Sirni Wayyaanee Barattoota lama barumsa dhorke; 19 akeekkachiise.

Aside

(QEERROO, NAQAMTEE, 14 Sadaasa 2015) Barattooti Oromoo 19 Yuunibarsiitii wallaggaa irraa akeekkachiisaman; lama immoo ari’aman.

Qubsuma, beekumsaa, buufataa fi dawoo ogummaa ilmaan Oromoo ta’aa kan jirtu Yuunibarsiitiin wallaggaa, barattoota Oromoof ardaa rakkinaa ta’aa jira.

Akka kanaa guyyaa FDG gootota wareegamanii yaadachuu isaaniitiif, barattooti lama barumsa irraa aryataman. Isaanis,
1. Barataa Waaktolee Raggaasaa Gamteessaa barataa Joornaalizimii waggaa Sadaffaa

Ababaawu Kabbadaa barataa Veterinary Laaboraatoorii Waggaa Sadaffaa

Ababaawu Kabbadaa barataa Veterinary Laaboraatoorii Waggaa Sadaffaa

2.  Ababaawu Kabbadaa barataa Veterinary Laaboraatoorii Waggaa Sadaffaa akka taán beekameera.

Kana malees, Barattooti accounting Waggaa lammaffaa baratan 19 irratti akeekachiifni kenname.

Barattoota 19n akeekkachiisi itti kenname keessa muraasi
Barattuu Iftuu Margaa
1.  Barataa Caalaa Tarfaa
2. Barataa  Caalaa Baqqalaa
3. Barataa Dachaasaa Biddiiqaa
4. BArataa Kennawaaq
5, Barataa Caalaa Dhugumaa akka taán beekameera.

Yeroo ammaas barattooti hedduun diddaa isanii itti fufanii akka jiran beekameera.

Fincilli Diddaa Garbummaa Oromiyaa Giddugalaatti Ka’e!

Aside

Qeerroo, Giincii, 13 Sadaasa 2015, Qeerroon Oromoo Fincila Diddaa Garbummaa kaasan; Wayyaanee barattootaa fi sabboontota hordofaa jirti.

Qeerroon akka gabaasetti, Fincilli ammaa kun Godina Shaggar Lixaa keessatti ka’ee dhaadannoo fi mormiidhaan adeemsisame.

Guyyaa kaleessaa Sadaasaa 12/2015 Yaadannoo FDG Sadaasa 9/2005 Waggaa 10ffaa waliin wal qabatee fincila deemaa ooleen sagaleen Oromoo akka kabajamu, Oromoo hidhuu fi ajeesuun akka dhaabbatu ifatti gaafataniiru.

Fincilaa fi yaadannoo fincilaa haala ho’aa ta’een Kabajamaa jiruun walqabatee Gootoni Barattootaa Oromoo Mana Barumsaa Giincii Sadarkaa 2ffaa fi Qophaa’ina fi Sadarkaa 1ffaa FDG dhoosuun warraaqsa gaggeessaniiru.

Mormiin jalqabe kun, mooraa mana barumsichaatiin alatti babal’atee daandii magaalaa gubbatti deemaa oole.

Mormiin Qeerroo Oromoo kun, mormii bara darbeetiin kan wal fakkaatuudha.

“Nuti, Qeerroon Oromoo, seenaa wareegama qabsaa’ota Bilisummaa Oromoo haga yoonaatti galmeeffameef kabajaa guddaa kennaa, nutis akka dhaloota haaraatti wareegama bilisummaa baasuuf kaanee jirra.”
Dhaamsa Qeerroo Bilisummaa

Qabsoon itti fufa! Garboonfataan ni kufa!!

Gaafiif Deebii: TVOMTn Ob Rundaasaa Isheetee Waliin Godhe!

Aside

SQ Sadaasa 12 Bara 2015.mp3

Aside

Irreessa Hora Adiyyoo Naqamteetti Kabajame

Aside

(Qeerroo, Naqamtee, 12 Sadaasa 2015) Irreessi guddichi  Oromiyaa dhiya Naqamtetti  haala ajaa’ibaa ta’een  kabajame.

FB_IMG_1447282786987Sirna kabaja ayyaana Irreechaa kana irratti sirni garboomfattuu ilmaan Tigiraay fuuldura goruuf humna darbatamaa, basaastuu fi tikeen lukkuuleen diinaa itti bobbaanii turan; garuu jabinaa fi kutannoo dhaloota Qubee  dhorkuu hin dandeenye!

Qeerroon Oromiyaa dhiha Naqamtetti walga’e barattoota yuunibarsiitii wallaggaa, barattoota dhaabbilee barnoota olaanoo garagaraa,hojjettoota daldaltooti utuu hin hafi ba’uun walleelee warraaksaa dhageessisuun kabajan.

