Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Adoolessa 23, 2016

Aside

Godina Wallaggaa Aanaa Giddaa Ayyaanaa Keessatti FXG Itti Fufee Jira.

Aside

Adoolessa 24,2016 Godina Wallaggaa Aanaa Giddaa Ayyaana Ganda Ijeeree jedhamtu keessa cimee itti fuufe jira  eda halkaan biroo bulchinsa ganda ejeree kan ta’e cabsuun gootonni galmee maqaa ijoolloota basaastuun qopheesite fi ragalee heeddu fi teessuma biroon sun qabduf meeshaa degersa ishee hunda abdiin keessumeessani jiru amma yoonatti qamni kana godhee adda ba’ee hin beekamu garuu namoota gurguddoo fi dubartoota naannoo sanatti argaman hunda irraatti reebbaan cimaan gaggeeffama akkasumas da’immaan ol demtoota dandii irraatti jiksani aleella cima irraan ga’a jiru dabalees achumaan kan akeekkachisuu barbaannu polisiin Tesfa’ee jedhamu kan dhalataa naannoo Gaba Jimaata ta’e akka Uummata keenyaaf of eeggatu beeksifame.

SBO Adoolessa 24 Bara 2016. ODUU fi Gaaffii fi deebii dargaggoota Oromoo gara qabsootti seenan waliinii – Kutaa 2ffaa

Aside

The good diagnosis leads to the perfect treatment

Aside

baroBy Dr. Baaroo Keno Deressa

In medical terminology diagnostic means the act of identifying a disease, illness, or problem by examining someone or something. Diagnosis is a statement or conclusion that describes the reason for a disease, illness, or problem. Treatment is the remedie to cure the disease.

The Oromo people are the forefront champion of peace and nonviolent nation in Ethiopian empire. The powerful evidence of these fact is the way of life that Oromo people exercise: Oromo means peace, Oromo means love, Oromo means equality, Oromo means democracy, Oromo means generosity, Oromo means honesty, Oromo means transparency, Oromo means happiness, Oromo means OLF, OLF means Oromo.  Despite all unhuman atrocities against the Oromo people by Ethiopian colonialist leaders, the Oromo nation committed to defend his qualities. The Oromo people paid/paying enormous sacrifice to be free in his own country and free from brutality of the colonizers to exercise his golden gifts (mentioned above).

To mention some of the Oromo people struggle to defend his qualities:

  • Raya and Azebo during 1928-30
  • Bale revolt led by hero of the Oromo people general Waqo Guutu in 1960th
  • Mecha-Tulema movement led by hero of the Oromo people general Tadesse Biru in 1965
  • OLF leadership with popular mass movement and imprinting Oromummaa
  • Qube generations supported by Qeerroo leadership with historic mobilization of the Oromo people.

This paper try to explore the current ongoing peace movement led by some Oromo political organization:

My question is who deny the peace? 

Who reject the democracy?

Who promote hate?

Who is mother of greediness? ….the answer to all this question is the Ethiopian empire leaders. If really the Ethiopian empire elite try to implement the true peace for all oppressive nation they have to come to the Oromo people and other nations with reconciliation and peace plan (because they are the master of the disaster). But, the Oromo leaders has to concentrate further  mobilization of Oromummaa to defend his qualities instead of touring around the western world to promote Ethiopianst agenda. So, the history teach Oromo people, the way of the Ethiopian empire approach brought us again and again death award before the war is started.  perfect treatment

Qeerroon Harargee Lixaa FXG Itti Fufe. Shaggar Lixaa Keessatti Alaabaan ABO Bakka Hedduutti Fannifame.

