“Kaasi Gowwaa Rafu” Wallee Warraaqsaa Hawwisoo Qeerroo Artist Biqilaa Caalii Hagayya 1,2016

Aside

Godina Arsii Bahaa Aanaa Shirkaa,Baalee Aanaa Gaasaraa Akkasumas Wallagga Naqamte Keessa FXG Itti Fufe.

Aside

Hagayya 1,2016/ Arsii bahaa aanaa Shirkaa magaala Shirkaatti poolisoota Agaazii afur irratti uummanni reebicha irraatti fudhatame gara Hospitaala Asallaa geessaa jiru. Magaalan Zuwaayis waraana Wayyaanee agaazii ganama kana du’eef jecha halkan kana ummata reebaafi mana hidhaatti guuraa jiran seeruu abbaas namni keessaa waan baqate fakkaata daldalli hin jiru waraana qofatu magaalattii keessa jira Asaasas waraana malee namni magaala keessa sossohu hin jiru.

Godinuma Arrsii aanaa Roobee magaala Habeetti mormiin FXG finiinaa oole. Nu kan bulchu ABO malee wayyaanee miti jechaa oolan namoonni kudha shan hidhaman kan yeroof maqaa isaanii addaan hin baane.

Kana malees  Godina Baalee aanaa Gaasaraa Dambalitti halkan kana mormii cimaatu godhamaa jira Wayyaanen hin bullu jechaa jira. Qeerron Dambal

Godina Wallaggaa Magaalaa Naqamtee keessatti guyyaa Har’a jechuun Hagayya 01/08/2016 galgala kana saatii lamaa jalqabanii nama dhimma isaaf karaa deemu Agaaziin qabdee reebaa jirti.Naannoo ani arge safara maaramii bakka jedhamutti namoota hunda lafarra ciibsanii reebaa jiru.baayyee kan nama dhibu namoota barumsa galgalaa baratan,namoota waldaa amantaa garaagaraa kessaa galan hunda jilbeeffachiisanii reebaa jiru.

Mootummaan Waayyaanee Kufaatii Isaa Jala Daballii  Miinda Barsiisotaa Jechuun Qajeelfama Daballii Mindaa Dabarse.

Aside

received_1716096921975153

 

Hagayya 1,2016 Hararge.

Aside

Harage

“WBOn Dhufte Biyya Gadhiisaa,Qeerroon Dhufte Biyya Gadhiisa” Jedhu Gootonni Qeerroo FXG Godina Harargee.

Aside

Hagayya 1,2016 , Alaabaa ABO Qabachuun Harargee Lixaa Magaalaa Baddeessaa Keessatti Gootonni Qeerroo Bilisummaa FXG Gaggeessaa Jiru

Aside

Qeerroo Bilisummaa Hagayya 1,2016 FXG Magaalaa Dadar Keessatti Ta’aa Jiru.

Aside

Dadar Hagayya 1

Hagayya 1,2016 Qeerroon Godina Harargee Gootummaa fi Onnee Abbootii Isaan Diina Dura Dhaabbataa Jira.

Aside

Qeerroon Godina Hararge Bahaa Magaalaa Dadar Keessatti Osoo Waraanni Itti Dhukaasuu Alaabaa ABO Qabachuun “Oromiyaa Ka’i” Jechaa FXG Gaggeessaa Jiru.

Aside

Hagayya 1,2016 FXG Godina Harargee Lixaa Magaalaa Baddeessaa Keessatti Gaggeefamaa Jiru.

Aside

Qeerroo Baddeessaa Qeerroo Badessa