Wallee warraaqsaa ayyaana kana irratti dhageessifamaa turan keessaa:

FB_IMG_1447282733579Baala adaami shakoo yasariitii
Maanan waamin lafo gaafa xiiqii
Finfinnee ciifti dachaatee
Maqalee itti fakkaatee
Buraayyuuf…iyyuutti kaate
Hoo korma guduruu
Oromoon lafa hin gurguruu
Kashakkashee lolaa
Goonni yoonallee
Hee sayyoo aadaan
Badde galte
Eegee fardaaa
Waaqeffatna kana qabnaa ….jechaa turan.

Mootummaan wayyaanee Tigiraay humna tikaan ayyaanicha dhaabuuf yaakltu ilee itti hin milkaaíin jirti.

Akkuma beekamu oromoon aadaa  irreessaa lama qaba:  innis Irreessa Birraa fi arfaasaati.
Yeroon kun wayita birraa akkuma ta’e oromoon Hora birraa malkaatti,kan arfaasaa immoo tulluutti ba’ee waaqayyoon galateeffata.

Simbirtuu: oduu fi qophii IMALAA. TBDU (PAFD) irratti yaada Dr. Ibrahim Elemoo qaba.

Aside

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast- 9 November 2015

Aside

SQ Afaan Oromoo Sadaasa 09 Bara 2015

Aside

PAFD’s Task Group held its first Strategic International Meeting.

Aside

(Qeerroo, 10 November 2015) Peoples Alliance for Freedom and Democracy (PAFD), comprised of five national organizations has been officially inaugurated on 23rd of October 2015 in Oslo, Norway.

On its inauguration of aforementioned date, high level of professionals have been delegated various tasks for PAFD to accomplish within given time frame. Some of these allocated tasks involve road mapping and strategizing the way forward for PAFD’s strategic and operational goals.

They have been also given responsibilities of conceptualising the way PAFD can decisively operate to create lasting solution in Ethiopia’s 130 years socio-economic and political malignancy

These groups of temporary delegated professionals have been given the roles of showing the means and approach in a realistic manner by devising the necessary strategy for PAFD’s struggle by critically looking at the ways on how to manage the risks and challenges whilst striding towards inevitable changes in Ethiopian politics.

During its establishment, the PAFD has involved the communities of 5 nations for the first time in Ethiopian history whose peoples comprise over 65% of the population through the Oromo, Ogaden Somali, Sidama, Benshangul and Gambela’s political organisations.

The main focus of today’s first meeting was diplomatic aspects, community mobilising from local to international and identifying international and regional targets.

Furthermore, the meeting has also considered challenges and opportunities available at PAFD’s disposal and devised the right tools for the PAFD to effectively and efficiently exploit the opportunities by minimising risks.

Additionally, the delegates have reiterated how the establishment of the PAFD has energised the community at large- from local to international level and the stakeholder’s confidence and preparedness to embark on struggle under the leadership of PAFD.

This kind of meeting will take places on fortnightly basis at international level until General Council of the PAFD takes over the responsibilities of doing so in three months’ time.

PAFD’s international Strategic Task Group

November 08, 2015

Oromiyaa Lixaatti Leenjii Siyaasa kennamaa jiru Ummati Balaaleffate!

Aside

(Qeerroo, Naqamtee, 10 Sadaasa 2015) Oromiyaa Lixaa, aanaa Bonayyaa Boshee, aanaa sibuu siree,Leeqaa dullachaa,waamaa Hagaloo fi Nuunnuu Qumbaa keessatti leenjiin siyaasaa gaggeeffamaa jira; ummatis isaan balaaleffacha jira.

Gabaastoti Qeerroo akka ibsanitti, guutummaa onoota bahaa wallaggaatti leenjiin maqaa karoora guddinaafi tiraanisfoormeeshinii marsaa lammaaffaa jedhu adeemsifamaa jira.

Akeeki leenjichaa maqaa KGT marsaa lammaaffaa dawoo kan godhateefi leenjii afuufa TPLF aangoorra tursiisuuf miixatamudhas jedhameera.

Hirmaattoti muudami lafa dhalootaa,lagaafi gandaan Oromoo adda babasanii bulchuuf geggeessamu haadhabbatu kan jedhan dha.

Geggeessitoonni OPDO gamoo waajjira DhUO OPDO ijaaruuf dirqamaan miseensi miindaa ji’aa irraa 30% kanneen miseensa hintaane immoo 15% ijaaruuf dirqamaan kuttu wayita jedhametti, hirmaattoti utuu uummanni kitila kudhashan(15,000,000)beelaan dhumuu dhimmi waajjira ijaaruu dhimma murteessaa miti uummati keenya balaa beelaarra ammas akka baraaramuuf dursa laanna jedhan
Sababa kanaafis namooti yaada kana maddisiisan haala jabduudhaan Leeqaa Dullachaati qorataa akka jiranis beekameera.