SBO: Hagayya 19 bara 2018. Oduu, Waliigaltee ABO fi Mootummaa Itoophiyaa Irratti Ibsa Gaazexaa Addi Bilisummaa Oromoo fi Mootummaan Naannoo Oromiyaa Waloon kennan.

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Hagayya 16, 2018

Aside

Jala Bultii Simmannaa ABO Magaalaa Shaambuu Keessatti Taasifame

Aside

SBO: Hagayya 17 bara 2018. Oduu, Ijoo Dubbii ABO fi Haala Yeroo Irratti Gaaffii fi Deebii Itti Aanaa Hayyu-duree ABO Jaal Araarsoo Biqilaa Waliin Taasifame -Kutaa maayii.

Aside

SQ- Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Hagayya 14, 2018

Aside

SBO: Hagayya 15 bara 2018. Oduu, Haala Yeroo Irratti Gaaffii fi Deebii Itti Aanaa Hayyu-duree ABO Jaal Araarsoo Biqilaa Waliin Taasifame -Kutaa jalqabaa fi Gabaasa Gumaacha Sabboontotni WBOf Taasisan ilaallatu Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

Lixa Oromiyaa Baha Wallaggaa bakka addaa Waamaa jedhamutti saamichi albuudaa babal’ate

Aside

[SQ, Hagayya 11,2018] Lixa Oromiyaa Baha Wallaggaa Aanaa Waamaa Hagaloo keessatti sababa gootummaa qabuuf uummata naannichaaf tajaajilli hawwaasaa guutee hinbeeku. Uummatni Leeqaa ona Waamaa keessa jiraatan baroota Xaaliyaanii keessa bakka ka’umsa warraaqsaa ta’uudhaan sochii jabaa garboonfattoota irratti taasisaa turaniiru. Gootonni hedduun Abdiisaa Aagaa, Gendaa Buushan, Buushan Mijuu fi Qana’aa Janaa dabalatee gootota akka feetararii Tasammaa Gulummaa dabalatanii gootota roorroo diduutiin qabsoo roga sanarra finiinsaa turan kanneen Baandaa Xaaliyaanii ykn Baasaastuu qadada Gonbisaa jala ka’anii gubaa turanidha. Continue reading

SBO: Hagayya 12, 2018. Oduu, Gabaasaa Gumaacha Sabboontonni Oromoo Maandhee fi Dhuunfaan WBOf Taasisan Ilaalchisuun Qophaawee fi Gaaffii fi Deebii Dargaggoo Tamasgeen Tsaggaayee Waliin Taasifame Kutaa Xumuraa.

Aside

SQ. Hagayya 10 2018 Dhimma araaraa Adda Bilisummaa Oromoofi mootummaa Itoophiyaa gidduutti deemaa jiru irratti yaada uummataafi gaaffiifi deebii Qeerroo Bilisummaa Oromoo waliin taasifame.

Aside

‘ABO’n sagantaa siyaasaa isaa hin jijjiiru’ – Dr. Shiggux Galataa

Aside

https://www.bbc.com/afaanoromoo/45137218