“Goonni Kaayyoof Lole” Artist Waraaqaa Jaal Jaafar Yesuuf

Aside

It is time for independence of Oromia!!

Aside

Image may contain: 1 person, smilingImage may contain: 1 person Continue reading

Final of OFSNA 2018

Aside

SBO: Adoolessa 29, 2018. Oduu, Gaaffii fi Deebii Miseensa GS-ABO fi Miseensa Koree WBO Zoonii Kibbaa Jaal Jaatanii Dhugaa Waliin Taasifame fi Ajjeechaa Aadde Biraanee Maammoo Irratti Raawwatame Balaaleffachuun Ibsa Paartii KFO Irraa Kenname.

Aside

Muummee Seenaa (Seenaarraa maal baranna)?

Aside

Qalbeessaa Dhangi’aan
Adooleessa 27,2018
Finfinnee Oromiyaa
Seensa
Uummanni Kuush/Kuusaan waggoota hedduun duras cunqursaarra tureera. Seenaan isaas hatamaa yoona gaheera. Kaawwan ammoo gubamaa yoona gahan. Waa’ee Kuush barreessitoonni maal jedhu.
Obbo Birruu Tsaggaayee kitaaba isaanii keessatti waa’ee saamicha uummata Kuush irra gahaa ture haala kanaan ibsu “Araboonni yeroo Afrikaa Kaabaa weeraranii babal’ataa turanitti kitaaba Misir saamanii biyyatti fe’ataniin gamatti kan guban ji’a jahaaf (6f) halkanii guyyaa akka boba’e seenaan galmeesseera. Piraamidoota Nuumiibiyaa fi Misir keessa jiran dachaan kan caalan kan mancaa’an warra seenaa sana hinojjeenneeni. Fakkii dubartii (Sphinx) kan yaadannoo Asiisif (Asete-Ateete) tolfame san Naappoliyoon Boonappaartii madfiidhaan jigsiisef inaaffaa jibba sanyiitiin qabamee yoo ta’u siidaa guddaan kun yoo lafarratti hafe ragaa guddaa sagalee hinqabne warra hojjeteef ta’a jedheeti. Aleeksaandar guddichi Giriik barruu waa’ee mootota Misir san duraa barreeffamee kaa’ame barruu waggoota kuma hedduu hanga danda’e saamee fudhatee jira” jechuun ibsa. Continue reading

SQ- Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Adoolessa 27/2018

Aside

Haratoo,Horroo Guduruu Keessatti Dambi Dolloo fi Oromiyaa Bahaatti Duula Ummata Oromoo Irratti Baname Mormuun Hiriira Bahame.

Aside

SBO: Adoolessa 27, 2018. Oduu, Ajjeechaa Aadde Biraanee Maammoo Irratti Raawwatame balaaleffachuun Ibsa ABO Irraa Laatame, Kora Gamtaa ABO Ameerikaa Kaabaa Kutaa Koloraadoo Ilaalchisuun Gabaasa Qophaahe fi Gabaasa Oduu.

Aside

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa Kenname.

Aside

Daldalli Siyaasaa Tokkummaa Uummata Oromoofi Addatti Tokkummaa Qeerroo Dargaggoota Oromoo Cabsuuf Maqaa ‘Qeerroo Oromiyaa’ Jedhuun Gaggeeffama Jiru Atattamaan Dhaabbachu Qaba.

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa Kenname.

Yeroo Uummatni Oromoo akka sabaattifi akka Jarmiyaatti wal hubannoofi tokkummaa isaa jabeeffachuun Qabsoo Bilisummaa Orommoo galii isaa isa dhumaa Bilisummaa isaa gonfachuufi walabummaa Oromiyaa mirkaneeffachuuf Carraaqiin inni mayyii gaggeeffama jiru kanatti farreen qabsoo bilisummaa Oromoofi farreen Uummata Oromoo kan ta’aniifi Addatti immoo dinni humna qabsoo Bilisummaa Oromoo kan ta’ee Qeerroo cabsuufi dadhabsiisuuf maqaa ‘Qeerroo Oromiyaa’ jedhuun daldala siyaasaafi shira diinummaa butatee gadi bahaa jiraachuun hubatame jira. Gabaabadhumatti Qeerroon Bilisummaa Oromoo yeroo Qabsoon Bilisummaa Oromoo galii isaa gahaa jiru kanatti shira siyaasaa humna uummata keenyaa cabsuuf aggamamaa jiruufi Oromoon walii isaatiin walitti deebi’ee akka walloluuf , ofii immoo Oromoo wal nyaachisaa bittaa umrii dheereffachuuf karaa dhaaba ergamtuu wayyaanee EPRDF/TPLF/OPDOfi humnoota tikaafi siyaasaa isaanitiin kan gaggeeffama jiru kana fashaleessuuf Ibsa gabaaba itti aanu kana dabarsuun kan akeekaafi kaayyoo diinaa fashaleessuu ta’uu hubachisa!! Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Adoolessa 24,2018

Aside