CGTN Africa-Ethiopia initiates talks with Eritrea’s fierce opposition groups.

Aside

SBO: Hagayya 10, 2018. Oduu, Waamicha ABOn Miseensota Isaa Caasaa Dhaabaatiin ala Jiraniif taasisee fi Kutaa Lammaffaa Gaaffii fi Deebii Dar. Tamasgeen Staggayee Walli Taasifame

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Hagayya 07, 2018

Aside

TV GAADDISA DHUGAA: Gaaffi fi Deebii Gabaabaa HD ABO Jaal Daawud Ibsaa fi Prezidaantii Oromiyaa Obbo Lammaa maagarsaa waliin taasifamee.Hagayya 08 2018

Aside

The bright future beyond the Horizon!!

Aside

SBO: Hagayya 8,2018. Oduu, Ibsa Waloo Mootummaa Itiyoophiyaa fi ABO, Dhimmuma Araaraa Kanaa Ilaalchisuun Yaada HD-ABO Jaal Daawud Ibsaa fi Pir. MNO Dr. Lammaa Magarsaa Nuuf Laatanii fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

Tokkummaa Oromoo Dagaagaa Jiru Kunuunfataa, Warraaqsa Dararee Firii Itti Gochuuf Ni Qabsoofna!

Aside

Tokkummaa Oromoo dagaagaa jiru kunuunfataa, warraaqsa dararee firii itti gochuuf nii qabsoofna!

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Finfinnee Oromiyaa

Hagayya 7,2018

Daagaa halagaan Oromoo gidduutti ijaare kukkutee gatuuf, tokkummaa uummata Oromoo ijaaree uummata Bilisaa fi biyya Walabaa ijaarrachuuf akeeka Adda Bilisummaa Oromoo qabatee, ABO dhaan hogganamee; karaa nagaa qabsaa’aa turuu ummanni  addunyaatu ragaadha . Ammas akeeka ABO qabatee qabsoo isaa itti fufee jira. Jaarmiyaan Qeerroon Bilisummaa Oromoo tokkummaa amma argamaa jiru kana bu’uuressuuf sochiiwwan roga maraan taasisaa tureen wareegama akkuma kaffale milkaa’inaa jalqabaa argataa jiraachuusaa hubataa, kanarra gamtaa’inaan qabsoo saba Oromoo finiinsuun waanjoo jaarraa tokkoof walakkaaf nurratti fe’amee jiru waloon ofirraa deebisuun  biyya nagaa qabdu ijaaruuf tokkummaa argamaa jiru kunuunfataa warraaqsa dararee firii itti godhuuf qabsoo isaa itti fufuun adeemsiisuuf qophaa’uu mirkaneessa.

Hawwii Qeerroof saba Oromoo mirkaneessuuf akeekni Addi Bilisumma Oromoo fi mootummaan qabatanii karaa nagaa rakkoo fixachuuf waalii galan fedhii saba Oromoo irratti ka xiyyeefateef ka jaallatamaaf leellifamaa ta’uu hubataa, rakkoo uummatni keenya keessa jiru furuuf daandii nii saaqa jechuun Qeerroon abdata. Uummatni Oromoo waan akka walootti dhabe deeffachuuf waloon qabsaa’uun akka barbaachisaa ta’e asumaan dhaammataa, gamtaa’ina amma argamaa jiru akka jajjabeeffamu nii dhaamna. Continue reading

Yeroo nagaa waaraan biyya keenya Oromiyaa keessatti uumamuuf socho’amaa jirutti tokkummaa Oromoo tiksuuf jabinaan nii qabsoofna!

Aside


Ibsa Gabaabaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo irraa
Hagayya 6,2018
Finfinnee Oromiyaa
Nagaa waaraa biyya keenya Oromiyaa keessatti akka uumamu, gaaffiin Oromoo karaa nagaa akka nuu deebi’u dhiibbaa gochaa turuun Qeerroo Bilisummaa Oromoo beekamaadha. Nageenyi biyyattii akka deebii’uuf rakkoo siyyaasaa biyya Xoophiyaa karaa nagaa akka furamuuf waamicha ABO taasise fudhachuun tarkaanfii mootummaan naannoo Oromiyaa taasisaa jiru dinqisiifataa adeemsi karaa nagaa akka milkaa’uuf kan hojjennu ta’

Continue reading

#Oromia- Kun Oromiyaa dha; guyyaan har’aa guyyaa seena-qabeessa. Giinciin akkanatti oolte; dhaloonni qawwee hin sidaanne, haqa qabsoo ibsuufis duubatti hin jenne.

Aside

Image may contain: one or more people, people standing, people walking and outdoor Continue reading

SBO: Hagayya 5, 2018. Oduu, Gabaasa Gumaacha Maandhelee, Kutaa 1ffaa Gaaffii fi Deebii Dargaggoo Tamasgeen Staggayee Waliin Taasifamee fi Murtoo, Kutannoole fi Ibsa Ejjennoo Kora Gamtaa ABO Kutaa Awrooppaa.

Aside