Aside

HLHarargee Lixaa aanaa Massalaa ganda Coomaa keessatti Qeerroo godinichaa FXG itti wareegamuudhaan cichoominaan baatii sadii ol walitti fufsiisanii olaantummaa dhaabaa diina hubachiisuun diina dura dhaabbata har’a gahaniin kana booda oromiyaa bilisa baasuun gaaffii abbaa biyyummaa keenya mirkaneessuu qabna jechuun har’a Adoolessa 22 guutummaan Qeerroo ona Masalaa irraa walitti dhufee dhaadannoo dhageesisaa ooleera.
FXG Harargeetti gaggeeffamaa jirutti mootummaan wayyaanee kan sodaa keessa seene lubbuu hedduun godinicha keessatti wareegame lakkoofsaan akka godinaalee oromiyaatti olaanaa kan tahee fi kunis uummata Oromoo fi Qeerroo Bilisummaa Oromoo gara FXG jabeessuudhaan itti fufsiisanii jiraatuun gabaafamee jira.  FXG godina Harargee keessatti haga galii isaa fi bilisummaan uummata Oromoo mirkanii taatutti qabsoo jabeessuuf FXG fiixaan baasuuf Qeerroon Harargee lixaa walitti dhufee ibruu isaa har’as haareffachuu gabaafame.
Godinni shawaa lixaa yeroo ammaa Bilisummaa gonfattee jirti jechuun nama hin shakkisiisu. Bakkeewwan adda addaatti Alaabaan Keenya(ABO) fannifamee sirnan jiraataa jira. Qeerroon bulchiinsa uummata keessatti dhaabuun ofiin of bulchuu mirkaneessaa jira. Ergamtooti Wayyaanee bakka namni wal bira hin jirree fi nama qobaa deemu butuun miidhaa jirti. Bulchiinsi Wayyaanee oromiyaa keessaa guutummaatti diigamee baduuf jirtutti FXG jabaatuun Qeerroon gabaase.

Guyyaa Har’aa Adoolessa 22,2016,Waraanni Wayyaanee Aanaa Ada’aa Bargaa fi Mugar Goolaa Jiraachuu Qeerroon Gabaase

Aside

Adoolessaa 22/2016 Godina Lixa Shaggarii fi Gidduu Galeessa Oromiyaa kan taate Aanaan Ada’aa Bargaa Mogoorii fi Meettaa Roobiitti Warraaqsii Biyyoolessaa Oromiyaa FXG itti jabachuun daandiileen konkolaataa bakkoota hedduutti Cufuu fi humni ittisa Uummataa Tarkaanfiilee rifaachisoo fudhachuu irraa Abbaan irree Waraanaa isaa Gara kanatti bobbaasee uummata gooluu irratti argama. Magaalootni Aanaa Adaa’aa Bargaa fi Mogoor Baadiyyaa dabalatee Waraanaan goolamaa jirti, Suuraan Argitan Kun Suuraa waraana Wayyaanee Mogorii fi Magaalota Naannoo ishee irraa fudhatamedha!! Gabaasaan itti fufa


13817092_1646466409014179_1625900335_n
13823715_1646465605680926_2057075700_n - Copy

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Adoolessa 21, 2016

Aside

Barattootni 20 Humna Waraana Wayyaaneen Qellem, Magaala Muggiirraa Ukkaamfaman

Aside

Because I am OromoAdoolessa 21,2016/ Qeerrooo Qellem, Anfilloorraa Barattootni bara kana qormaata kutaa 12ffaa fudhatan keessaa barattootni qormaata dhumaa sababeeffachuun nagaa walitti dhaamuu kan jedhuu fi yaadannoof jecha walitti dhufanii osoo jiranii barattootni 20 humna waraana wayyaaneetiin dhiira 8 fi dhalaa 20 kan tahan ukkaamfamanii jiru. Isin ABOdha FXG qindeessuuf walitti dhuftan jechuun barattootni kunneen ukkaamfamuun Qeerroon gabaasee jira.
Liistiiwwan ijoollee kanaa akka nu gaheen qilleensarra oolchina. Uummanni magaalicha barattootni keenya bakka itti hidhamanii nuuf haa deebihan jechun FXG kaasuun dhaga’ame. Walgahiin Wayyaanee sababa kanaaf magaalicha fi gandoota hedduu aanicha keessatti feshelataa
jiraatuun gabaafameera.

Guyyaa Har’aa Adoolessa 21,2016 Godina Harargee Magaalaa Hirnaa Ganda Dinquu Keessatti FXG Gaggeefamaa Jira.

Aside

har harar

Artist Birraatuu Lammaa du’aan boqote.

Aside

Artist Birraatuu Lammaa du’aan boqotee jira. Artistii Birraatuun bakka dhaloota isaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Jimmaa Raaree ganda Tattafataa Tulluu Maraatti kaleessaa Adooleessa 20, 2016 addunyaa kan irra boqqotaniru. Sirni awwalcha isaanii boru gaafa Adoolessa 22, 2016 Walda Ortoodoxii Mikaa’ela Goobanitti rawwata. Waaqni maatiifi firoota isaaf jajjabina haa laatu jenna.

Aritis Birraatun sirboota beekamuun keessaa kan armaan gadii kana yaadattan jennee abdanna.

Yaa baallee sarariitii
maal yaadaa bulaniitii
namni yartuun nama miiti