisa maxxanfatu irrattii fi lafa magaalota bakka bebbeekamoo irratti maxxanfamuu fi uumataafis raabsamuu gabaasi Qeerroo naannicha irraa nu gahe addeessa.

Keessattuu Qeerroon aanaa Daawoo magaala Buusaa mana murtii fuula duraa fi secondary fuuldura ti waraqaa waamichaa dhoobuu fi magaala iddoo hedduu ti faca’uurraan kan ka’ee uummanni gammachuu guddaan kan itti dhagaheef qeerroon daraan kan onnatan ta’uu odeessi gama sana irraa nu dhaqabeera.

Gabaasa guutuu dhimma kana agama fuula duraa dhiheesina.

Aside

qeerroo-edit

Dhaabni Oromoof Wareegama Hin Kaffalle Oromoofiin Qabsaa’e Jechuu Hin Danda’u!

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Irraa Bahe

Ummanni Oromoo waanjoo garbummaa jalatti erga kufee guyyaa tole jedhee walabummaaf hin qabsaawiin bule hin qabu. Guyyaadhaa gara guyyaattu Fincila diddaa garbummaa gaggeessaa warraaqsaa bilisummaa gaggeessaa asiin gahee jira. Kun Uummatni Oromoo dhaaba isaaf qabsaa’u cinaa dhaabbachuudhaan qabsoo gaggeessaa akka jiru kan mirkaanessu dha. Kana jechuun ammoo Uummata Oromoof qabsaa’ee hiree Murteeffannaa Oromoo guutummaan mirkaneesseen jira kan jedhu OPDOn Oromoof qabsoo kamuu akka hin taasisne ykn fedhii Uummata Oromoo akka hin guutneef mirkaneessa. Osoo OPDOn Uummata Oromoof qabsaa’ee Mootummaa Dargii hundeedhaan buqqise tahe qabsaa’ota OPDO keessaa wareegaman ni qabaata ture. Garuu OPDO keessaa ykn ammoo Miseensa OPDO tahee kan Uummata kanaaf wareegama lubbuu kaffale tokko illee hin jiru. Bilisummaa wareegama malee hin dhufne Uumamni OPDO kun ni fashalsa jechuu dha. Ilmaan Oromoo qaqqaalii Oromoof of wareegan kanneen akka Elemoo Qilxuu, Baaroo Tumsaa, Guutamaa Hawaasii fii kanneen biroo ammoo OPDOn maqaa dha’uu illee ni lagatti. Wareegamni Gootawwan kun kaffalan wareegama Barattootni, Barsiisotni Uummatni Oromoo walii gala har’a itti kaffalaa jiru waliin waan wal fakkaatuufi. Uummatni Bilisummaa isaa mirkaneeffate Eenyummaa isaan hin hidhamu, hin ajjeefamu. Uummatni Oromoo garuu Oromummaan hidhama ni ajjeefama.

Kanaaf Uummatni kun hanga ammaa qabsoo irra jiraachuu mirkaaneessa. Sabni qabsoo irra jiru ammoo garboome jechuun hin danda’amu. Kan garboome shira diinaa fi akeeka diinaa fudhatee kan tarkaanfachiisaa jiru dhaaba OPDO fi kanneen Oromoo keessatti of bixxiluun akeeka diinaa galmaan geessiaa jirani dha. Dhaabotni akkanaa Oromoof wareegama kaffaluu irra Oromoo garbummaa keessatti hambisuuf hojjechaa akka jirtan hubachuudhaan waanjoo garbummaa diinaa jalatti kan kufe isin tahuu hubattanii garbummaa jalaa of baasuun keessan amma jenna.

Qeerroo Bilisummaa Guraandhala 2015

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Guraandhala 2015 Bahe

Warraaqsi Bilisummaa Wallagga,Qellem Keessatti Daran Jabaachuun Uummanni Ajaja Mootummaa Wayyaanee Lagate.

Aside

Gabaasa Qeerroo Qeellam,Gurraandhala 10,2015

diddaa9Qellem, Jimmaa Horroo ganda qonnaan bulaa Akkoo Jirruu jedhamtu keessatti uummanni ajaja mootummaa waan lagataniif tika wayyaneen reebaman,gabaasa Qeerroo Jimmaa Horroo hara Guraandhala 9 addeessuun guyyoota murasa dura Guraandhala 4 mootummaan misooma lafaa,jedhuun daagaa qotuu jedhamu ajaja basee baadiyaalee keessa qonnan bulaa dirqisiisuun akka bahan ajaja baasaa ture, uummannis yeroo ammaa ajaja mootummaa Wayyaane bakka hundaatti waan lagataa jiruuf humnatti fayadamuu, humna milisha baatiwwan muraasa dura dhimmuma kanaaf leenjifatee ture uummata keessa gadhiisee uumata keessa deemuun WBOn isin keessa jira isintu nyaachisa jechuun jiraattota haa hiraarsan malee uumanni takkaa fudhachuufii hin dandeenye.

