Jimaa Galataa: “Aadaakoo” / Oromo Music

Aside

SBO: Hagayya 26,2018. Oduu fi Marii Miseensonni Mana Maree Ameerikaa Dhiittaa Mirgootaa Oromoorra Gahe irratt Finfinneetti Taasisan ilaalchisuun Yaada Hirmaattota Waltajjichaa.

Aside

Agartuu Qeerroo tibbanaa (Qamunyee qabsoo)

Aside

Qalbeessaa Dhangi’aatiin

Hagayya 24,2018

Finfinnee Oromiyaa

Qabiyyee Agartuu Qeerroo

– Qamunyee qabsoo

– Hullufa siyyaasaa

– Goddannisa Siyyaasaa

– Madaa Siyyaasaa

(…Maraatuu cancala hinqabne Baabura seensisuun maraatuu sanas uummata baabura keessaa sanas, Baabura gatii jabeessaa sanas of dhowwachuudha. Akkasuma maraatuu qabsoo Baabura qabsaa’otaa seensisuun qabsaa’ota, isuma mataasaa, fi Baabura qabsoo keenya balleessuudha… ) Continue reading

ONN:-SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Aside

Hagayya 23/2018 Haala yeroo ammaa fi adeemsa Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti gaaffiifi deebii miseensota SHG-ABO fi jaal Toleeraa Adabaa, jaal Ibsaa Nagawoo fi jaal Atoomsaa Kumsaa waliin taasifne kutaa 1ffaa

Hiriira deggeersa ABO/WBO dhaaf Ona Jiddaa Ayyaanaa tti godhame . Hagayya 23/2018.

Aside

Continue reading

SBO: Hagayya 24, 2018. Oduu, Gabaasaa Gumaacha Sabboontonni WBOf Taasisan ilaallatuu fi Araara ABO fi Mootummaa Itoophiyaa Jidduu irratti Yaada Ummataa.

Aside

SBO: Hagayya 22 bara 2018. Oduu, Ijoo Dubbii ABO fi Ibsa Gaazexaa ABOni fi Mootummaan Naannoo Oromiyaa Waloon Laatan -Kutaa 2ffaa Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

ONN LIVE:IJOO DUBBII ABO Hagayya 20 bara 2018

Aside

SQ- SAGALEE QEERROO : Hagayya 21,2018

Aside

SBO: Hagayya 19 bara 2018. Oduu, Araara Adda Bilisummaa Oromoo fi Mootummaa Itoophiyaa Jidduutti Deemaa Jiru ilaalchisuun Ibsa Gaazexaa Miseensi ShG Gumii Sabaa ABO fi Dubbii himaan Dhaabaa Jaal Toleeraa Adabaa fi Waajjira DhDUO-tti Itti gaafatamaan Damee Ijaarsaa fi siyaasa baadiyyaa Obboo Addisuu Araggaa Qixxeessaa Waloon Laatan.

Aside