Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Guraandhala 19,2016/ Gabaasa FXG Oromiyaa Guutuu fi Shira Wayyaaneen wixinachaa jirtu ilaalchisee gabaasa qaba.

Aside

Shaggar Gara Lixaa Aanaa Midaaqenyi Magaalaa Baallamii Keessatti FXG Gaggeefamaa Jira.

Aside

Guyyaa Har’aa Gurraandhala 19,2016 Daandiin Gara Magaalaa Kuyyaraa Geessu Ganda Daanshee Jedhamu Keessatti Cufamee jira.

Aside

“Ela Akkas Lammii Koo Garaan Naciise Reefu” Wallee Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa.

Aside

Guyyaa Har’aa Qeerroon Bilisummaa Roobee Garjeedaa Dandii Boqojjii Geessuu Cufuun Wayyaanee Afuura Dhorkaa Jira.

Aside

“Amboo Gara Galgalaa Alafatu Gaggalagala” Jecha dhugaa dha. Manni Hidhaa Karchallee Gubataa Jira.

Aside

Guyyaa Har’aa Godina Harargee Aanaa Gurawaa Araddaa Diree Gammachuu Keessatti FXG Itti Fufee Jira.

Aside

Wallee Gootittii Artist Sabboontuu Faaxee Anniyaa/ Kabajaa Guyyaa WBO 2016

Aside

Gurraandhala 19,2016 Magaalli Amboo Ficila Xumura Gabrummaa Haala Jabaan Gaggeessaa Jirti. Waraanni Wayyaanee Heddumminaan Gara Magaalaa Ambootti Guuramaa Jira.Ummannis Diddaa Isaa Jabeesse.

Aside

Manni Hidhaa Amboo Yeroo gubatu 

Siifan Lola ABO Narra Hin Gortuu” Jedhu Qeerroo Arsii Nagallee FXG.

Aside