Haaluma kanaan halkan halkan uummata irra deemanii reebicha hamaa qote bultootaa fi dargaggoota irratti raawataa jiru guyyaa jedhame kanaa kaasee kanaan namootni miidhamanii buufata fayyaatti argamanii osoo yaalamanii gaffii taasisaniif namootni kaan hallan sa’a 9:00tti manaa waamamuudhaan, gadi fuudhanii reebamuu isaanii duubbachuun Qeerroof ibsa godhanii jiru namoota reebicha kanan miidhaman:
1.Aadde Dambalii Ruudaa
2.Dar.Mohamadnuur Siraaj
3.Dar.Ashennaafii Gindaabaa
4.Dar.Isaaquu Gindabaa fi
kanneen biroos kan maqaan nun gahin hafan jiru, tikoota uummata eebuu waliin kan hiriiranii jiran keessaa bulchaa ganda kanaa kan tahe
Shumbaa Daggafaa,milishaa gandichaa Margaa Agichoo kanneen biroo fuula isaanii ukkaamfachuudhaan namoota humna biraa mootumma irraa ergame waliin uummata dhaanuun reebicha irratti raawwataa jiraachuu gabaasni nu gahee jira.

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast, February 9, 2015 with 15-minute English Program, Oromia Insight

Aside

Seife Nebelbal Radio, February 9, 2015

Aside

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast, February 7, 2015

Aside

Sexual violence with special emphasis on sexual aggression in Oromia Regional State in Ethiopia

Aside

By Dr. Baro Keno | February 6, 2015

Love and Honour for our living and fallen heroes who resisted any barbarian act against Oromo nation

AsliAddee Asli Oromo: The first woman in the history of Ethiopian Empire that sentenced to death because of her political vision about Oromo people but released after 18 years in prison as a result of international communities campaign. UrjiiAddee Urjii Dhaabaa: Is one out of many Oromo Women that survived sexual aggression of Ethiopian government military force, police and security agents.

unpo1
unpo2
Thank you Mr, Chairman

Your excellences member of the European parliament, Dear participants, Ladies and Gentlemen, my most heartfelt thanks are extended to the Organising Committee of this seminar. I am particularly grateful to my informants Asli Oromo, Urjii Dhaabaa, Ilfinesh Qano and Dinkinesh Dhereessaa whom I am able to speak to about the agony they endured and who also morally supported of the Oromo women survivors of sexual violence who able to speak to them while their stay in Ethiopian Prison.

Ladies and Gentlemen,

unpo3Ethiopia is the tenth largest country in Africa and it is the second most populated country in Africa with projected population of 100 million by 2020. It has a number of nations/ nationalities with distinct culture. Ethiopia consists of peoples speaking more than 80 different languages (CSA, 2006)[1]. Currently, Ethiopia is classified into nine regional states. Oromia is the largest regional state in land mass and population. Ecologically and agriculturally Oromia region is the richest region in the Horn of Africa. Oromos are accounted for more than 45% of the population of the Ethiopian empire. The population size of the Oromo people and their resources makes Oromia the heart of Ethiopia. Failure and progress in Oromia regional state is grossly contribute to the failure and progress to Ethiopia.

Sexual violence with special emphasis on sexual aggression in Oromia Ethiopia.docx

Sexual violence with special emphasis on sexual aggression in Oromia Ethiopia.pdf

አሳድና በለው!!

Aside

አሳድና በለው!!     

Mesert Tullu Irraa     

Mesert Tulluuአሳድና በለው ይህን ሆዳም ባናዳ;

ሁሌ ለሆዱ ሲል የሚከውን ደባ፡

ኦሮሞን ለመግዛት ደልሎ ለጥቅም፡

እያበቃ እንጂ ዳግም ተስፋ አይሰጥም፡

እዝያ በሀገር ቤት ጨልሞበት ቀኑ፡

በሰው  ሰራሸ ነገር ውሸት መበተኑ፡

አያፉርም ይህ ሆዳም አቀና ወደ ውጪ፡

ቅሌት ተሸክሞ ይህ ሀገር በጭባጭ፡

በደም የሰከረን አንደበቱን ይዞ፡

ፈጦ ቀረ  ዕንደ እንደጨት ጭራሹን ደንዝዞ፡

በፕላዛ ሆቴል መሽጐ እንደሌባ፡

አንተ ሆዳም ባንዳ የት አባክ ልትገባ፡

ሴቶ ወንድ ሆና ስታበላክ ህርም፡

ባንዳው ምን ይናገር ውጦ ብቻ ዝም፡

በአውስትራሊያ ምድር  በሜልቦርኑዋ ሜዳ፡

ባንዳው ተባረረ እንደ በግ ተነዳ፡

አቅራሩ ኦሮሞዎች የቁርጥ ቀን ልጅ፡

ባንዳን በየ ሄደበት ሁሌ አሳዳጅ፡

እንማር ከነሱ እንዴት እንዳበሩ፡

ባንዳ እየወቀጡ ሁሌ ሲያባርሩ፡

አሳድና በለው!!  

SBO Gurraandhala 8 Bara 2015. ODUU, jila lukkeelee wayyaanee Kanaadaa-Otowaa seene ilaachisee gaaffii fi deebii gaggeeffame fi Guyyaa WBO – UKtti kabajame akkasumas qophiilee adda addaa

Aside